LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Jannanni ni deebiʼa (1-7)

        • Qaro dhabeeyyiin ni argu; gurri duudes ni dhagaʼa (5)

      • Daandii Qulqullummaa namoota furamaniif (8-10)

Isaayyaas 35:1

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuu abaaboo ti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:17; 32:14, 15
  • +Isa 4:2; 27:6; 35:6; 51:3; His 36:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 13

Isaayyaas 35:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 14:5, 6
  • +Isa 60:13
  • +Er 50:19
  • +Isa 65:10

Isaayyaas 35:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 12:12

Isaayyaas 35:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 51:56
  • +Isa 25:9; Sef 3:16, 17

Isaayyaas 35:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 146:8; Isa 42:16; Mat 9:28-30
  • +Isa 29:18; Er 6:10; Mar 7:32-35; Luq 7:22

Isaayyaas 35:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:5; HoE 8:7; 14:8-10
  • +Mat 15:30

Isaayyaas 35:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:3
  • +Er 9:11

Isaayyaas 35:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iz 1:3; Isa 11:16; 49:11; 62:10; Er 31:21
  • +Isa 52:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2023, ful. 30

    5/2023, ful. 14-19

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 26-28

Isaayyaas 35:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:6, 7; 65:25; His 34:25; Hos 2:18
  • +Fr 107:2, 3; Isa 62:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 28

Isaayyaas 35:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:4; Isa 51:11; Er 31:11, 12
  • +Er 33:10, 11
  • +Isa 30:19; 65:19

Yaada Wal Simu

Isa. 35:1Isa 29:17; 32:14, 15
Isa. 35:1Isa 4:2; 27:6; 35:6; 51:3; His 36:35
Isa. 35:2Hos 14:5, 6
Isa. 35:2Isa 60:13
Isa. 35:2Er 50:19
Isa. 35:2Isa 65:10
Isa. 35:3Ibr 12:12
Isa. 35:4Er 51:56
Isa. 35:4Isa 25:9; Sef 3:16, 17
Isa. 35:5Fr 146:8; Isa 42:16; Mat 9:28-30
Isa. 35:5Isa 29:18; Er 6:10; Mar 7:32-35; Luq 7:22
Isa. 35:6Mat 11:5; HoE 8:7; 14:8-10
Isa. 35:6Mat 15:30
Isa. 35:7Isa 44:3
Isa. 35:7Er 9:11
Isa. 35:8Iz 1:3; Isa 11:16; 49:11; 62:10; Er 31:21
Isa. 35:8Isa 52:1
Isa. 35:9Isa 11:6, 7; 65:25; His 34:25; Hos 2:18
Isa. 35:9Fr 107:2, 3; Isa 62:12
Isa. 35:10Kes 30:4; Isa 51:11; Er 31:11, 12
Isa. 35:10Er 33:10, 11
Isa. 35:10Isa 30:19; 65:19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 35:1-10

Isaayyaas

35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+

Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+

 2 Shakkii tokko malee ni daraara;+

Inni ni gammada, ni ililchas.

Ulfinni Libaanon,+

Simboon Qarmeelosii+ fi simboon Shaaron+ isaaf ni kennama.

Isaan ulfina Yihowaa, simboo Waaqa keenyaas ni argu.

 3 Harka laafe jabeessaa,

Jilba hollatus cimsaa.+

 4 Warra garaan isaanii dhiphatuunis akkana jedhaa:

“Jabaadhaa. Hin sodaatinaa.

Kunoo, Waaqni keessan haaloo baʼuuf ni dhufa,

Waaqayyo adabuuf ni dhufa.+

Inni dhufee isin ni oolcha.”+

 5 Yeroo sanatti ijji warra qaro dhabeeyyii ni banama,+

Gurri duudes ni dhagaʼa.+

 6 Yeroo sanatti naafti akkuma gadamsaatti ni utaala,+

Arrabni nama dubbachuu hin dandeenyees ni ililcha.+

Sababiin isaas, lafa onaa keessatti bishaanonni ni burqu,

Gammoojjii keessattis lageen ni yaaʼu.

 7 Lafti waxalamaan bishaan kuufamaa biqiltuudhaan guutame,

Lafti dheebotaanis burqaawwan bishaanii ni taʼa.+

Holqa sardiidonni itti boqotan keessa+

Margi lalisaan, shomboqqoonii fi dhallaadduun ni jiraata.

 8 Daandii guddaan tokkos achitti ni argama,+

Eeyyee, inni Daandii Qulqullummaa ni jedhama.

Xuraaʼaa kan taʼe isa irra hin deemu.+

Inni isa karicha irra deemuuf kan ramadame dha;

Gowwaa kan taʼe tokko illee isatti hin goru.

 9 Leenci achitti hin argamu,

Bineensonni bosonaa hamoo taʼanis isatti hin seenan.

Isaan achitti hin argaman;+

Warra boojuudhaa deebifaman qofatu achi irra deema.+

10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+

Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+

Ni gammadu, ni ililchus,

Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi