LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 86
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni akka Yihowaa hin jiru

        • Yihowaan dhiifama gochuuf qophaaʼaa dha (5)

        • Saboonni hundi Yihowaa ni waaqeffatu (9)

        • “Waaʼee daandii keetii na barsiisi” (11)

        • “Garaa koo tokko naaf godhi” (11)

Faarfannaa 86:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gad jedhii na dhaggeeffadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; Isa 66:2

Faarfannaa 86:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:28
  • +2Se 16:9

Faarfannaa 86:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:5
  • +Fr 57:1

Faarfannaa 86:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo waanan sitti ol kaaseef.”

  • *

    Ykn., “Lubbuu tajaajilaa keetii.”

Faarfannaa 86:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:8; 145:9; Luq 18:19
  • +Isa 55:7; Mik 7:18
  • +Fr 130:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2022, ful. 2-4

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 247, 312-323

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 56

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    8/2018, ful. 6

Faarfannaa 86:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

Faarfannaa 86:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 116:1
  • +Fr 18:6

Faarfannaa 86:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11; Fr 96:5; 1Qo 8:5, 6
  • +Kes 3:24; Fr 104:24

Faarfannaa 86:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 2:2, 3; Zak 14:9; Mul 7:9, 10
  • +Mul 15:4

Faarfannaa 86:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:18; Dan 6:27
  • +Kes 6:4; Fr 83:18; Isa 44:6; 1Qo 8:4

Faarfannaa 86:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa hin hihiramne naaf kenni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:11; 119:33; 143:8; Isa 54:13
  • +Fr 43:3
  • +Lal 12:13; Er 32:39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2020, ful. 8-13

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2018, ful. 10

Faarfannaa 86:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 22:37

Faarfannaa 86:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 33:28; Fr 56:13; 116:8

Faarfannaa 86:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo barbaada.”

  • *

    Ykn., “siin of dura hin kaaʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:12
  • +Fr 10:4; 54:3

Faarfannaa 86:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

  • *

    Ykn., “dhugaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6; Nah 9:17; Yon 4:2

Faarfannaa 86:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:16
  • +Fr 28:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2011, ful. 26-27

Faarfannaa 86:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ragaa.”

Yaada Wal Simu

Far. 86:1Fr 34:6; Isa 66:2
Far. 86:2Fr 37:28
Far. 86:22Se 16:9
Far. 86:3Fr 25:5
Far. 86:3Fr 57:1
Far. 86:5Fr 25:8; 145:9; Luq 18:19
Far. 86:5Isa 55:7; Mik 7:18
Far. 86:5Fr 130:7
Far. 86:6Fr 17:1
Far. 86:7Fr 116:1
Far. 86:7Fr 18:6
Far. 86:8Bau 15:11; Fr 96:5; 1Qo 8:5, 6
Far. 86:8Kes 3:24; Fr 104:24
Far. 86:9Isa 2:2, 3; Zak 14:9; Mul 7:9, 10
Far. 86:9Mul 15:4
Far. 86:10Fr 72:18; Dan 6:27
Far. 86:10Kes 6:4; Fr 83:18; Isa 44:6; 1Qo 8:4
Far. 86:11Fr 27:11; 119:33; 143:8; Isa 54:13
Far. 86:11Fr 43:3
Far. 86:11Lal 12:13; Er 32:39
Far. 86:12Mat 22:37
Far. 86:13Iyo 33:28; Fr 56:13; 116:8
Far. 86:142Sa 15:12
Far. 86:14Fr 10:4; 54:3
Far. 86:15Bau 34:6; Nah 9:17; Yon 4:2
Far. 86:16Fr 25:16
Far. 86:16Fr 28:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 86:1-17

Faarfannaa

Kadhannaa Daawit.

86 Yaa Yihowaa, cunqurfamaa fi hiyyeessa waanan taʼeef,

Gurra kee natti qabi,* deebiis naaf kenni.+

 2 Amanamaa waanan taʼeef, lubbuu koo eegi.+

Waaqa koo waan taateef,

Ana tajaajilaa kee isa sitti amanamu oolchi.+

 3 Guyyaa guutuu waanan si waammadhuuf,+

Yaa Yihowaa, gaarummaa natti argisiisi.+

 4 Yaa Yihowaa, gara keetti waanan garagaleef,*

Ana tajaajilaa kee* gammachiisi.

 5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+

Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+

 6 Yaa Yihowaa, kadhannaa koo dhaggeeffadhu;

Kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheessus xiyyeeffannaadhaan dhagaʼi.+

 7 Deebii waan naa kennituuf,+

Guyyaa dhiphina kootiitti sin waammadha.+

 8 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii hin jiru,+

Hojiin kan akka hojii keetiis hin jiru.+

 9 Yaa Yihowaa, saboonni ati tolchite hundi,

Dhufanii si duratti ni sagadu,+

Maqaa keetiifis ulfina ni kennu.+

10 Sababiin isaas, ati guddaa dha, wantoota dinqisiisoo taʼanis ni raawwatta;+

Ati Waaqa dha, si malee kan biraan hin jiru.+

11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+

Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+

Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+

12 Yaa Waaqa koo Yihowaa, garaa koo guutuudhaan sin jajadha,+

Maqaa keetiifis bara baraaf ulfina nan kenna;

13 Sababiin isaas, jaalalli amanamaan ati natti argisiiste guddaa dha,

Lubbuu koos Awwaala* gad fagoo irraa oolchiteetta.+

14 Yaa Waaqayyo, namoonni of tuulan ana irratti kaʼu;+

Tuutni namoota gara jabeeyyii lubbuu koo balleessuu barbaada,*

Isaan siif ulfina hin kennan.*+

15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,

Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+

16 Gara kootti garagali, gaarummaas natti argisiisi.+

Tajaajilaa keetiif jabina kee kenni,+

Ilma garbittii teetiis oolchi.

17 Warri na jibban isa arganii akka qaanaʼaniif,

Mallattoo* gaarummaa keetii natti argisiisi.

Sababiin isaas, yaa Yihowaa, ati isa na gargaaruu fi na jajjabeessu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi