LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hoseʼaa

      • Jaalala Waaqni xinnummaa isaatii kaasee Israaʼeliif qabu (1-12)

        • “Ilma koo Gibxii keessaa nan waame” (1)

Hoseʼaa 11:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:8
  • +Bau 4:22; Mat 2:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Yesuus—Karaa, ful. 24

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 201

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 10

Hoseʼaa 11:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, raajotaa fi namoota Israaʼeliin barsiisuuf ergaman kaan.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:9-11
  • +Abo 2:13; 3:7; 1Mo 16:30-32; 18:19; 2Mo 17:13, 16; Hos 2:13
  • +1Mo 12:32, 33; Hos 13:1, 2

Hoseʼaa 11:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kaasuutti baachuun harkaa fi irree gidduutti baachuu argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:31; 33:27; Isa 46:3
  • +Kes 8:2

Hoseʼaa 11:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Wadaroo gaarummaatiin,” akka wadaroo abbaa ykn haadhaa.

  • *

    Kal., “mangaagaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 63:9

Hoseʼaa 11:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:3
  • +2Mo 17:13, 14; Amo 4:6

Hoseʼaa 11:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:31
  • +Isa 31:1

Hoseʼaa 11:7

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, iddoo waaqeffannaa ol kaʼaa taʼetti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:57, 58; Er 3:6

Hoseʼaa 11:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hoʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 6:4
  • +Uma 10:19; Kes 29:22, 23
  • +Kes 32:36; Er 31:20

Hoseʼaa 11:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 30:11

Hoseʼaa 11:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 3:16
  • +Zak 8:7

Hoseʼaa 11:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:11, 12; 60:8, 9; Zak 10:10
  • +Er 23:6; His 28:25, 26; 37:21; Amo 9:14

Hoseʼaa 11:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “joora.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 6:12
  • +2Mo 18:1, 6; 2Se 29:1, 2; Hos 4:15

Yaada Wal Simu

Hos. 11:1Kes 7:8
Hos. 11:1Bau 4:22; Mat 2:14, 15
Hos. 11:2Isa 30:9-11
Hos. 11:2Abo 2:13; 3:7; 1Mo 16:30-32; 18:19; 2Mo 17:13, 16; Hos 2:13
Hos. 11:21Mo 12:32, 33; Hos 13:1, 2
Hos. 11:3Kes 1:31; 33:27; Isa 46:3
Hos. 11:3Kes 8:2
Hos. 11:4Isa 63:9
Hos. 11:52Mo 17:3
Hos. 11:52Mo 17:13, 14; Amo 4:6
Hos. 11:6Lew 26:31
Hos. 11:6Isa 31:1
Hos. 11:7Fr 78:57, 58; Er 3:6
Hos. 11:8Hos 6:4
Hos. 11:8Uma 10:19; Kes 29:22, 23
Hos. 11:8Kes 32:36; Er 31:20
Hos. 11:9Er 30:11
Hos. 11:10Yoe 3:16
Hos. 11:10Zak 8:7
Hos. 11:11Isa 11:11, 12; 60:8, 9; Zak 10:10
Hos. 11:11Er 23:6; His 28:25, 26; 37:21; Amo 9:14
Hos. 11:12Mik 6:12
Hos. 11:122Mo 18:1, 6; 2Se 29:1, 2; Hos 4:15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hoseʼaa 11:1-12

Hoseʼaa

11 “Israaʼel yommuu ijoollee turetti ani isa nan jaalladhe,+

Ilma koo Gibxii keessaa nan waame.+

 2 Hammuma isaan* isaan waaman,

caalaatti isaan irraa ni fagaatan.+

Fakkiiwwan Baʼaaliif aarsaa dhiheessuu isaanii ittuma fufan,+

Fakkiiwwan bocamaniifis aarsaa ni dhiheessan.+

 3 Haa taʼu malee, kaasuutti* isaan baadhee,+ Efreem akka deemu kan barsiise ana ture;+

Isaan garuu akkan isaan fayyise amananii hin fudhanne.

 4 Wadaroo namootaatiin,* funyoo jaalalaatiin isaan harkisuu koo ittuman fufe;+

Ani isaaniif akka nama morma* isaanii irraa waanjoo kaasuu nan taʼe,

Gaarummaadhaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif nyaata nan fide.

 5 Isaan gara biyya Gibxiitti hin deebiʼan, taʼus Asoor mootii isaanii ni taʼa;+

Sababiin isaas, isaan gara kootti deebiʼuu didaniiru.+

 6 Goraadeen magaalota isaa irra ni naannaʼa,+

Danqaraawwan isaa ni balleessa, haxxummaa isaaniitiin kan kaʼe isaan ni fixa.+

 7 Sabni koo anaaf amanamoo taʼuu diduuf kutataniiru.+

Isaan gara oliitti* yoo isaan waaman iyyuu, kan ol kaʼe hin jiru.

 8 Yaa Efreem, akkamittan si dhiisuu dandaʼa?+

Yaa Israaʼel, akkamittan dabarsee si kennuu dandaʼa?

Akkamittan akka Admaa si gochuu dandaʼa?

Akkamittan akka Zeboʼiim si gochuu dandaʼa?+

Ani ilaalcha koo jijjiireen ture;

Gara laafinni koos kakaʼee* ture.+

 9 Ani dheekkamsa koo isa bobaʼu hin dhangalaasu.

Lammata Efreemiin hin balleessu,+

Sababiin isaas, ani Waaqa dha malee nama miti,

Ani Isa Qulqulluu si gidduu jiru dha;

Aariidhaan sitti hin dhufu.

10 Isaan Yihowaa duukaa ni buʼu, innis akka leencaatti ni barooda;+

Yommuu inni baroodu, ilmaan isaa hollachaa dhiha irraa ni dhufu.+

11 Isaan yommuu Gibxii keessaa baʼan akka simbirrootti,

Yommuu biyya Asoor keessaa baʼanis akka gugeetti ni hollatu;+

Manneen isaanii keessa isaan nan jiraachisa” jedha Yihowaan.+

12 “Efreem sobaan,

Manni Israaʼelis gowwoomsaadhaan natti marsaniiru.+

Yihudaan garuu amma iyyuu Waaqaa wajjin deema,*

Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu sanaafis amanamaa dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi