LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa qajeelfamaa fi dhiifama argachuuf dhihaate

        • “Daandii kee na barsiisi” (4)

        • ‘Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabaachuu’ (14)

        • ‘Cubbuu koo hundumaa naaf dhiisi’ (18)

Faarfannaa 25:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo sitti ol nan kaasa.”

Faarfannaa 25:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:3
  • +Rom 10:11
  • +Fr 41:11

Faarfannaa 25:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:6
  • +Fr 31:17

Faarfannaa 25:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:13; Fr 86:11; 143:8
  • +Fr 27:11

Faarfannaa 25:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 43:3

Faarfannaa 25:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Warra bara duriitii jalqabee jiran.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:6; Isa 55:3
  • +Fr 103:17; 136:1

Faarfannaa 25:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:19; Fr 27:13
  • +Fr 6:4; 51:1

Faarfannaa 25:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 92:15; 119:68; 145:9; HoE 14:17
  • +Fr 119:33; Isa 30:20; Mik 4:2

Faarfannaa 25:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “haqa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 2:3
  • +Fr 32:8

Faarfannaa 25:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 29:1
  • +Fr 19:7

Faarfannaa 25:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:3; 79:9; 109:21; 143:11; His 36:22; Dan 9:19; Mat 6:9

Faarfannaa 25:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 111:10
  • +Fr 37:23

Faarfannaa 25:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:19
  • +Fr 37:11

Faarfannaa 25:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:32; Yoh 15:15
  • +Uma 18:17; 22:17; Amo 3:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 18-19

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2011, ful. 18-19

Faarfannaa 25:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:3; 124:6-8
  • +Fr 141:8

Faarfannaa 25:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:21

Faarfannaa 25:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:12
  • +Fr 32:5; 51:9

Faarfannaa 25:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:8; 121:7

Faarfannaa 25:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:34
  • +Fr 41:12

Faarfannaa 25:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “furi.”

Yaada Wal Simu

Far. 25:2Isa 26:3
Far. 25:2Rom 10:11
Far. 25:2Fr 41:11
Far. 25:3Fr 69:6
Far. 25:3Fr 31:17
Far. 25:4Bau 33:13; Fr 86:11; 143:8
Far. 25:4Fr 27:11
Far. 25:5Fr 43:3
Far. 25:6Bau 34:6; Isa 55:3
Far. 25:6Fr 103:17; 136:1
Far. 25:7Bau 33:19; Fr 27:13
Far. 25:7Fr 6:4; 51:1
Far. 25:8Fr 92:15; 119:68; 145:9; HoE 14:17
Far. 25:8Fr 119:33; Isa 30:20; Mik 4:2
Far. 25:9Sef 2:3
Far. 25:9Fr 32:8
Far. 25:10Kes 29:1
Far. 25:10Fr 19:7
Far. 25:11Fr 31:3; 79:9; 109:21; 143:11; His 36:22; Dan 9:19; Mat 6:9
Far. 25:12Fr 111:10
Far. 25:12Fr 37:23
Far. 25:13Fr 31:19
Far. 25:13Fr 37:11
Far. 25:14Fak 3:32; Yoh 15:15
Far. 25:14Uma 18:17; 22:17; Amo 3:7
Far. 25:15Fr 91:3; 124:6-8
Far. 25:15Fr 141:8
Far. 25:17Fr 73:21
Far. 25:182Sa 16:12
Far. 25:18Fr 32:5; 51:9
Far. 25:20Fr 17:8; 121:7
Far. 25:21Fr 37:34
Far. 25:21Fr 41:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 25:1-22

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

א [Aleef]

25 Yaa Yihowaa, ani gara keetti nan garagala.*

ב [Beet]

 2 Yaa Waaqa koo, ani sittan amanama;+

Na hin qaanessin.+

Diinonni koo rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin godhin.+

ג [Giimel]

 3 Namni si abdatu kam iyyuu matumaa hin qaanaʼu,+

Warra sababa malee haxxummaa raawwatan garuu qaaniitu eeggata.+

ד [Daalet]

 4 Yaa Yihowaa, karaa kee na beeksisi;+

Daandii kee na barsiisi.+

ה [Hii]

 5 Ati Waaqa fayyinaa koo waan taateef,

Dhugaa kee keessa akkan deddeebiʼu godhi, na barsiisis.+

ו [Waaw]

Guyyaa guutuu ani sin abdadha.

ז [Zaayin]

 6 Yaa Yihowaa, gara laafina kee fi jaalala kee isa amanamaa,+

Yeroo hunda argisiistu* sana yaadadhu.+

ח [Heet]

 7 Cubbuun bara dargaggummaatti raawwadhee fi balleessaa koo hin yaadatin.

Yaa Yihowaa, gaarummaa keetiif jedhiitii,+

Akka jaalala kee isa amanamaatti na yaadadhu.+

ט [Teet]

 8 Yihowaan gaarii fi qajeelaa dha.+

Cubbamoonni daandii jireenyaa irra akka deeman kan barsiisu kanaafi.+

י [Yood]

 9 Inni garraamota karaa sirrii* taʼe irra ni geggeessa,+

Daandii isaas isaan barsiisa.+

כ [Kaaf]

10 Warra kakuu+ isaa fi yaadachiisawwan+ isaa eeganiif,

Daandiiwwan Yihowaa hundi jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa mulʼisu.

ל [Laamed]

11 Yaa Yihowaa, dogoggorri koo guddaa taʼus,

Maqaa keetiif jedhii+ naaf dhiisi.

מ [Meem]

12 Namni Yihowaa sodaatu eenyu?+

Waaqayyo waaʼee daandii inni filachuu qabuu isa ni barsiisa.+

נ [Nuun]

13 Inni* wanta gaarii taʼe ni argata,+

Sanyiiwwan isaas lafa ni dhaalu.+

ס [Saamek]

14 Warri isa sodaatan Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabu,+

Innis kakuu isaa isaan beeksisa.+

ע [Ayiin]

15 Inni miilli koo kiyyoo irraa walaba akka taʼu waan godhuuf,+

Ijji koo yeroo hunda gara Yihowaa ni ilaala.+

פ [Pee]

16 Ani koʼeessaa fi gargaaraa kan hin qabne waanan taʼeef,

Fuula kee gara kootti naannessi, gaarummaas natti argisiisi.

צ [Tsadee]

17 Dhiphinni garaa kootii baayʼateera;+

Yaaddoo koo irraa bilisa na baasi.

ר [Reesh]

18 Dhiphina koo fi rakkina koo ilaali,+

Cubbuu koo hundumaas naaf dhiisi.+

19 Diinonni koo hammam akka baayʼatan,

Jibbi isaan naaf qabanis hammam guddaa akka taʼe ilaali.

ש [Shiin]

20 Lubbuu koo eegi, na oolchis.+

Ani kooluu waanan sitti galeef, na hin qaanessin.

ת [Taaw]

21 Ani waanan si abdadhuuf,+

Amanamummaa fi qajeelummaan koo na haa eegan.+

22 Yaa Waaqayyo, dhiphina isaa hundumaa irraa Israaʼeliin oolchi.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi