LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Maatewos

      • Yesuus duʼaa kaafame (1-10)

      • Loltoonni akka soban mattaʼaan ni kennameef (11-15)

      • Hojii barattoota akka godhan kenname (16-20)

Maatewos 28:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 16:1; Luq 24:1, 10; Yoh 20:1

Maatewos 28:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 16:4, 5; Luq 24:2, 4

Maatewos 28:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:10

Maatewos 28:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 16:6

Maatewos 28:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 16:21; 17:22, 23; 1Qo 15:3, 4

Maatewos 28:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:32; 28:16; Mar 14:28
  • +Mar 16:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 2-3

Maatewos 28:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 16:8; Luq 24:9

Maatewos 28:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 196

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2020, ful. 6

    1/2020, ful. 2

    Dammaqaa!,

    10/2013, ful. 10-11

Maatewos 28:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:65

Maatewos 28:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:64

Maatewos 28:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “isa ni amansiisna.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 305

Maatewos 28:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:32
  • +1Qo 15:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2019, ful. 14

Maatewos 28:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 1:20, 21; Flp 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 110

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 106

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 10-11

Maatewos 28:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:8; Rom 10:18; 11:13; Mul 14:6
  • +HoE 2:38; 8:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 101-103, 109, 110-111

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 81, 110

    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman, mataduree 47

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 3

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 21

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2020, ful. 9-12

    1/2020, ful. 2-7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2019, ful. 14-19

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2018, ful. 5, 9

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    4/2018, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2016, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2010, ful. 10-14

    2/1/2006, ful. 23-24

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 112-115

Maatewos 28:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:20; 1Qo 11:23; 2Ph 3:1, 2; 1Yo 3:23
  • +Mat 13:39, 49; 24:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 101-103, 109, 112-113

    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman, mataduree 47

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2021, ful. 3

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 21

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2020, ful. 2-6, 13-14

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2015, ful. 26-27

    7/15/2013, ful. 10

    2/15/2009, ful. 26-27

    Yesuus—Karaa, ful. 310

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2074

Yaada Wal Simu

Mat. 28:1Mar 16:1; Luq 24:1, 10; Yoh 20:1
Mat. 28:2Mar 16:4, 5; Luq 24:2, 4
Mat. 28:3HoE 1:10
Mat. 28:5Mar 16:6
Mat. 28:6Mat 16:21; 17:22, 23; 1Qo 15:3, 4
Mat. 28:7Mat 26:32; 28:16; Mar 14:28
Mat. 28:7Mar 16:7
Mat. 28:8Mar 16:8; Luq 24:9
Mat. 28:11Mat 27:65
Mat. 28:13Mat 27:64
Mat. 28:16Mat 26:32
Mat. 28:161Qo 15:6
Mat. 28:18Efe 1:20, 21; Flp 2:9
Mat. 28:19HoE 1:8; Rom 10:18; 11:13; Mul 14:6
Mat. 28:19HoE 2:38; 8:12
Mat. 28:20HoE 20:20; 1Qo 11:23; 2Ph 3:1, 2; 1Yo 3:23
Mat. 28:20Mat 13:39, 49; 24:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Maatewos 28:1-20

Wangeela Maatewos

28 Sanbanni erga darbee booda, guyyaa jalqabaa torban sanaatti, Maariyaam ishiin Magdalaa fi Maariyaam ishiin kan biraan awwaalicha ilaaluuf ganama barii dhufan.+

2 Kunoo, kirkirri lafaa guddaan ni taʼe; sababiin isaas, maleekaan Yihowaa* samii irraa gad buʼee dhagicha gangalchee ture; innis dhagicha irra taaʼe.+ 3 Maleekaan sun bifti isaa akka bakakkaa ni ifa ture; uffanni isaas akka cabbii adii ture.+ 4 Eegdonni sunis baayʼee waan isa sodaataniif, hollatanii akka nama duʼee taʼan.

5 Maleekaan sun garuu dubartoota sanaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa, Yesuus isa muka irratti fannifamee ture sana barbaadaa akka jirtan ani beeka.+ 6 Inni akkuma jedhee ture duʼaa waan kaafameef amma as hin jiru.+ Kottaa, bakka reeffi isaa kaaʼamee ture ilaalaa. 7 Egaa dafaa dhaqaatii, ‘Inni duʼaa kaʼeera, isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa;+ isin achitti isa ni argitu’ jedhaatii barattoota isaatti himaa. Wantan isinitti hime hin irraanfatinaa.”+

8 Kanaafuu, dubartoonni sun yeruma sana awwaala yaadannoo sana biraa kaʼanii, sodaa fi gammachuu guddaadhaan barattoota isaatti himuuf fiigaa deeman.+ 9 Yeroo kanatti Yesuus isaanitti dhufee, “Nagaan isiniif haa taʼu!” jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii miila isaa qabatanii isaaf sagadan. 10 Achiis Yesuus, “Hin sodaatinaa! Dhaqaatii gara Galiilaa akka dhaqan obboloota kootti himaa; isaan achitti na argu” isaaniin jedhe.

11 Utuu isaan deemaa jiraniis, eegdonni+ tokko tokko gara magaalaa dhaqanii wanta taʼe hunda dura buutota lubootaatti himan. 12 Isaanis maanguddootaa wajjin walitti qabamanii erga mariʼatanii booda, loltoota sanaaf saantima meetii hedduu kennanii 13 akkana isaaniin jedhan: “‘Barattoonni isaa halkan dhufanii utuu nuti rafaa jirruu reeffa isaa hatan’ jedhaa.+ 14 Wanti kun gurra bulchaa sanaa yoo buʼe, nuti dhimmicha isaaf ni ibsina;* hin yaaddaʼinaa.” 15 Kanaafuu, isaan saantima meetii sana fudhatanii akkuma ajajaman godhan; oduun kunis hanga harʼaatti Yihudoota biratti balʼinaan odeeffama.

16 Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa+ keessatti argamuu fi Yesuus achitti akka wal argan isaanitti hime+ sanaa dhaqan. 17 Yommuu isa arganis isaaf sagadan; tokko tokko garuu isa taʼuu isaa shakkan. 18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+ 19 Kanaafuu, dhaqaatii saboota hundumaa keessaa+ namoota barattoota koo godhaa; maqaa Abbaatiin, maqaa Ilmaa fi maqaa hafuura qulqulluutiin isaan cuuphaa;+ 20 wanta ani isin ajaje+ hunda akka eeganis isaan barsiisaa. Kunoo, ani hanga dhuma sirna* kanaatti+ guyyaa hundumaa isinii wajjinan jira.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi