LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Murtii Gibxii irratti dabarfame (1-15)

      • Gibxiin Yihowaa ni beekti (16-25)

        • Gibxii keessa Yihowaadhaaf iddoon aarsaa ni jiraata (19)

Isaayyaas 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 25:17, 19; His 29:2; Yoe 3:19
  • +Bau 12:12; Er 43:12; 46:25; His 30:13

Isaayyaas 19:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 19:11, 13
  • +Isa 8:19; HoE 16:16; Mul 18:23

Isaayyaas 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 20:3, 4; Er 46:25, 26; His 29:19

Isaayyaas 19:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 30:12; Zak 10:11

Isaayyaas 19:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 2:3

Isaayyaas 19:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 11:10
  • +His 29:10

Isaayyaas 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 9:25, 31; Fak 7:16

Isaayyaas 19:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun isaanii ni gadda.”

Isaayyaas 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:12; His 30:14
  • +Isa 44:25

Isaayyaas 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:8; 1Mo 4:30; HoE 7:22

Isaayyaas 19:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Memfiis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 46:14; His 30:13

Isaayyaas 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 12:20, 24; Isa 19:3

Isaayyaas 19:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “damee muka meexxiitiifis taʼe shomboqqoodhaaf.”

Isaayyaas 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:15

Isaayyaas 19:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 20:3, 4; Er 25:17, 19; 43:10, 11; His 29:6

Isaayyaas 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 43:4, 7; 44:1

Isaayyaas 19:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 19:1; Er 46:13

Isaayyaas 19:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:16; 35:8; 40:3

Isaayyaas 19:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 2:11

Isaayyaas 19:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:9; Fr 115:12; Isa 61:9

Yaada Wal Simu

Isa. 19:1Er 25:17, 19; His 29:2; Yoe 3:19
Isa. 19:1Bau 12:12; Er 43:12; 46:25; His 30:13
Isa. 19:3Isa 19:11, 13
Isa. 19:3Isa 8:19; HoE 16:16; Mul 18:23
Isa. 19:4Isa 20:3, 4; Er 46:25, 26; His 29:19
Isa. 19:5His 30:12; Zak 10:11
Isa. 19:6Bau 2:3
Isa. 19:7Kes 11:10
Isa. 19:7His 29:10
Isa. 19:9Bau 9:25, 31; Fak 7:16
Isa. 19:11Fr 78:12; His 30:14
Isa. 19:11Isa 44:25
Isa. 19:12Uma 41:8; 1Mo 4:30; HoE 7:22
Isa. 19:13Er 46:14; His 30:13
Isa. 19:14Iyo 12:20, 24; Isa 19:3
Isa. 19:16Isa 11:15
Isa. 19:17Isa 20:3, 4; Er 25:17, 19; 43:10, 11; His 29:6
Isa. 19:18Er 43:4, 7; 44:1
Isa. 19:22Isa 19:1; Er 46:13
Isa. 19:23Isa 11:16; 35:8; 40:3
Isa. 19:24Zak 2:11
Isa. 19:25Kes 32:9; Fr 115:12; Isa 61:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 19:1-25

Isaayyaas

19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+

Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira.

Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+

Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.

 2 “Ani warra Gibxii warra Gibxii irratti nan kaasa,

Isaanis wal waraanu,

Tokkoon tokkoon namaa obboleessa isaa fi ollaa isaa irratti,

Magaalaan magaalaa irratti, mootummaanis mootummaa irratti waraana ni bana.

 3 Hafuurri Gibxii ishii keessatti ni jeeqama,

Anis karoorawwan ishii nan fashaleessa.+

Isaan gara waaqolii gatii hin qabnetti,

Gara warra dawweessanitti, gara eker dubbistootaa fi gara raagdotaatti ni garagalu.+

 4 Biyya Gibxii gooftaa gara jabeessa taʼetti dabarsee nan kenna,

Mootiin hamaanis isaan ni bulcha”+ jedha Gooftaa dhugaan, Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

 5 Bishaan galaanichaa ni goga,

Lagichis ni waxalama, ni gogas.+

 6 Lageen ni ajaaʼu;

Boʼoowwan Abbayyaa warri Gibxii keessa jiranis ni hirʼatu, ni waxalamus.

Shomboqqoowwanii fi caffeewwan ni tortoru.+

 7 Biqiltoonni Laga Abbayyaa biratti, qarqara Abbayyaatti argaman,

Akkasumas lafti qarqara Abbayyaatti argamuu fi sanyiin irratti facaafame+ hundi ni goga.+

Inni bubbeedhaan ni fudhatama, sana boodas hin jiraatu.

 8 Warri qurxummii kiyyeessan ni gaddu,

Warri kiyyoo qurxummii Abbayyaa keessatti darbatan gaddanii ni booʼu,

Warri saaphana isaanii bishaanicha irratti diriirsanis ni xiqqaatu.

 9 Warri muka talbaa+ irraa uffata hojjetan,

Warri muka nama wayyaa dhaʼuu irratti uffata adii tolchanis ni qaaneffamu.

10 Namoonni ishii warri uffata dhaʼan ni caccabu;

Warri mindeeffamanii hojjetan hundis ni gaddu.*

11 Bulchitoonni Zoʼaan+ gowwoota dha.

Gorsitoonni Faraʼoon warri hunda caalaa ogeeyyii taʼan gorsa sirrii hin taane kennu.+

Isin akkamitti Faraʼooniin,

“Ani sanyii ogeeyyii ti,

Ani sanyii mootota durii ti” jettu?

12 Maarree namoonni kee warri ogeeyyiin eessa jiru?+

Isaan Gibxii ilaalchisee wanta Yihowaan Gooftaan Raayyaa murteesse beeku yoo taʼe sitti haa himan.

13 Bulchitoonni Zoʼaan gocha gowwummaa raawwataniiru;

Bulchitoonni Noof*+ gowwoomfamaniiru;

Ajajjoonni gosootaa ishiis Gibxii karaa irraa jalʼisaniiru.

14 Yihowaan hafuura burjaajaʼuu ishii irratti dhangalaaseera;+

Akkuma namni machaaʼe hooqqisa isaa keessa gatantarutti

Isaan wanta Gibxiin gootu hundumaatiin karaa irraa ishii jalʼisaniiru.

15 Gibxiin mataadhaafis taʼe eegeedhaaf, dameedhaafis taʼe caffeedhaaf,*

Wanta gootu tokko illee hin qabaattu.

16 Guyyaa sanatti warri Gibxii harka isa sodaachisaa Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaan irratti kaasuun kan kaʼe akkuma dubartootaa ni taʼu, ni hollatu, ni sodaatus.+ 17 Biyyi Yihudaas Gibxii ni sodaachisti. Murtoo Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaan irratti dabarseen kan kaʼe, yommuu maqaan ishii dhaʼamu illee ni sodaatu.+

18 Guyyaa sanatti biyya Gibxii keessatti magaalonni afaan Kanaʼaan+ dubbatanii fi Yihowaa Gooftaa Raayyaatiif amanamoo taʼuuf kakatan shan ni jiraatu. Magaalaan tokko Magaalaa Diiguu jedhamtee ni waamamti.

19 Guyyaa sanatti biyya Gibxii gidduutti Yihowaadhaaf iddoon aarsaa tokko ni jiraata; daangaa ishii irrattis Yihowaadhaaf siidaan tokko ni dhaabama. 20 Innis biyya Gibxii keessatti Yihowaa Gooftaa Raayyaatiif mallattoo fi ragaa ni taʼa; isaan warra isaan cunqursaniin kan kaʼe gara Yihowaatti ni iyyatu; innis fayyisaa guddicha isa isaan fayyisu isaaniif ni erga. 21 Yihowaan warra Gibxii biratti kan beekame ni taʼa, warri Gibxiis guyyaa sanatti Yihowaa ni beeku; isaan aarsaawwan ni dhiheessu, kennaawwan ni kennu, Yihowaadhaaf wareega ni wareegu, wareega sanas ni raawwatu. 22 Yihowaan Gibxii ni rukuta;+ ishii ni rukuta, ni fayyisas; isaan gara Yihowaatti ni deebiʼu, innis kadhannaa isaaniitiif deebii ni kenna, isaan ni fayyisas.

23 Guyyaa sanatti daandii guddaan Gibxii irraa gara Asooritti geessu tokko ni jiraata.+ Yeroo sanatti Asoor gara Gibxii, Gibxiinis gara Asoor ni dhufti; Gibxiin Asoorii wajjin Waaqayyoon ni tajaajilti. 24 Guyyaa sanatti Israaʼel sadaffaa taatee Gibxii fi Asoorii wajjin+ lafaaf eebba ni taati; 25 sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa, “Gibxiin ishiin saba koo taate, Asoor ishiin hojii harka kootii taate, Israaʼel ishiin dhaala koo taates haa eebbifaman”+ jedhee ishii ni eebbisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi