LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Misiraachoo labsuuf dibamuu (1-11)

        • “Waggaa gaarummaa Yihowaa” (2)

        • “Mukeetii qajeelummaa guguddaa taʼan” (3)

        • Namoonni biyya ormaa gargaarsa godhu (5)

        • “Luboota Yihowaa” (6)

Isaayyaas 61:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gadde.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:1; Mat 3:16
  • +Mat 11:4, 5; HoE 10:37, 38
  • +Luq 4:17-21; 7:22; HoE 26:17, 18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 16

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2019, ful. 10-13

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 10

    1/1/2009, ful. 14-15

Isaayyaas 61:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 34:8
  • +Isa 25:8; Mat 5:4; Luq 6:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 16

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    2/2017, ful. 5

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2011, ful. 27

Isaayyaas 61:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa miidhagsaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    2/2017, ful. 5

Isaayyaas 61:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:8; 51:3
  • +Isa 44:26; 58:12; His 36:33, 34

Isaayyaas 61:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:10
  • +Isa 14:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2012, ful. 25

    4/1/2007, ful. 24

Isaayyaas 61:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Qabeenya.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:6
  • +Isa 23:17, 18; 60:5, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2012, ful. 25

    4/1/2007, ful. 24

Isaayyaas 61:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 9:12
  • +Isa 35:10

Isaayyaas 61:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4; Fr 33:5; 37:28
  • +Fak 6:16-19
  • +Isa 55:3; Er 32:40

Isaayyaas 61:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 8:13
  • +Isa 65:23

Isaayyaas 61:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

  • *

    Ykn., “qoloo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:13
  • +Isa 52:1; Mul 21:2
  • +Bau 28:39, 41

Isaayyaas 61:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:8; 62:1
  • +Isa 58:11; 60:18; 62:7

Yaada Wal Simu

Isa. 61:1Isa 42:1; Mat 3:16
Isa. 61:1Mat 11:4, 5; HoE 10:37, 38
Isa. 61:1Luq 4:17-21; 7:22; HoE 26:17, 18
Isa. 61:2Isa 34:8
Isa. 61:2Isa 25:8; Mat 5:4; Luq 6:21
Isa. 61:3Isa 60:21
Isa. 61:4Isa 49:8; 51:3
Isa. 61:4Isa 44:26; 58:12; His 36:33, 34
Isa. 61:5Isa 60:10
Isa. 61:5Isa 14:1, 2
Isa. 61:6Bau 19:6
Isa. 61:6Isa 23:17, 18; 60:5, 7
Isa. 61:7Zak 9:12
Isa. 61:7Isa 35:10
Isa. 61:8Kes 32:4; Fr 33:5; 37:28
Isa. 61:8Fak 6:16-19
Isa. 61:8Isa 55:3; Er 32:40
Isa. 61:9Zak 8:13
Isa. 61:9Isa 65:23
Isa. 61:10Isa 65:13
Isa. 61:10Isa 52:1; Mul 21:2
Isa. 61:10Bau 28:39, 41
Isa. 61:11Isa 45:8; 62:1
Isa. 61:11Isa 58:11; 60:18; 62:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 61:1-11

Isaayyaas

61 Hafuurri Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa ana irra jira,+

Sababiin isaas, Yihowaan garraamotaaf misiraachoo akkan labsu na dibeera.+

Warra garaan isaanii cabe* akkan walʼaanu,

Warra boojiʼamaniif bilisa baʼuu akkan labsu,

Ijji hidhamtootaa akka banamus akkan labsu na ergeera;+

 2 Waggaa gaarummaa Yihowaa,

Guyyaa Waaqni keenya haaloo itti baʼus+ akkan labsu,

Warra gaddan hundumaa akkan jajjabeessu,+

 3 Warra Xiyooniif gaddan akkan kunuunsu,

Bakka daaraa shaashii,

Bakka gaddaa zayitii gammachuu,

Bakka hafuura gaddee uffata jajannaa akkan isaaniif kennu na ergeera.

Isaanis mukeetii qajeelummaa guguddaa taʼan,

Warra akka ulfina isaaf kennaniif* Yihowaan dhaabe sana jedhamanii ni waamamu.+

 4 Isaanis diiggaawwan bara durii deebisanii ni ijaaru;

Iddoowwan durii warra onanii turan deebisanii ni dhaabu,+

Magaalota barbadeeffaman,

Iddoowwan dhalootaa hamma dhalootaatti onanii turan deebisanii ni ijaaru.+

 5 “Warri ormaa kaʼanii bushaayeewwan keessan ni tiksu,

Namoonni biyya ormaas+ warra isiniif qotanii fi maasii wayinii keessan keessatti hojjetan ni taʼu.+

 6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+

Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu.

Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+

Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.

 7 Isin bakka qaanii gaʼee dachaa ni qabaattu,

Isaanis bakka salphinaa qooda argatanitti ni ililchu.

Eeyyee, isaan biyya isaanii keessatti gaʼee dachaa ni dhaalu.+

Gammachuun bara baraas kan isaanii ni taʼa.+

 8 Sababiin isaas, ani Yihowaan haqa nan jaalladha;+

Saamichaa fi jalʼina nan jibba.+

Amanamummaadhaan gatii isaanii isaaniif nan kenna,

Isaanii wajjinis kakuu bara baraa nan gala.+

 9 Sanyiin isaanii saboota gidduutti,

Ijoolleen isaaniis namoota gidduutti kan beekaman ni taʼu.+

Namni isaan argu hundi,

Isaan sanyii Yihowaan eebbise taʼuu isaanii ni hubata.”+

10 Ani Yihowaatti baayʼee nan gammada.

Guutummaan eenyummaa kootii* Waaqa kootti ni gammada.+

Sababiin isaas, inni uffata fayyinaa natti uwwiseera;+

Akkuma misirricha marata mataa isa kan lubaa fakkaatu+ marateetti,

Akkuma misirroo faayawwan ishiitiin of miidhagsiteettis,

Inni uffata* qajeelummaa natti mareera.

11 Akkuma lafti latiiwwan biqilchitutti,

Akkuma iddoon biqiltuu wanti irratti facaafame akka latu godhutti,

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaanis,

Qajeelummaanii+ fi ulfinni saboota hundumaa duratti akka latu ni godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi