LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 50
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni isa amanamaa fi isa hamaa gidduutti murtii ni kenna

        • Aarsaadhaan Waaqaa wajjin kakuu galuu (5)

        • “Waaqayyo Abbaa Murtii” ti (6)

        • Horiin hundi kan Waaqaa ti (10, 11)

        • Waaqni hamoota ni saaxila (16-21)

Faarfannaa 50:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 25:1

Faarfannaa 50:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bahaa hamma dhihaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:3

Faarfannaa 50:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 48:2; Fru 2:15

Faarfannaa 50:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:6
  • +Bau 19:18; Dan 7:9, 10; Ibr 12:29
  • +Fr 97:3, 4

Faarfannaa 50:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:2
  • +Kes 30:19; 32:1; Isa 1:2

Faarfannaa 50:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:8

Faarfannaa 50:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 75:7

Faarfannaa 50:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:30; Fr 81:8
  • +Bau 20:2

Faarfannaa 50:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 15:22; Isa 1:11; Er 7:22, 23; Hos 6:6

Faarfannaa 50:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Korbeeyyii reʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:7

Faarfannaa 50:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:14; HoE 17:24

Faarfannaa 50:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:41

Faarfannaa 50:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:14; Iyo 41:11; 1Qo 10:26

Faarfannaa 50:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:6-8

Faarfannaa 50:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:30, 31; Fak 21:3; Hos 6:6; Ibr 13:15
  • +Kes 23:21; Fr 76:11; Lal 5:4

Faarfannaa 50:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 33:12, 13; Fr 91:15
  • +Fr 22:21-23; 50:23

Faarfannaa 50:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:20; Er 7:4; Mat 7:22, 23; Rom 2:21; Ibr 8:9

Faarfannaa 50:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qajeelfama.”

  • *

    Kal., “of duubatti darbatta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:26; Isa 5:24

Faarfannaa 50:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isaa wajjin taata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 5:22, 23

Faarfannaa 50:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 9:5

Faarfannaa 50:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ilma haadha keetii maqaa balleessita.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:16

Faarfannaa 50:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:4; Lal 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/15/2010, ful. 3-4

Faarfannaa 50:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:17; Er 2:32; Hos 4:6

Faarfannaa 50:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:18; Ibr 13:15
  • +Mik 6:8

Yaada Wal Simu

Far. 50:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Se 25:1
Far. 50:1Fr 95:3
Far. 50:2Fr 48:2; Fru 2:15
Far. 50:3Isa 65:6
Far. 50:3Bau 19:18; Dan 7:9, 10; Ibr 12:29
Far. 50:3Fr 97:3, 4
Far. 50:4Mik 6:2
Far. 50:4Kes 30:19; 32:1; Isa 1:2
Far. 50:5Bau 24:8
Far. 50:6Fr 75:7
Far. 50:7Nah 9:30; Fr 81:8
Far. 50:7Bau 20:2
Far. 50:81Sa 15:22; Isa 1:11; Er 7:22, 23; Hos 6:6
Far. 50:9Mik 6:7
Far. 50:101Se 29:14; HoE 17:24
Far. 50:11Iyo 38:41
Far. 50:12Kes 10:14; Iyo 41:11; 1Qo 10:26
Far. 50:13Mik 6:6-8
Far. 50:14Fr 69:30, 31; Fak 21:3; Hos 6:6; Ibr 13:15
Far. 50:14Kes 23:21; Fr 76:11; Lal 5:4
Far. 50:152Se 33:12, 13; Fr 91:15
Far. 50:15Fr 22:21-23; 50:23
Far. 50:16Kes 31:20; Er 7:4; Mat 7:22, 23; Rom 2:21; Ibr 8:9
Far. 50:17Nah 9:26; Isa 5:24
Far. 50:18Isa 5:22, 23
Far. 50:19Er 9:5
Far. 50:20Lew 19:16
Far. 50:21Fr 50:4; Lal 12:14
Far. 50:22Fr 9:17; Er 2:32; Hos 4:6
Far. 50:231Ta 5:18; Ibr 13:15
Far. 50:23Mik 6:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 50:1-23

Faarfannaa

Faarfannaa Asaaf.+

50 Waaqa waaqolii kan taʼe Yihowaan+ dubbateera;

Inni baha biiftuu irraa jalqabee hamma lixa biiftuutti,*

Lafa ni waama.

 2 Waaqayyo Xiyoon ishii miidhagina ishiitiin mudaa hin qabne+ keessaa ifa isaa ibsa.

 3 Waaqni keenya ni dhufa, calluma jechuus hin dandaʼu.+

Fuuldura isaa ibidda nyaatutu jira,+

Obomboleettii guddaanis naannoo isaatii ni huursa.+

 4 Inni saba isaatiif murtii kennuuf,+

Samiiwwan ol gubbaa jiranii fi lafa akkana jedhee waama:+

 5 “Isin warri anaaf amanamoo taatan,

Warri aarsaadhaan anaa wajjin kakuu galtan+ gara kootti walitti qabamaa.”

 6 Waaqayyo Abbaa Murtii waan taʼeef,+

Samiiwwan qajeelummaa isaa ni labsu. (Seelaa)

 7 “Yaa saba koo, na dhagaʼi, anis nan dubbadha;

Yaa Israaʼel, ani si irratti ragaa nan baʼa.+

Ani Waaqayyo dha, Waaqa kee ti.+

 8 Ani sababii aarsaawwan keetiitiinis taʼe,

Sababii aarsaawwan kee warra guutummaatti gubamanii fi yeroo hundumaa fuula koo dura jiraniin si hin ifadhu.+

 9 Qotiyyoo kee mana kee keessaa,

Reʼoota* kees goorannoo kee keessaa hin fudhadhu.+

10 Bineensonni bosonaa hundi,

Bineensonni gaarota kuma irra jiran illee kan koo ti.+

11 Simbirroota gaarotaa hundumaa nan beeka;+

Horiiwwan alaa hammana hin jedhamnes kan koo ti.

12 Lafti oomisha kennituu fi wanti ishii keessa jiru hundi kan koo waan taʼeef,+

Utuman beelaʼee illee sitti hin himu.

13 Ani foon qotiyyoo nan nyaadhaa?

Dhiiga reʼee hoo nan dhugaa?+

14 Waaqayyoof galata akka aarsaatti dhiheessi,+

Wareega Isa Hundaa Oliitiif wareegdes raawwadhu;+

15 Yeroo dhiphinaatti na waammadhu.+

Ani sin oolcha, atis ulfina naaf kennita.”+

16 Waaqayyo garuu isa hamaadhaan akkana jedha:

“Dambiiwwan koo dubbachuuf,

Waaʼee kakuuwwan kootiis odeessuuf mirga maalii qabda?+

17 Sababiin isaas, ati adaba* ni jibbita,

Dubbiiwwan koo irraas ni garagalta.*+

18 Hattuu yommuu argitu, isa ni deggerta,*+

Ejjitootaa wajjinis michuu taateetta.

19 Wanta hamaa babalʼisuuf afaan keetti fayyadamta,

Gowwoomsaanis arraba keetti maxxaneera.+

20 Ati teessee obboleessa kee mormitee dubbatta;+

Dogoggora ilma haadha keetiis ni saaxilta.*

21 Wantoota kana yommuu raawwattetti waanan calliseef,

Akkuma kee akkan taʼe gootee yaadde.

Amma garuu sin sirreessa,

Wantan ittiin si himadhus nan dubbadha.+

22 Isin warri Waaqayyoon irraanfattan,+ maaloo wanta kana qalbeeffadhaa;

Taʼuu baannaan, namni isin oolchu tokko illee utuu hin jiraatin isinan ciccira.

23 Namni galata akka aarsaatti naaf dhiheessu ulfina naaf kenna;+

Isa daandii sirrii cimsee hordofus

Fayyisuu Waaqayyoo akka argu nan godha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi