LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Kadhannaa dhumaa Yesuus ergamoota isaa wajjin dhiheesse (1-26)

        • Waaqayyoon beekuun jireenya bara baraa ti (3)

        • Kiristiyaanonni kutaa addunyaa miti (14-16)

        • “Dubbiin kee dhugaa dha” (17)

        • ‘Ani maqaa kee beeksiseera’ (26)

Yohaannis 17:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:23; 13:31, 32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 27

Yohaannis 17:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 2:9, 10
  • +Yoh 6:37
  • +Yoh 4:14; 6:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 27

Yohaannis 17:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ilaalchisee beekumsa argachuu isaanii itti fufuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:25-28
  • +1Yo 5:20
  • +Efe 4:11, 13; 2Ph 3:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2023, ful. 9-10

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 147

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 4-5

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2021, ful. 10-12

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 23

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2017, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 21

    10/15/2013, ful. 27-28

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Barsiisaa, ful. 255

Yohaannis 17:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 4:34
  • +Yoh 13:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    9/2018, ful. 6

Yohaannis 17:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:1; 8:58; Qol 1:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 27

Yohaannis 17:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “beeksiseera.”

  • *

    Ykn., “dubbii keetiif ajajamaniiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:22; HoE 15:14; Ibr 2:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 28-29

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2107

Yohaannis 17:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:68; 8:28; 12:49; 14:10
  • +Yoh 16:27
  • +Yoh 16:30

Yohaannis 17:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 280

Yohaannis 17:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:15

Yohaannis 17:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “tokkummaa qabnu.”

  • *

    Ykn., “tokkummaa akka qabaataniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:1
  • +Yoh 10:30; 17:21; 1Ph 1:5; Yih 24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 131-132

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 135-136

Yohaannis 17:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:39; 10:28
  • +Fr 41:9; 109:8; HoE 1:20
  • +Mar 14:21
  • +Yoh 18:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 101

    Yesuus—Karaa, ful. 280

Yohaannis 17:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:11

Yohaannis 17:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:19; Yaq 4:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2012, ful. 23

Yohaannis 17:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 6:13; 2Ta 3:3; 1Yo 5:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 23

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 136

Yohaannis 17:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 18:36
  • +Qol 1:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 45

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 135-136

    Yesuus—Karaa, ful. 280

Yohaannis 17:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adda isaan baasi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:25, 26; 1Ta 5:23; 2Ta 2:13; 1Ph 1:22
  • +Fr 12:6; 119:151, 160

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2018, ful. 6

    Yesuus—Karaa, ful. 280

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 29

Yohaannis 17:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:21

Yohaannis 17:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 12:5; 1Qo 1:10; Gal 3:28
  • +Yoh 10:38; 14:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2018, ful. 8-9

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2015, ful. 6

    10/15/2013, ful. 29

    Yesuus—Karaa, ful. 280-281

Yohaannis 17:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:20; 17:11; 1Yo 3:24

Yohaannis 17:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “guutummaatti tokkummaa akka qabaataniifi.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 29-30

Yohaannis 17:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:28-30; 1Ta 4:17
  • +Yoh 17:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 281

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 30

Yohaannis 17:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:55; 15:21
  • +Mat 11:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2013, ful. 30

Yohaannis 17:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:9
  • +Mat 6:9; Yoh 17:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 10

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 17

    Yesuus—Karaa, ful. 281

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2107

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 21

Yaada Wal Simu

Yoh. 17:1Yoh 12:23; 13:31, 32
Yoh. 17:2Flp 2:9, 10
Yoh. 17:2Yoh 6:37
Yoh. 17:2Yoh 4:14; 6:27
Yoh. 17:3Luq 10:25-28
Yoh. 17:31Yo 5:20
Yoh. 17:3Efe 4:11, 13; 2Ph 3:18
Yoh. 17:4Yoh 4:34
Yoh. 17:4Yoh 13:31
Yoh. 17:5Yoh 1:1; 8:58; Qol 1:15
Yoh. 17:6Fr 22:22; HoE 15:14; Ibr 2:12
Yoh. 17:8Yoh 6:68; 8:28; 12:49; 14:10
Yoh. 17:8Yoh 16:27
Yoh. 17:8Yoh 16:30
Yoh. 17:10Yoh 16:15
Yoh. 17:11Yoh 13:1
Yoh. 17:11Yoh 10:30; 17:21; 1Ph 1:5; Yih 24
Yoh. 17:12Yoh 6:39; 10:28
Yoh. 17:12Fr 41:9; 109:8; HoE 1:20
Yoh. 17:12Mar 14:21
Yoh. 17:12Yoh 18:9
Yoh. 17:13Yoh 15:11
Yoh. 17:14Yoh 15:19; Yaq 4:4
Yoh. 17:15Mat 6:13; 2Ta 3:3; 1Yo 5:18
Yoh. 17:16Yoh 18:36
Yoh. 17:16Qol 1:13
Yoh. 17:17Efe 5:25, 26; 1Ta 5:23; 2Ta 2:13; 1Ph 1:22
Yoh. 17:17Fr 12:6; 119:151, 160
Yoh. 17:18Yoh 20:21
Yoh. 17:21Rom 12:5; 1Qo 1:10; Gal 3:28
Yoh. 17:21Yoh 10:38; 14:10
Yoh. 17:22Yoh 14:20; 17:11; 1Yo 3:24
Yoh. 17:24Luq 22:28-30; 1Ta 4:17
Yoh. 17:24Yoh 17:5
Yoh. 17:25Yoh 8:55; 15:21
Yoh. 17:25Mat 11:27
Yoh. 17:26Yoh 15:9
Yoh. 17:26Mat 6:9; Yoh 17:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 17:1-26

Wangeela Yohaannis

17 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, gara samii ilaalaa akkana jedhe: “Yaa Abbaa, saʼaatichi gaʼeera. Ilmi kee ulfina akka sii kennuuf, ilma keetiif ulfina kenni;+ 2 kunis akkuma ati namoota* hunda irratti aangoo isaaf kennite,+ innis warra ati isaaf kennite hundaaf+ jireenya bara baraa akka kennuufi.+ 3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+ 4 Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree+ lafa irratti ulfina siif kenneera.+ 5 Kanaafuu, yaa Abbaa, ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina anaaf kenni.+

6 “Ani namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti maqaa kee mulʼiseera.*+ Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.* 7 Isaan wanti ati anaaf kennite hundi si biraa akka dhufe amma beekaniiru; 8 sababiin isaas, ani dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera;+ isaanis kana fudhataniiru; ani bakka buʼaa kee taʼee akkan dhufe sirriitti beekaniiru;+ akka ati na ergites amananiiru.+ 9 Ani waaʼee isaanii sin kadhadha; kanan si kadhadhu waaʼee addunyaa utuu hin taʼin, waaʼee warra ati anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas, isaan kan kee ti; 10 wanti kan koo taʼe hundi kan kee ti; wanti kan kee taʼe hundis kan koo ti;+ anis isaan gidduutti ulfina argadheera.

11 “Ani gara kee waanan dhufuuf, kana booda addunyaa keessa hin jiraadhu; isaan garuu addunyaa keessa jiraatu.+ Yaa Abbaa Qulqulluu, akkuma nuti tokko taane* isaanis tokko akka taʼaniif* maqaa kee isa anaaf kennite sanaaf jedhiitii isaan eegi.+ 12 Yeroon isaanii wajjin turetti, maqaa kee isa ati anaaf kennite sanaaf jedhee isaan eegaan ture;+ ani isaan eegeera; wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf,+ ilma badiisaa sana malee+ isaan keessaa tokko illee hin badne.+ 13 Amma garuu ani gara kee nan dhufa; gammachuun koo isaan keessatti guutuu akka taʼuuf, wantoota kana addunyaa keessatti nan dubbadha.+ 14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+

15 “Ani isa hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin kadhadhu.+ 16 Akkuma ani kutaa addunyaa hin taane,+ isaanis kutaa addunyaa miti.+ 17 Dhugichaan isaan qulqulleessi;*+ dubbiin kee dhugaa dha.+ 18 Akkuma ati gara addunyaatti na ergite, anis gara addunyaatti isaan ergeera.+ 19 Isaanis dhugaadhaan akka qulqullaaʼaniif, ani isaaniif jedhee of nan qulqulleessa.

20 “Ani warra kanaaf qofa utuu hin taʼin, warra dubbii isaanii dhagaʼanii anatti amananiifis nan kadhadha; 21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi. 22 Akkuma nuti tokko taane isaanis tokko akka taʼaniif,+ ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera. 23 Ani isaanii wajjin tokkummaa qaba; atis anaa wajjin tokkummaa qabda; kun immoo isaanis tokkummaa cimaa akka qabaataniifi;* kanaan kan kaʼes, addunyaan akka ati na ergitee fi akkuma na jaallatte isaaniinis jaallachuu kee ni beeka. 24 Yaa Abbaa, warri ati anaaf kennite bakka ani jiru anaa wajjin akka taʼan nan barbaada;+ kunis, ulfina koo isa ati addunyaan hundeeffamuu isaa dura waan na jaallatteef naaf kennite akka arganiifi.+ 25 Yaa Abbaa isa qajeelaa, addunyaan si hin beekne,+ ani garuu si beeka;+ warri kunis akka ati na ergite beekaniiru. 26 Jaalalli ati ittiin na jaallatte isaan keessa akka taʼuu fi anis isaanii wajjin tokkummaa akkan qabaadhuuf,+ maqaa kee isaanitti beeksiseera; gara fuulduraattis nan beeksisa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi