LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 57
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Namni qajeelaa fi namoonni amanamoon badaniiru (1, 2)

      • Sagaagalummaan hafuuraa Israaʼel ni saaxilame (3-13)

      • Warra rakkatoo jajjabeessuu (14-21)

        • Hamoonni akkuma galaana gabii hin qabnee ti (20)

        • Hamoonni nagaa hin qaban (21)

Isaayyaas 57:1

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, duʼaan.

  • *

    Ykn tarii, “Rakkina irraa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 7:2

Isaayyaas 57:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, awwaala keessatti.

Isaayyaas 57:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:4; 30:9

Isaayyaas 57:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:2; 1Mo 14:22, 23; Isa 1:29
  • +2Mo 16:1, 3; Er 7:31

Isaayyaas 57:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “laga gogaa.”

  • *

    Ykn., “wantoota kanaan of jajjabeessuun qabaa?”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:9
  • +Er 7:18

Isaayyaas 57:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 2:20; His 16:16; 23:17
  • +His 20:28

Isaayyaas 57:8

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii waaqeffannaa waaqolii tolfamoo kan argisiisu taʼuu dandaʼa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 16:25, 33; 23:18

Isaayyaas 57:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “mootichatti.”

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Isaayyaas 57:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Kan hin bututne.”

Isaayyaas 57:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dhimmoota tokko tokko hoo hin dhoksinee?”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:9, 10; 59:3
  • +Isa 1:3; Er 2:32; 9:3
  • +Isa 42:24, 25
  • +Fr 50:21

Isaayyaas 57:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 58:2
  • +Isa 66:3
  • +Er 7:4; Mik 3:4

Isaayyaas 57:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 10:14; Isa 42:17
  • +Isa 56:6, 7; 66:20; His 20:40; Yoe 3:17

Isaayyaas 57:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:8; 40:3; 62:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2023, ful. 16-19

Isaayyaas 57:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 21:33; Fr 90:2; Isa 40:28; 1Xi 1:17
  • +Bau 15:11; Luq 1:46, 49
  • +1Mo 8:27
  • +Fr 34:18; 147:3; Isa 61:1; 66:2

Isaayyaas 57:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:9; Mik 7:18
  • +Iyo 34:14, 15

Isaayyaas 57:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 6:13; 8:10
  • +Er 3:14

Isaayyaas 57:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jajjabinaan nan kiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 33:6; Hos 14:4
  • +Isa 49:10
  • +Isa 12:1; 61:2; Fru 1:4

Isaayyaas 57:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:18; Efe 2:17

Isaayyaas 57:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:9; Isa 3:11

Yaada Wal Simu

Isa. 57:1Mik 7:2
Isa. 57:4Isa 1:4; 30:9
Isa. 57:5Kes 12:2; 1Mo 14:22, 23; Isa 1:29
Isa. 57:52Mo 16:1, 3; Er 7:31
Isa. 57:6Er 3:9
Isa. 57:6Er 7:18
Isa. 57:7Er 2:20; His 16:16; 23:17
Isa. 57:7His 20:28
Isa. 57:8His 16:25, 33; 23:18
Isa. 57:11Isa 30:9, 10; 59:3
Isa. 57:11Isa 1:3; Er 2:32; 9:3
Isa. 57:11Isa 42:24, 25
Isa. 57:11Fr 50:21
Isa. 57:12Isa 58:2
Isa. 57:12Isa 66:3
Isa. 57:12Er 7:4; Mik 3:4
Isa. 57:13Abo 10:14; Isa 42:17
Isa. 57:13Isa 56:6, 7; 66:20; His 20:40; Yoe 3:17
Isa. 57:14Isa 35:8; 40:3; 62:10
Isa. 57:15Uma 21:33; Fr 90:2; Isa 40:28; 1Xi 1:17
Isa. 57:15Bau 15:11; Luq 1:46, 49
Isa. 57:151Mo 8:27
Isa. 57:15Fr 34:18; 147:3; Isa 61:1; 66:2
Isa. 57:16Fr 103:9; Mik 7:18
Isa. 57:16Iyo 34:14, 15
Isa. 57:17Er 6:13; 8:10
Isa. 57:17Er 3:14
Isa. 57:18Er 33:6; Hos 14:4
Isa. 57:18Isa 49:10
Isa. 57:18Isa 12:1; 61:2; Fru 1:4
Isa. 57:19Isa 48:18; Efe 2:17
Isa. 57:21Fak 13:9; Isa 3:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 57:1-21

Isaayyaas

57 Namni qajeelaan badeera,

Garuu eenyu iyyuu kana hin qalbeeffanne.

Namoonni amanamoon fudhatamaniiru,*+

Garuu eenyu iyyuu namni qajeelaan

Rakkinaan kan kaʼe* fudhatamuu isaa hin hubanne.

 2 Inni nagaa ni argata.

Warri qajeelinaan deddeebiʼan hundi siree isaanii irratti* ni boqotu.

 3 “Yaa ilmaan ishii falfala raawwattu sanaa,

Yaa ijoollee ejjituu fi sagaagaltuu sanaa,

Isin garuu as dhihaadhaa,

 4 Eenyutti qoosaa jirtu?

Afaan keessan balʼistanii kan bantanii fi arraba keessan kan baastan eenyu irratti?

Isin ijoollee yakkaa,

Ijoollee sobaa kan taatan,+

 5 Isin warra mukeetii guguddaa gidduutti,

Muka lalisaa hundumaa jalattis kajeellaadhaan gubattan,+

Warra sulula* keessatti,

Baqaqaa kattaa keessattis ijoollee gorraatan mitii?+

 6 Gaʼeen kee dhagoota cululuqoo sulula* keessa jirani dha.+

Eeyyee, carraan kee kanneen kana dha.

Ati isaaniif illee aarsaa dhugaatii ni dhangalaasta, kennaawwanis ni dhiheessita.+

Ani wantoota kanatti gammaduun qabaa?*

 7 Ati gaara dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irratti siree kee ni afatte,+

Aarsaa dhiheessuufis achitti ol ni baate.+

 8 Balbalaa fi maqaanii duuba siidaa yaadannoo kee ni dhaabde.

Na dhiiste, uffata kees of irraa baaste;

Ol ni baate, siree kees ni balʼifatte.

Isaanii wajjinis kakuu galte.

Isaanii wajjin siree isaanii irra ciisuu jaallatte,+

Qaama saalaa dhiiraas xiyyeeffannaadhaan ilaalte.*

 9 Zayitii qabattee,

Urgooftuu hedduus qabattee gara Meeleekitti* gad ni buute.

Gara Awwaalaatti* gad buʼuuf jettee,

Ergamtoota kee fagootti ni ergite.

10 Daandiiwwan kee hedduu duukaa buʼuuf ni dhamaate,

Garuu, ‘Kun abdii hin qabu!’ hin jenne.

Ati humna haaraa ni argatte.

Abdiis kan hin kutanne* kanaafi.

11 Soba kan jalqabde,+

Eenyuun sodaattee ti? Kan si naasise hoo eenyu?

Ati na hin yaadanne.+

Homaas hin qalbeeffanne.+

Ani calluma hin jennee? Dubbachuu irraa hoo of hin qusannee?*+

Kanaafuu, ati na hin sodaanne.

12 Ani ‘qajeelummaan’+ kee fi hojiiwwan+ kee akka beekaman nan godha,

Isaanis faayidaa siif hin argamsiisan.+

13 Yommuu gargaarsa argachuuf iyyattutti,

Waaqolii tolfamoon walitti qabatte si hin oolchan.+

Bubbeen hunduma isaanii fudhatee sokka,

Hafuurri afaanii baʼus isaan haree sokka,

Namni anatti kooluu galu garuu biyyattii ni dhaala,

Gaara koo isa qulqulluus kan ofii godhata.+

14 ‘Ijaaraa, daandii ijaaraa! Daandii qopheessaa!+

Gufuu kam iyyuu daandii saba kootii irraa balleessaa’ ni jedhama.”

15 Sababiin isaas, inni Ol Kaʼaan,

Inni bara baraaf jiraatuu+ fi maqaan isaa qulqulluu+ taʼe akkana jedha:

“Ani iddoo ol kaʼaa fi iddoo qulqulluu keessan jiraadha,+

Haa taʼu malee, hafuura warra rakkatoo haaressuuf,

Garaa warra caccabaniis haaressuuf,

Warra caccabanii fi warra gaddanii wajjinis nan taʼa.+

16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormu

Yookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+

Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+

Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.

17 Inni cubbamaa taʼuu isaatiin buʼaa sirrii hin taane argachuuf yaalii gochuu isaatti nan aare,+

Kanaafuu, isa nan rukute, fuula koo nan dhokse, nan dheekkames.

Inni garuu daandii garaa isaa hordofuudhaan gantuu taʼuu isaa itti fufe.+

18 Ani daandiiwwan isaa argeera,

Garuu isa nan fayyisa,+ isa nan geggeessa,+

Isaa fi namoota isaa warra gaddanis deebisee nan jajjabeessa.”*+

19 “Ani firii hidhii nan uuma.

Isa fagoo jiruufis, isa dhihoo jiruufis nagaan wal irraa hin cinne ni kennama,+

Anis isa nan fayyisa” jedha Yihowaan.

20 “Hamoonni garuu akkuma galaana gabii hin qabnee fi cal jechuu hin dandeenyee ti,

Bishaanonni isaas biqiltuu galaanaa fi dhoqqee ol ni baasu.

21 Hamoonni nagaa hin qaban”+ jedha Waaqni koo.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi