LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 24:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Murtii nama biyya ormaa yookiin mucaa abbaa hin qabnee* hin jalʼisin;+ uffata dubartii abbaan manaa irraa duʼee liqiidhaaf qabsiisa gootee hin fudhatin.+

  • Faarfannaa 82:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Isa rakkataa fi isa abbaa hin qabneef falmaa.*+

      Isa gargaarsa hin qabnee fi rakkina irra buʼeef haqaan murtii kennaa.+

  • Zakkaariyaas 7:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Haqaan murtii kennaa;+ jaalala amanamaa+ fi gara laafina walitti argisiisaa. 10 Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne,*+ nama biyya ormaa+ yookiin hiyyeessa hin gowwoomsinaa;+ garaa keessan keessattis waan hamaa wal irratti hin yaadinaa.’+

  • Yaaqoob 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi