LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 50
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Cubbuun Israaʼel rakkina fide (1-3)

      • Tajaajilaa Yihowaa isa ajajamaa taʼe (4-11)

        • Arrabaa fi gurra warra baratanii (4)

Isaayyaas 50:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 24:1
  • +2Mo 17:16, 17
  • +Isa 59:2; Er 3:1

Isaayyaas 50:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 35:15
  • +Isa 40:28; 59:1
  • +Bau 14:21, 29; Fr 106:9; Isa 51:10
  • +Fr 107:33; 114:1, 3; Isa 42:15; Nho 1:4

Isaayyaas 50:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 10:21

Isaayyaas 50:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dubbiitti.”

  • *

    Ykn tarii, “jabina.”

  • *

    Ykn., “arraba akka gaariitti leenjiʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:15, 46
  • +Bau 4:11; Er 1:9
  • +Mat 13:54

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 156-157

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 206

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 11

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 50:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:6-8
  • +Mat 26:39; Flp 2:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 156-157

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 11

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 50:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Boqoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:67; Mar 14:65; Luq 22:63; Yoh 18:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 156-157, 202

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 14

    1/15/2009, ful. 22

    1/1/2009, ful. 15

Isaayyaas 50:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:8
  • +His 3:8, 9

Isaayyaas 50:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “naan morkachuu.”

  • *

    Ykn., “walitti haa garagallu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 50:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 22

Isaayyaas 50:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:1; 53:11

Yaada Wal Simu

Isa. 50:1Kes 24:1
Isa. 50:12Mo 17:16, 17
Isa. 50:1Isa 59:2; Er 3:1
Isa. 50:2Er 35:15
Isa. 50:2Isa 40:28; 59:1
Isa. 50:2Bau 14:21, 29; Fr 106:9; Isa 51:10
Isa. 50:2Fr 107:33; 114:1, 3; Isa 42:15; Nho 1:4
Isa. 50:3Bau 10:21
Isa. 50:4Yoh 7:15, 46
Isa. 50:4Bau 4:11; Er 1:9
Isa. 50:4Mat 13:54
Isa. 50:5Fr 40:6-8
Isa. 50:5Mat 26:39; Flp 2:8
Isa. 50:6Mat 26:67; Mar 14:65; Luq 22:63; Yoh 18:22
Isa. 50:7Isa 49:8
Isa. 50:7His 3:8, 9
Isa. 50:8Rom 8:33
Isa. 50:10Isa 42:1; 53:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 50:1-11

Isaayyaas

50 Yihowaan akkana jedha:

“Waraqaan ragaa+ haadha keessan ishiin ariʼe sana hiikuu koo argisiisu eessa jira?

Yookiin warra liqii na irraa qaban keessaa isa kamittan isin gurgure?

Kunoo, isin kan gurguramtan balleessaa+ ofii keessaniitiin kan kaʼe dha,

Haati keessan kan ariʼamtes yakka ofii keessaniitiin kan kaʼe dha.+

 2 Maarree, yommuun dhufetti namni tokko illee asitti kan hin argamne maaliifi?

Yommuun waametti, namni tokko illee kan hin owwaanne maaliifi?+

Isin furuuf harki koo gabaabaa dhaa?

Yookiin isin oolchuuf humna dhabeenii?+

Kunoo, ani galaana ifadhee nan gogsa;+

Lageenis gammoojjii nan godha.+

Qurxummiiwwan isaanii bishaan dhabanii ni tortoru,

Dheebotaniis ni duʼu.

 3 Samiiwwanitti dukkana nan uwwisa,+

Uffata gaddaatiinis isaan nan haguuga.”

 4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+

Inni ganama ganama na dammaqsa;

Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+

 5 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan gurra koo baneera,

Anis didaa hin turre.+

Kallattii faallaa taʼetti hin gorre.+

 6 Dugda koo warra na rukutanitti,

Maddii* koos warra areeda na irraa ciranitti kenneera.

Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+

 7 Haa taʼu malee, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.+

Akkan salphadhe kan natti hin dhagaʼamne kanaafi.

Fuula koo akka dhagaa jabaa kanan godhe kanaafi,+

Akkan hin qaanofnes beeka.

 8 Inni qajeelaa taʼuu koo dubbatu natti dhihoo jira.

Eenyutu na himachuu* dandaʼa?+

Mee waliin haa dhaabbannu.*

Kan na himatu eenyu?

Mee natti haa dhihaatu.

 9 Kunoo, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.

Eenyutu yakkamaa na godha?

Kunoo, hundi isaanii akkuma uffataatti ni bututu.

Biliinis isaan ni nyaata.

10 Isin gidduudhaa Yihowaa kan sodaatu,

Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaʼu eenyu?+

Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu?

Inni maqaa Yihowaatti haa amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.

11 “Kunoo, isin warri ibidda qabsiistan,

Warri qaanqeen akka barrisu gootan,

Ifa ibidda keessanii keessa,

Qaanqee qabsiistan gidduus deemaa.

Wanti isin harka koo irraa argattan kana dha:

Dhiphina guddaadhaan ni ciistu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi