LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 72
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Bulchiinsa nagaa mootii Waaqayyo muudee

        • “Namni qajeelaan ni lalisa” (7)

        • Warra galaanaa hamma galaanaatti isaaf bitaman (8)

        • Hammina irraa oolchuu (14)

        • Midhaan hedduun lafa irra ni jiraata (16)

        • Maqaan Waaqaa bara baraaf jajama (19)

Faarfannaa 72:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 28-29

Faarfannaa 72:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 22:11, 12; 29:19; Er 23:5

Faarfannaa 72:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 3:9, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 29-30

Faarfannaa 72:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “murtii haa kennu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 29-30

Faarfannaa 72:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:36, 37; Luq 1:32, 33; Mul 11:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 30

Faarfannaa 72:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 23:3, 4; Fak 16:15; 19:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 30

Faarfannaa 72:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ni lata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:11
  • +1Mo 4:25; 1Se 22:9; Isa 2:4; 9:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 30

Faarfannaa 72:8

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

  • *

    Ykn., “ni bulcha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:31; 1Mo 4:21; Fr 2:8; 22:27, 28; Dan 2:35; Zak 9:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 30-31

Faarfannaa 72:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:9; 110:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 30-31

Faarfannaa 72:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:21
  • +1Mo 10:1, 2

Faarfannaa 72:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 31

Faarfannaa 72:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 65

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 31-32

Faarfannaa 72:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaanii ni fura.”

Faarfannaa 72:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 10:10

Faarfannaa 72:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:23
  • +Isa 35:1, 2
  • +1Mo 4:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 32

Faarfannaa 72:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 45:17; 89:35, 36
  • +Uma 22:18; Gal 3:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 32

Faarfannaa 72:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11; 1Se 29:10

Faarfannaa 72:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 5:13
  • +Lak 14:21; An 2:14

Faarfannaa 72:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:58

Yaada Wal Simu

Far. 72:11Se 22:11, 12; 29:19; Er 23:5
Far. 72:21Mo 3:9, 28
Far. 72:4Isa 11:4
Far. 72:5Fr 89:36, 37; Luq 1:32, 33; Mul 11:15
Far. 72:62Sa 23:3, 4; Fak 16:15; 19:12
Far. 72:7Isa 61:11
Far. 72:71Mo 4:25; 1Se 22:9; Isa 2:4; 9:6
Far. 72:8Bau 23:31; 1Mo 4:21; Fr 2:8; 22:27, 28; Dan 2:35; Zak 9:10
Far. 72:9Fr 2:9; 110:1
Far. 72:101Mo 4:21
Far. 72:101Mo 10:1, 2
Far. 72:151Mo 10:10
Far. 72:16Isa 30:23
Far. 72:16Isa 35:1, 2
Far. 72:161Mo 4:20
Far. 72:17Fr 45:17; 89:35, 36
Far. 72:17Uma 22:18; Gal 3:14
Far. 72:18Bau 15:11; 1Se 29:10
Far. 72:19Mul 5:13
Far. 72:19Lak 14:21; An 2:14
Far. 72:201Sa 17:58
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 72:1-20

Faarfannaa

Faarfannaa waaʼee Solomoon faarfatame.

72 Yaa Waaqayyo, mootichaaf murtiiwwan kee kenni;

Ilma mootichaas qajeelummaa kee gonfachiisi.+

 2 Inni saba keetiif qajeelummaadhaan,

Namoota kee warra rakkatoo taʼaniifis haqaan haa falmu.+

 3 Gaaronni sabichaaf nagaa haa fidan,

Tabbawwanis qajeelummaa haa fidan.

 4 Inni warra rakkatoo sabicha gidduutti argamaniif haa falmu,*

Ilmaan hiyyeessaa haa oolchu,

Isa gowwoomsaa raawwatus haa caccabsu.+

 5 Isaan hamma aduun jirtutti,

Hamma addeessi turtutti,

Dhalootaa hamma dhalootaatti+ si sodaatu.

 6 Inni akka bokkaa lafa margi irraa haamame irratti roobuu,

Akka tiifuu bokkaa lafa obaasuu ti.+

 7 Bara isaatti namni qajeelaan ni lalisa,*+

Hamma addeessi dhabamtuttis nagaan ni baayʼata.+

 8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,

Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+

 9 Warri gammoojjii keessa jiraatan isa duratti ni sagadu,

Diinonni isaas biyyoo ni arraabu.+

10 Mootonni Tarshiishii fi mootonni odolawwanii gibira isaaf ni kaffalu.+

Mootonni Sheebaa fi mootonni Seebaa kennaa isaaf ni kennu.+

11 Mootonni hundi isa duratti sagadu,

Saboonni hundis isa tajaajilu.

12 Sababiin isaas, inni hiyyeessa gargaarsa argachuuf iyyatu,

Akkasumas isa rakkataa taʼee fi isa gargaaraa hin qabne kam iyyuu ni oolcha.

13 Isa rakkataa fi isa hiyyeessa taʼeef ni gadda,

Lubbuu hiyyeeyyiis ni oolcha.

14 Cunqursaa fi hammina irraa isaan oolcha,*

Dhiigni isaaniis ija isaa duratti gatii guddaa qaba.

15 Inni haa jiraatu, warqiin Sheebaas isaaf haa kennamu.+

Utuu wal irraa hin citin waaʼee isaa kadhannaan haa dhihaatu,

Guyyaa guutuus kan eebbifame haa taʼu.

16 Midhaan hedduun lafa irra ni jiraata;+

Fiixee gaarotaa irrattis irraa hafaa ni taʼa.

Firiin isaa akkuma Libaanon keessa jiruutti ni lalisa,+

Magaalota keessattis namoonni akkuma biqiltuu lafaatti ni daraaru.+

17 Maqaan isaa bara baraaf haa jiraatu,+

Hamma aduun jirtuttis haa dagaagu.

Namoonni karaa isaa ofii isaaniitiif eebba haa argatan;+

Saboonni hundis inni gammadaa taʼuu isaa haa labsan.

18 Yihowaan Waaqni Israaʼel,

Inni kophaa isaa wantoota dinqisiisoo taʼan raawwatu haa jajamu.+

19 Maqaan isaa inni ulfina qabeessa taʼe bara baraaf haa jajamu,+

Ulfinni isaas guutummaa lafaa haa guutu.+

Ameen, Ameen.

20 Kadhannaan Daawit ilma Issey+ as irratti xumurama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi