LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 51
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa nama yaada garaa geddaratee

        • Gadameessa haadhaa irraa jalqabee cubbamaa taʼuu (5)

        • “Cubbuu koo irraa na qulqulleessi” (7)

        • “Garaa qulqulluu na keessatti uumi” (10)

        • Garaan cabe Waaqa gammachiisa (17)

Faarfannaa 51:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 11:3

Faarfannaa 51:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:18; Fr 25:7; 41:4
  • +Fr 103:13; Fak 28:13; Isa 43:25; 44:22

Faarfannaa 51:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:18; 1Qo 6:11
  • +Ibr 9:13, 14; 1Yo 1:7

Faarfannaa 51:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sammuu koo keessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 32:5; 40:12

Faarfannaa 51:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ani si irratti qofa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:9; 2Sa 12:13
  • +2Sa 12:9; Fr 38:18
  • +Rom 3:4

Faarfannaa 51:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ani yeroo haati tiyya na ulfoofte irraa jalqabee cubbamaa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 14:4; Rom 3:23; 5:12

Faarfannaa 51:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Eenyummaa koo isa dhokataa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 16:7; 2Mo 20:3; 1Se 29:17

Faarfannaa 51:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 14:3, 4; Ibr 9:13, 14
  • +Isa 1:18

Faarfannaa 51:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:2; 38:3; Isa 57:15

Faarfannaa 51:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhoksi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:12; Isa 38:17
  • +Mik 7:19

Faarfannaa 51:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 32:39
  • +His 11:19; Efe 4:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2015, ful. 14

Faarfannaa 51:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hafuura fedhii qabaachuutiin na deggeri.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 21:1

Faarfannaa 51:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:38

Faarfannaa 51:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:33; Fr 35:28; 59:16; Dan 9:7
  • +Fr 38:22; Isa 12:2; Mul 7:10
  • +Uma 9:6

Faarfannaa 51:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:1; 109:30; Ibr 13:15

Faarfannaa 51:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:3
  • +1Sa 15:22; Fr 40:6; Hos 6:6

Faarfannaa 51:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaddee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 22:18, 19; 2Se 33:13; Fr 22:24; 34:18; Fak 28:13; Isa 57:15; Luq 15:22-24; 18:13, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 314

Faarfannaa 51:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 14:2

Yaada Wal Simu

Far. 51:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Sa 11:3
Far. 51:1Lak 14:18; Fr 25:7; 41:4
Far. 51:1Fr 103:13; Fak 28:13; Isa 43:25; 44:22
Far. 51:2Isa 1:18; 1Qo 6:11
Far. 51:2Ibr 9:13, 14; 1Yo 1:7
Far. 51:3Fr 32:5; 40:12
Far. 51:4Uma 39:9; 2Sa 12:13
Far. 51:42Sa 12:9; Fr 38:18
Far. 51:4Rom 3:4
Far. 51:5Iyo 14:4; Rom 3:23; 5:12
Far. 51:61Sa 16:7; 2Mo 20:3; 1Se 29:17
Far. 51:7Lew 14:3, 4; Ibr 9:13, 14
Far. 51:7Isa 1:18
Far. 51:8Fr 6:2; 38:3; Isa 57:15
Far. 51:9Fr 103:12; Isa 38:17
Far. 51:9Mik 7:19
Far. 51:10Er 32:39
Far. 51:10His 11:19; Efe 4:23
Far. 51:12Fr 21:1
Far. 51:13HoE 2:38
Far. 51:14Nah 9:33; Fr 35:28; 59:16; Dan 9:7
Far. 51:14Fr 38:22; Isa 12:2; Mul 7:10
Far. 51:14Uma 9:6
Far. 51:15Fr 34:1; 109:30; Ibr 13:15
Far. 51:161Sa 15:22; Fr 40:6; Hos 6:6
Far. 51:16Fak 21:3
Far. 51:172Mo 22:18, 19; 2Se 33:13; Fr 22:24; 34:18; Fak 28:13; Isa 57:15; Luq 15:22-24; 18:13, 14
Far. 51:19Hos 14:2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 51:1-19

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit isa inni erga Baat Sheebaa+ wajjin saalqunnamtii raawwatee booda yommuu Naataan raajichi gara isaa dhufetti faarfate.

51 Yaa Waaqayyo, akka jaalala kee isa amanamaatti gaarummaa natti argisiisi.+

Akka gara laafina kee isa guddaattis balleessaa koo naaf haqi.+

 2 Dogoggora koo irraa guutummaatti na dhiqi,+

Cubbuu koo irraas na qulqulleessi.+

 3 Sababiin isaas, ani balleessaa koo akka gaariittan beeka,

Cubbuun koos yeroo hundumaa fuula koo dura* jira.+

 4 Ani hundumaa caalaa si irratti,* eeyyee, si irratti cubbuu hojjedheera;+

Wanta si duratti hamaa taʼes raawwadheera.+

Kanaafuu, ati yeroo dubbattu qajeelaa dha,

Murtiiwwan kees sirrii dha.+

 5 Kunoo, ani yakkamaa taʼee dhaladheera,

Haati tiyyas cubbuu keessatti na ulfoofte.*+

 6 Kunoo, ati dhugaa keessa namaa jirutti ni gammadda;+

Keessa namummaa koo* ogummaa dhugaa barsiisi.

 7 Qulqulluu akkan taʼuuf, hiisoophiidhaan cubbuu koo irraa na qulqulleessi;+

Cabbii caalaas akkan addaadhuuf na dhiqi.+

 8 Lafeewwan ati caccabsite akka gammadaniif,+

Sagalee gammachuu fi sagalee ililchuu akkan dhagaʼu godhi.

 9 Fuula kee cubbuu koo irraa garagalchi,*+

Dogoggora koo hundumaas na irraa haqi.+

10 Yaa Waaqayyo, garaa qulqulluu na keessatti uumi,+

Hafuura haaraa cimaa taʼes na keessa kaaʼi.+

11 Fuula kee duraa na hin gatin;

Hafuura qulqulluu kees na irraa hin fudhatin.

12 Gammachuu fayyisuu keetii naaf deebisi;+

Fedhii siif ajajamuu na keessatti kakaasi.*

13 Cubbamoonni gara keetti akka deebiʼaniif,

Ani warra balleessaa raawwatan daandii kee nan barsiisa.+

14 Arrabni koo gammachuudhaan qajeelummaa kee akka labsuuf,+

Waaqa fayyinaa koo kan taate yaa Waaqayyo,+ dhiigaan itti gaafatamuu irraa na oolchi.+

15 Afaan koo ulfina kee akka labsuuf,

Yaa Yihowaa, akkan dubbadhu naaf heyyami.+

16 Ati aarsaa hin barbaaddu, utuu akkana taʼee silaa aarsaa nan dhiheessan ture;+

Ati aarsaa guutummaatti gubamutti hin gammaddu.+

17 Aarsaan Waaqayyoon gammachiisu, hafuura cabe dha;

Yaa Waaqayyo, ati garaa cabee* fi bullaaʼe hin tuffattu.+

18 Fedhii keetiin Xiyooniif wanta gaarii godhi;

Dallaawwan Yerusaalem ijaari.

19 Achiis aarsaawwan qajeelummaatti,

Aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan guutummaatti dhihaatanitti ni gammadda;

Sana booda qotiyyoowwan iddoo aarsaa kee irratti ni dhihaatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi