LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Yohaannis
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Yohaannis

    • Nagaa dhaamuu (1-3)

    • Dhugaa keessa deddeebiʼuu (4-6)

    • Gowwoomsitoota irraa of eegaa (7-11)

      • Nagaa hin gaafatinaa (10, 11)

    • Karoora gara isaanii dhaquuf qabuu fi nagaa dhaamuu (12, 13)

2 Yohaannis 1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Jaarsicha.”

  • *

    Kal., “giiftii.” Kun gumii tokko argisiisuu dandaʼa.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 28

2 Yohaannis 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 28

2 Yohaannis 4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 4:2; 3Yo 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 28

2 Yohaannis 5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:34; 15:12; 1Ph 4:8; 1Yo 2:7

2 Yohaannis 6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:21; 1Yo 2:5

2 Yohaannis 7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:15; HoE 20:29, 30; 2Ta 2:3, 7; 2Ph 2:1; Mul 2:2
  • +1Yo 4:2
  • +1Yo 2:18, 22; 4:3; Yih 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 87, 97

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 28

2 Yohaannis 8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 10:35

2 Yohaannis 9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 14:6; 15:6; 3Yo 9
  • +Ibr 3:14; 1Yo 2:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

2 Yohaannis 10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 17:2-5; Rom 16:17; 1Qo 5:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

2 Yohaannis 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Yaada Wal Simu

2Yoh. 42Qo 4:2; 3Yo 3
2Yoh. 5Yoh 13:34; 15:12; 1Ph 4:8; 1Yo 2:7
2Yoh. 6Yoh 14:21; 1Yo 2:5
2Yoh. 7Mat 7:15; HoE 20:29, 30; 2Ta 2:3, 7; 2Ph 2:1; Mul 2:2
2Yoh. 71Yo 4:2
2Yoh. 71Yo 2:18, 22; 4:3; Yih 4
2Yoh. 8Ibr 10:35
2Yoh. 9Yoh 14:6; 15:6; 3Yo 9
2Yoh. 9Ibr 3:14; 1Yo 2:23
2Yoh. 10Kes 17:2-5; Rom 16:17; 1Qo 5:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Yohaannis 1-13

Yohaannis Lammaffaa

1 Maanguddicha* irraa, obboleettii* filatamteef, akkasumas ijoollee ishii warra ani garaadhaa jaalladhuu fi ana qofa utuu hin taʼin, warri dhugaa beekan hundi jaallataniif, 2 kan isin jaallannu dhugaa isa nu keessa jiraatuu fi bara baraaf nuu wajjin taʼuun kan kaʼe dha. 3 Waaqayyo Abbaa fi Yesuus Kiristoos isa Ilma Abbaa taʼe biraa dhugaa fi jaalala dabalatee, gaarummaa guddaa, gara laafinaa fi nagaa ni arganna.

4 Akkuma ajaja Abbaa irraa fudhannetti, ijoollee kee keessaa tokko tokko dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran waanan beekeef baayʼee gammadeera.+ 5 Egaa yaa obboleettii, akka wal jaallannu sin kadhadha. (Kanan siif barreessaa jiru ajaja haaraa utuu hin taʼin, isuma jalqabaa kaasee qabnu sana dha.)+ 6 Jaalala jechuun isa kana, akka ajajawwan isaatti jiraachuu keenya itti haa fufnu.+ Akkuma jalqabaa kaastanii dhageessan ajajichi isa kana, jaalala argisiisuu keessan itti fufaa. 7 Sababiin isaas, gowwoomsitoonni hedduun gara addunyaatti baʼaniiru;+ isaan Yesuus Kiristoos fooniin dhufuu isaa amananii hin fudhatan.+ Inni gowwoomsuu fi mormituu Kiristoos taʼe isa kana.+

8 Badhaasa guutuu akka argattaniif malee, wantoota itti dhamaane akka hin dhabne ofii keessaniif of eeggadhaa.+ 9 Namni barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isaan hin jiraanne hundi Waaqa hin qabu.+ Namni barumsa kanaan jiraatu, inni Abbaa fi Ilma qaba.+ 10 Namni kam iyyuu gara keessan yoo dhufee fi barumsa kana yoo fiduu baate, mana keessanitti isa hin simatinaa+ yookiin nagaa isa hin gaafatinaa. 11 Sababiin isaas, namni nagaa isa gaafatu hojii isaa isa hamaa deggera.

12 Wantan isiniif barreessu hedduu yoon qabaadhe iyyuu, waraqaa fi qalamaan barreessuu hin barbaadu; kanaa mannaa, gammachuun keessan guutuu akka taʼuuf gara keessan dhufee fuulaa fuulatti isinii wajjin akkan haasaʼu nan abdadha.

13 Ijoolleen obboleettii tee ishii filatamtee nagaa siif dhaamaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi