LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 136
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Jaalalli Yihowaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata

        • Samii fi lafti ogummaadhaan tolfaman (5, 6)

        • Faraʼoon Galaana Diimaa keessatti duʼe (15)

        • Waaqni warra dhiphatan ni yaadata (23)

        • Uumama jiraataa hundumaatiif nyaata kenna (25)

Faarfannaa 136:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 18:19
  • +2Se 7:3; 20:21; Fr 106:1; 107:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 341-342

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

Faarfannaa 136:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:9; Dan 2:47

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

Faarfannaa 136:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

Faarfannaa 136:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11; Mul 15:3
  • +Fr 103:17

Faarfannaa 136:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Hubannaadhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:36; Fak 3:19, 20

Faarfannaa 136:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:9; Fr 24:1, 2

Faarfannaa 136:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:14

Faarfannaa 136:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:16; Er 31:35

Faarfannaa 136:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:3

Faarfannaa 136:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:29

Faarfannaa 136:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:51

Faarfannaa 136:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:14

Faarfannaa 136:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni kukkute.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21

Faarfannaa 136:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:29

Faarfannaa 136:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:27, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2020, ful. 5

Faarfannaa 136:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:18; 15:22

Faarfannaa 136:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 12:7, 8

Faarfannaa 136:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:21-24

Faarfannaa 136:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:33-35

Faarfannaa 136:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:33

Faarfannaa 136:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “salphifamnee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:36
  • +Nah 9:32

Faarfannaa 136:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:9; 6:9

Faarfannaa 136:25

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:15; 147:9

Yaada Wal Simu

Far. 136:1Luq 18:19
Far. 136:12Se 7:3; 20:21; Fr 106:1; 107:1
Far. 136:2Fr 97:9; Dan 2:47
Far. 136:4Bau 15:11; Mul 15:3
Far. 136:4Fr 103:17
Far. 136:5Iyo 38:36; Fak 3:19, 20
Far. 136:6Uma 1:9; Fr 24:1, 2
Far. 136:7Uma 1:14
Far. 136:8Uma 1:16; Er 31:35
Far. 136:9Fr 8:3
Far. 136:10Bau 12:29
Far. 136:11Bau 12:51
Far. 136:12Bau 13:14
Far. 136:13Bau 14:21
Far. 136:14Bau 14:29
Far. 136:15Bau 14:27, 28
Far. 136:16Bau 13:18; 15:22
Far. 136:17Iya 12:7, 8
Far. 136:19Lak 21:21-24
Far. 136:20Lak 21:33-35
Far. 136:21Lak 32:33
Far. 136:23Kes 32:36
Far. 136:23Nah 9:32
Far. 136:24Abo 3:9; 6:9
Far. 136:25Fr 145:15; 147:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 136:1-26

Faarfannaa

136 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

 2 Waaqa waaqoliitiif galata galchaa,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

 3 Gooftaa gooftotaatiif galata galchaa,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

 4 Isa qofatu dinqiiwwan guguddaa raawwata,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

 5 Ogummaadhaan* samiiwwan tolche,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

 6 Lafa bishaanota irra diriirse,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

 7 Ifawwan guguddaa tolche,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,

 8 Aduun guyyaa irratti aangoo akka qabaattu godhe,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,

 9 Addeessii fi urjiileen halkan irratti aangoo akka qabaatan godhe,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

10 Angafa warra Gibxii rukute,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

11 Israaʼeliin isaan gidduudhaa baase,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

12 Harka jabaa+ fi irree diriirfameen isaan baase,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

13 Galaana Diimaa bakka lamatti hire,*+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

14 Israaʼel isa gidduu akka darbu godhe,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

15 Fara’oonii fi raayyaa waraanaa isaa Galaana Diimaa keessatti darbate,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

16 Saba isaa lafa onaa keessa geggeesse,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

17 Mootota jajjaboo rukute,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

18 Mootota jajjaboo ajjeese,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,

19 Sihoon+ mootii Amoorotaa ni ajjeese,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,

20 Oog+ mootii Baashaanis ni ajjeese,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

21 Biyya isaanii dhaalaan ni kenne,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata,

22 Israaʼel isa tajaajilaa isaa taʼeef dhaalaan ni kenne,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

23 Yeroo dhiphannee* turretti nu yaadate,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

24 Yeroo baayʼee diinota keenya jalaa nu oolche,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

25 Uumama jiraataa* hundumaatiif nyaata ni kenna,+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

26 Waaqa samiiwwaniitiif galata galchaa,

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi