LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 34
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Keessa Deebii

      • Yihowaan biyyattii Museetti argisiise (1-4)

      • Museen ni duʼe (5-12)

Keessa Deebii 34:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:49
  • +Kes 3:27
  • +Lak 36:13
  • +Abo 18:29

Keessa Deebii 34:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Galaana Guddaa, Meditiraaniyaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:31; Lak 34:2, 6; Kes 11:24

Keessa Deebii 34:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 15:1
  • +Uma 13:10
  • +Uma 19:22, 23

Keessa Deebii 34:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 12:7; 26:3; 28:13
  • +Lak 20:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 2/2020, ful. 1-2

Keessa Deebii 34:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:50; Iya 1:2

Keessa Deebii 34:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2021, ful. 1-2

Keessa Deebii 34:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:1, 2; HoE 7:23, 30, 36

Keessa Deebii 34:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 20:29

Keessa Deebii 34:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:14; 1Xi 4:14
  • +Lak 27:18, 21; Iya 1:16

Keessa Deebii 34:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:11; Lak 12:8
  • +Kes 18:15; HoE 3:22; 7:37

Keessa Deebii 34:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:34

Keessa Deebii 34:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 26:8; Luq 24:19

Yaada Wal Simu

Kes. 34:1Kes 32:49
Kes. 34:1Kes 3:27
Kes. 34:1Lak 36:13
Kes. 34:1Abo 18:29
Kes. 34:2Bau 23:31; Lak 34:2, 6; Kes 11:24
Kes. 34:3Iya 15:1
Kes. 34:3Uma 13:10
Kes. 34:3Uma 19:22, 23
Kes. 34:4Uma 12:7; 26:3; 28:13
Kes. 34:4Lak 20:12
Kes. 34:5Kes 32:50; Iya 1:2
Kes. 34:6Yih 9
Kes. 34:7Kes 31:1, 2; HoE 7:23, 30, 36
Kes. 34:8Lak 20:29
Kes. 34:9Kes 31:14; 1Xi 4:14
Kes. 34:9Lak 27:18, 21; Iya 1:16
Kes. 34:10Bau 33:11; Lak 12:8
Kes. 34:10Kes 18:15; HoE 3:22; 7:37
Kes. 34:11Kes 4:34
Kes. 34:12Kes 26:8; Luq 24:19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Keessa Deebii 34:1-12

Keessa Deebii

34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+ 2 guutummaa Niftaalem, biyya Efreemii fi Minaasee, guutummaa biyya Yihudaa hamma galaana dhihaatti,*+ 3 akkasumas Negeebii+ fi koonyaa Yordaanos,+ dirree sulula Yerikoo dabalatee magaalaa muka meexxii hamma Zoʼaaritti+ isatti ni argisiise.

4 Achiis Yihowaan akkana isaan jedhe: “Biyyi ani, ‘Sanyii keetiif nan kenna’+ jedhee Abrahaamiif, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kakadhe kana dha. Ija keetiin akka ilaaltu nan godha; garuu achitti hin ceetu.”+

5 Sana booda Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe akkuma Yihowaan jedhetti achuma biyya Moʼaab keessatti ni duʼe.+ 6 Innis sulula isa biyya Moʼaab keessa, Beet Peʼoor gamatti argamu keessatti isa ni awwaale; hamma harʼaatti awwaalli isaa eessa akka taʼe namni beeku hin jiru.+ 7 Museen yeroo duʼetti umuriin isaa waggaa 120 ture.+ Yeroo kanatti ijji isaa hin dadhabne, humni isaas hin laafne. 8 Namoonni Israaʼelis gammoojjii Moʼaab keessatti guyyaa 30f Museedhaaf ni booʼan.+ Achiis guyyaan Museedhaaf itti booʼamuu fi itti gaddamu ni xumurame.

9 Museen harka isaa isa irra kaaʼee waan tureef,+ Iyyaasuun ilmi Nuun nama hafuura ogummaatiin guutame ture; Israaʼelonnis isa dhagaʼuu jalqaban; akkuma Yihowaan Musee ajajes ni godhan.+ 10 Haa taʼu malee, raajiin kan akka Musee Yihowaan fuulaa fuulatti beeke+ sana booda matumaa Israaʼel keessatti hin kaane.+ 11 Inni mallattoowwanii fi dinqiiwwan Yihowaan biyya Gibxii keessatti Faraʼoon irratti, tajaajiltoota isaa hundumaa fi guutummaa biyya isaa irratti akka raawwatu isa erge hundumaa raawwateera;+ 12 kana malees, Museen guutummaa Israaʼel duratti harka jabaa fi humna dinqisiisaa argisiiseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi