LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Dubartittii, ilma ishii fi jawwicha (1-6)

      • Mikaaʼel jawwichaa wajjin wal lole (7-12)

        • Jawwichi gara lafaatti darbatame (9)

        • Diyaabilos yeroo gabaabaa akka qabu beeka (12)

      • Jawwichi dubartittii irratti ariʼatama geessise (13-17)

Mulʼata 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:15

Mulʼata 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:9; 20:2

Mulʼata 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:7
  • +Uma 6:2; Yih 6
  • +Uma 3:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2018, ful. 23

Mulʼata 12:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 11:15
  • +Fr 2:9; 110:2; Mul 19:15

Mulʼata 12:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 32

Mulʼata 12:7

Miiljaleewwan

  • *

    “Kan Akka Waaqayyoo Eenyu?” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 10:13; 12:1; Yih 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 121

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 24

Mulʼata 12:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “inni [jechuunis, jawwichi] ni moʼame.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 24

Mulʼata 12:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:3; 20:2
  • +Uma 3:1; 2Qo 11:3; Mul 12:14
  • +Mat 4:1; Yoh 8:44; Ibr 2:14; Yaq 4:7; 1Ph 5:8
  • +1Se 21:1; Iyo 1:6; Zak 3:2; Mat 4:10; Yoh 13:27; Rom 16:20; 2Ta 2:9
  • +2Qo 4:4; 11:14; Efe 2:2; 1Yo 5:19
  • +Luq 10:18; Mul 12:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 171

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 24

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2015, ful. 9-10

    5/15/2009, ful. 18

Mulʼata 12:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:11; Ibr 9:28; 1Ph 1:5
  • +Mul 11:15, 17
  • +Iyo 1:9; Zak 3:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Nu Barsiisa, ful. 86

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 80

    Masaraa Eegumsaa,

    2/1/2006, ful. 4

Mulʼata 12:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 1:18, 19
  • +HoE 1:8; 2Xi 1:8; Mul 1:9
  • +1Yo 2:14
  • +Mat 16:25; Luq 14:26; HoE 20:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2007, ful. 32

Mulʼata 12:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 57:20; 60:2; Mul 17:15
  • +Mat 24:34; Rom 16:20; 2Xi 3:1; 2Ph 3:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 24

    Nu Barsiisa, ful. 86-87

    Barumsa Macaafa Qulqulluu, ful. 80

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 25

Mulʼata 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:18
  • +Uma 3:15; Mul 12:1

Mulʼata 12:14

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, bara sadii fi walakkaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:1; 2Qo 11:3
  • +Mul 12:6
  • +Bau 19:4; Isa 40:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 32

Mulʼata 12:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2020, ful. 6

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 169

Mulʼata 12:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 6-7

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 187

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    12/2019, ful. 8

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 169-170

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 32

Mulʼata 12:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:15
  • +Mat 24:9; HoE 1:8; Mul 1:9; 6:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 5-6, 16

Yaada Wal Simu

Mul. 12:1Uma 3:15
Mul. 12:3Mul 12:9; 20:2
Mul. 12:4Iyo 38:7
Mul. 12:4Uma 6:2; Yih 6
Mul. 12:4Uma 3:15
Mul. 12:5Mul 11:15
Mul. 12:5Fr 2:9; 110:2; Mul 19:15
Mul. 12:6Mul 12:14
Mul. 12:7Dan 10:13; 12:1; Yih 9
Mul. 12:9Mul 12:3; 20:2
Mul. 12:9Uma 3:1; 2Qo 11:3; Mul 12:14
Mul. 12:9Mat 4:1; Yoh 8:44; Ibr 2:14; Yaq 4:7; 1Ph 5:8
Mul. 12:91Se 21:1; Iyo 1:6; Zak 3:2; Mat 4:10; Yoh 13:27; Rom 16:20; 2Ta 2:9
Mul. 12:92Qo 4:4; 11:14; Efe 2:2; 1Yo 5:19
Mul. 12:9Luq 10:18; Mul 12:13
Mul. 12:10Rom 13:11; Ibr 9:28; 1Ph 1:5
Mul. 12:10Mul 11:15, 17
Mul. 12:10Iyo 1:9; Zak 3:1
Mul. 12:111Ph 1:18, 19
Mul. 12:11HoE 1:8; 2Xi 1:8; Mul 1:9
Mul. 12:111Yo 2:14
Mul. 12:11Mat 16:25; Luq 14:26; HoE 20:24
Mul. 12:12Isa 57:20; 60:2; Mul 17:15
Mul. 12:12Mat 24:34; Rom 16:20; 2Xi 3:1; 2Ph 3:3
Mul. 12:13Luq 10:18
Mul. 12:13Uma 3:15; Mul 12:1
Mul. 12:14Uma 3:1; 2Qo 11:3
Mul. 12:14Mul 12:6
Mul. 12:14Bau 19:4; Isa 40:31
Mul. 12:17Uma 3:15
Mul. 12:17Mat 24:9; HoE 1:8; Mul 1:9; 6:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 12:1-17

Mulʼata Yohaannis

12 Kana booda mallattoo guddaan tokko samii keessatti mulʼate: Dubartiin+ aduu uffatte, addeessi miila ishii jala jiruu fi gonfoo urjiilee 12 irraa tolfame mataa ishii irra kaaʼatte takka jirti turte; 2 ishiin ulfa turte. Daʼuuf jettee ciniinsuudhaan qabamtee dhiphinaan iyyiti turte.

3 Mallattoo kan biraanis samii keessatti ni mulʼate. Kunoo, jawwee+ guddaa diimaan mataa torbaa fi gaanfa kudhan qabu, akkasumas mataawwan isaa irraa gonfoo torba qabu tokko jira ture; 4 eegeen isaa urjiilee+ samii harka sadii keessaa harka tokko harkisee gara lafaatti gad darbate.+ Jawween sun yommuu dubartittiin deessu mucaa ishii liqimsuuf, dubartii daʼuuf jettu sana dura dhaabbatee eega ture.+

5 Ishiin mucaa dhiiraa, eeyyee, ilma+ saboota hunda ulee sibiilaatiin tiksuuf jedhu tokko deesse.+ Mucaan ishiis gara Waaqayyoo fi gara teessoo isaatti ol butame. 6 Dubartittiinis gara lafa onaatti, jechuunis bakka Waaqayyo iddoo ishiidhaaf itti qopheessee fi guyyaa 1,260+ itti ishii sooranitti baqatte.

7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan; 8 haa taʼu malee, isaan ni moʼaman,* sana booda samii keessatti iddoon isaaniif hin argamne. 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman. 10 Anis samii keessaa sagalee guddaa akkana jedhu tokko nan dhagaʼe:

“Amma fayyinni,+ humnii fi Mootummichi kan Waaqa keenyaa,+ aangoonis kan Kiristoos taʼeera; sababiin isaas, inni obboloota keenya himatu, inni halkanii fi guyyaa Waaqa keenya duratti isaan himatu+ sun gad darbatameera! 11 Isaanis dhiiga Hoolichaa+ fi dubbii dhugaa baʼiinsa isaaniitiin+ kan kaʼe isa injifataniiru;+ hamma duʼaatti illee lubbuu* isaanii hin mararsiifanne.+ 12 Kanaan kan kaʼes, isin samiiwwanii fi warri isaan keessa jiraattan gammadaa! Lafaa fi galaanaaf garuu wayyoo!+ Sababiin isaas, Diyaabilos yeroo gabaabduu akka qabu waan beekeef, aarii guddaadhaan gara keessanitti gad buʼeera.”+

13 Jawween sun gara lafaatti akka gad darbatame+ yommuu hubatu, dubartii+ ishii ilma deesse sana irra ariʼatama geessise. 14 Haa taʼu malee, dubartittiin fuula bofichaa+ duraa fagaattee iddoo lafa onaa keessatti ishiidhaaf qophaaʼee fi bakka baraaf, barootaa fi walakkaa baraatiif*+ itti sooramtu sanatti akka barristuuf qoochoon risaa+ guddaa lama ishiidhaaf kenname.

15 Bofichis bishaan akka laga guddaa duuba ishiitiin itti gadhiise; kanas kan godhe dubartittiin lagichaan akka nyaatamtuuf ture. 16 Haa taʼu malee, lafti dubartittii gargaarte; afaan ishii bantee laga jawween sun afaan isaa keessaa yaase liqimsite. 17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi