LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 132
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Daawitii fi Xiyoon ni filataman

        • “Isa dibde sana hin dhiisin” (10)

        • Luboonni Xiyoon fayyina uffataniiru (16)

Faarfannaa 132:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 20:1

Faarfannaa 132:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:2, 3

Faarfannaa 132:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:11

Faarfannaa 132:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “godoo qulqulluu isa guddaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 7:2; 1Mo 8:17; 1Se 15:3, 12; HoE 7:45, 46

Faarfannaa 132:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kun Taaboticha kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:12
  • +1Sa 7:1; 1Se 13:6

Faarfannaa 132:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “godoo qulqulluu isaa isa guddaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 43:3
  • +1Se 28:2; Fr 5:7

Faarfannaa 132:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 6:41, 42
  • +Lak 10:35; 2Sa 6:17

Faarfannaa 132:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Fuula isa dibde sanaa hin garagalchin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 15:4; 2Mo 19:34

Faarfannaa 132:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “firii gadameessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:25; Fr 89:3, 4, 20, 36; Isa 9:7; Er 33:20, 21; Mat 9:27; Luq 1:69; HoE 2:30, 31; 13:22, 23

Faarfannaa 132:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 29:19
  • +2Sa 7:12, 16; 1Se 17:11, 12; Fr 89:20, 29

Faarfannaa 132:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 48:2, 3; 78:68; Ibr 12:22
  • +Fr 87:2

Faarfannaa 132:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:5; Isa 24:23

Faarfannaa 132:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:26; 147:12, 14

Faarfannaa 132:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 149:4
  • +Fr 132:8, 9

Faarfannaa 132:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gaanfi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 11:36; 15:4; 2Se 21:7

Faarfannaa 132:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:6; 72:8; Isa 9:6; Mul 11:15

Yaada Wal Simu

Far. 132:11Sa 20:1
Far. 132:22Sa 7:2, 3
Far. 132:32Sa 5:11
Far. 132:52Sa 7:2; 1Mo 8:17; 1Se 15:3, 12; HoE 7:45, 46
Far. 132:61Sa 17:12
Far. 132:61Sa 7:1; 1Se 13:6
Far. 132:7Fr 43:3
Far. 132:71Se 28:2; Fr 5:7
Far. 132:82Se 6:41, 42
Far. 132:8Lak 10:35; 2Sa 6:17
Far. 132:101Mo 15:4; 2Mo 19:34
Far. 132:111Mo 8:25; Fr 89:3, 4, 20, 36; Isa 9:7; Er 33:20, 21; Mat 9:27; Luq 1:69; HoE 2:30, 31; 13:22, 23
Far. 132:121Se 29:19
Far. 132:122Sa 7:12, 16; 1Se 17:11, 12; Fr 89:20, 29
Far. 132:13Fr 48:2, 3; 78:68; Ibr 12:22
Far. 132:13Fr 87:2
Far. 132:14Fr 46:5; Isa 24:23
Far. 132:15Fr 22:26; 147:12, 14
Far. 132:16Fr 149:4
Far. 132:16Fr 132:8, 9
Far. 132:171Mo 11:36; 15:4; 2Se 21:7
Far. 132:18Fr 2:6; 72:8; Isa 9:6; Mul 11:15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 132:1-18

Faarfannaa

Faarfannaa Ol Baʼuu.

132 Yaa Yihowaa, Daawitiin,

Rakkina isaa hundumaas,+

 2 Inni akkamitti Yihowaadhaaf akka kakate,

Akkamitti akkana jedhee isa Humna Qabeessa kan Yaaqoobiif wareega akka wareege yaadadhu:+

 3 “Ani gara dunkaana koo isa mana koo taʼetti hin seenu.+

Siree koo isa iddoo ciisichaa koo taʼe irra hin ciisu;

 4 Ijji koo akka rafu,

Qolli ija kootiis akka mugu hin heyyamu;

 5 Kunis Yihowaadhaaf iddoo,

Isa Humna Qabeessa kan Yaaqoobiif bakka jireenyaa gaarii* hamman argadhutti.”+

 6 Kunoo, Efraataa+ keessatti waaʼee isaa* dhageenyeerra;

Dirreewwan bosonaa keessattis isa arganneerra.+

 7 Kottaa gara iddoo jireenyaa isaatti* haa seennu;+

Iddoo ejjeta miila isaattis haa sagannu.+

 8 Yaa Yihowaa, atis taate Taabonni jabina keetii,+

Gara iddoo boqonnaa keetti dhufuuf kaʼaa.+

 9 Luboonni kee qajeelummaa haa uffatan,

Warri siif amanamoo taʼanis haa ililchan.

10 Tajaajilaa kee Daawitiif jedhiitii

Isa dibde sana hin dhiisin.*+

11 Yihowaan Daawitiif kakateera;

Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:

“Ani sanyii* kee keessaa isa tokko

Teessoo kee irra nan kaaʼa.+

12 Ilmaan kee kakuu koo fi

Yaadachiisawwan koo warra ani isaan barsiisu yoo eegan,+

Ilmaan isaaniis

Bara baraaf teessoo kee irra ni taaʼu.”+

13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+

Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+

14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;

Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+

15 Wantoota barbaachisan ishiidhaaf kennuudhaan baayʼisee ishii nan eebbisa;

Hiyyeeyyii ishii nyaata nan quubsa.+

16 Luboota ishiitti fayyina nan uwwisa,+

Warri amanamoon ishii keessa jiranis ni ililchu.+

17 Achitti jabinni* Daawit akka guddatu nan godha.

Isan dibe sanaafis ibsaa qopheesseera.+

18 Diinota isaatti qaanii nan uwwisa,

Gonfoon mataa isaa irra jiru garuu ni dagaaga.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi