LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 92
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan bara baraaf kan ol qabame dha

        • Hojii isaa isa guddaa fi yaada isaa isa gad fagoo (5)

        • ‘Namni qajeelaan akkuma mukaatti ni lalisa’ (12)

        • Maanguddoonni dagaaguu isaanii itti fufu (14)

Faarfannaa 92:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23

Faarfannaa 92:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 63:7

Faarfannaa 92:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 15:16; 25:6; 2Se 29:25

Faarfannaa 92:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:5; 145:4; Lal 3:11; Mul 15:3
  • +Iyo 26:14; Rom 11:33

Faarfannaa 92:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 14:1; 1Qo 2:14

Faarfannaa 92:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “margaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:35, 38; Er 12:1-3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 12

Faarfannaa 92:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:7; Fr 68:1

Faarfannaa 92:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gaanfa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:5

Faarfannaa 92:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:34

Faarfannaa 92:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 52:8; Isa 61:3; 65:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    8/2016, ful. 4

Faarfannaa 92:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 100:4

Faarfannaa 92:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yeroo harrii baasanitti.”

  • *

    Kal., “coomanitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:18; Fak 16:31; Isa 40:31; 46:4
  • +Er 17:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2007, ful. 18-25

Faarfannaa 92:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:4

Yaada Wal Simu

Far. 92:1Fr 50:23
Far. 92:2Isa 63:7
Far. 92:31Se 15:16; 25:6; 2Se 29:25
Far. 92:5Fr 40:5; 145:4; Lal 3:11; Mul 15:3
Far. 92:5Iyo 26:14; Rom 11:33
Far. 92:6Fr 14:1; 1Qo 2:14
Far. 92:7Fr 37:35, 38; Er 12:1-3
Far. 92:9Kes 28:7; Fr 68:1
Far. 92:10Fr 23:5
Far. 92:11Fr 37:34
Far. 92:12Fr 52:8; Isa 61:3; 65:22
Far. 92:13Fr 100:4
Far. 92:14Fr 71:18; Fak 16:31; Isa 40:31; 46:4
Far. 92:14Er 17:7, 8
Far. 92:15Kes 32:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 92:1-15

Faarfannaa

Faarfannaa. Faarfannaa guyyaa Sanbataa.

92 Yihowaadhaaf galata galchuun gaarii dha,+

Yaa Isa Hundaa Olii, maqaa keetiif faarfannaa galataa faarfachuun,*

 2 Ganama jaalala kee isa amanamaa,

Halkanis amanamummaa kee labsuun,+

 3 Meeshaa muuziqaa ribuu kudhan qabuu fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun,

Sagalee baganaa namatti toluunis+ faarfachuun gaarii dha.

 4 Yaa Yihowaa, gochawwan keetiin kan kaʼe na gammachiisteetta;

Hojiiwwan harka keetiitiin kan kaʼes nan ililcha.

 5 Yaa Yihowaa, hojiin kee akkam guddaa dha!+

Yaanni kee akkam gad fagoo dha!+

 6 Namni hubannaa hin qabne isa beekuu hin dandaʼu;

Namni gowwaanis kana hubachuu hin dandaʼu:+

 7 Hamoonni akka aramaatti* kan biqilan,

Warri balleessaa raawwatanis kan lalisan taʼus,

Bara baraaf ni balleeffamu.+

 8 Yaa Yihowaa, ati garuu bara baraaf kan ol qabamte dha.

 9 Yaa Yihowaa, miira injifannootiin gara diinota kee ilaali,

Diinonni kee akkamitti akka badan ilaali;

Warri balleessaa raawwatan hundi ni bittinnaaʼu.+

10 Ati garuu jabina* koo akkuma kan gafarsaatti ol ni qabda;

Anis zayitii haaraadhaan gogaa koo nan laaffisa.+

11 Ijji koo miira injifannootiin gara diinota koo ni ilaala;+

Gurri koos waaʼee kufaatii namoota hamoo warra na haleelanii ni dhagaʼa.

12 Namni qajeelaan garuu akkuma muka meexxiitti ni lalisa,

Akka gaattiraa Libaanonittis ni guddata.+

13 Isaan mana Yihowaa keessa dhaabamaniiru;

Mooraawwan Waaqa keenyaa keessattis ni lalisu.+

14 Bara dullumaatti* illee ni dagaagu;+

Akkuma jabaatanitti,* akkuma lalisanittis itti fufu,+

15 Isaan Yihowaan qajeelaa taʼuu isaa ni labsu.

Inni Qarsaa koo+ isa jalʼinni keessatti hin argamne dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi