LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Tasalonqee 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Tasalonqee

      • Nama seera mormu (1-12)

      • Gorsa jabaatanii akka dhaabbatan kenname (13-17)

2 Tasalonqee 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:3
  • +1Ta 4:17

2 Tasalonqee 2:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:1
  • +Sef 1:14; 2Ph 3:10

2 Tasalonqee 2:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isin hin gowwoomsin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:1; 2Xi 2:16-18; 4:3; 2Ph 2:1; 1Yo 2:18, 19
  • +Mat 7:15; HoE 20:29, 30
  • +2Ph 2:1, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 30

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2079

2 Tasalonqee 2:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    7/2019, ful. 4

2 Tasalonqee 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:29, 30; 1Qo 11:18, 19; 1Yo 2:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    7/2019, ful. 4

2 Tasalonqee 2:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:4; Mul 19:15
  • +1Xi 6:13-15; 2Xi 4:1, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    7/2019, ful. 4

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2010, ful. 28

    9/15/2008, ful. 30

2 Tasalonqee 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:3
  • +Mat 24:24

2 Tasalonqee 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:11

2 Tasalonqee 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:5; 1Xi 4:1; 2Xi 4:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2019, ful. 5

2 Tasalonqee 2:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:17; 1Qo 6:11; 1Ta 4:7
  • +Yoh 6:44; Rom 8:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 30

2 Tasalonqee 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 5:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 30

2 Tasalonqee 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:58; 16:13
  • +1Qo 11:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 8-9

2 Tasalonqee 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:10
  • +1Ph 1:3, 4

Yaada Wal Simu

2Tas. 2:1Mat 24:3
2Tas. 2:11Ta 4:17
2Tas. 2:21Yo 4:1
2Tas. 2:2Sef 1:14; 2Ph 3:10
2Tas. 2:31Xi 4:1; 2Xi 2:16-18; 4:3; 2Ph 2:1; 1Yo 2:18, 19
2Tas. 2:3Mat 7:15; HoE 20:29, 30
2Tas. 2:32Ph 2:1, 3
2Tas. 2:7HoE 20:29, 30; 1Qo 11:18, 19; 1Yo 2:18
2Tas. 2:8Isa 11:4; Mul 19:15
2Tas. 2:81Xi 6:13-15; 2Xi 4:1, 8
2Tas. 2:92Qo 11:3
2Tas. 2:9Mat 24:24
2Tas. 2:10Mat 24:11
2Tas. 2:11Mat 24:5; 1Xi 4:1; 2Xi 4:3, 4
2Tas. 2:13Yoh 17:17; 1Qo 6:11; 1Ta 4:7
2Tas. 2:13Yoh 6:44; Rom 8:30
2Tas. 2:141Ph 5:10
2Tas. 2:151Qo 15:58; 16:13
2Tas. 2:151Qo 11:2
2Tas. 2:161Yo 4:10
2Tas. 2:161Ph 1:3, 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Tasalonqee 2:1-17

Tasalonqee Lammaffaa

2 Haa taʼu malee yaa obbolootaa, argama Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii+ fi gara isaatti walitti qabamuu keenya+ ilaalchisee, kana isin kadhanna: 2 Dubbii geggeessaa hafuuraatiin* dubbatameen+ yookiin ergaa afaaniin dubbatameen yookiin xalayaa kan nu biraa ergame fakkaatuun, guyyaan Yihowaa*+ gaʼeera jettanii daftanii yaada keessaniin hin raafaminaa yookiin hin naʼinaa.

3 Namni tokko illee haala akkamiitiin iyyuu karaa irraa isin hin jalʼisin;* sababiin isaas, guyyaan Waaqayyoo jalqaba gantummaan+ sun utuu hin dhufin, akkasumas namni seera mormu+ inni ilma badiisaa+ taʼe sun utuu hin mulʼatin hin dhufu. 4 Inni warra waaqolii jedhaman yookiin wantoota waaqeffataman hundumaa mormee dhaabbata, akkasumas isaan gararraatti ol of godha; akka kanaan mana qulqullummaa Waaqayyoo keessa taaʼee akka waan waaqa taʼetti ifatti of mulʼisa. 5 Yeroon isinii wajjin turetti wantoota kana isinitti himaa akkan ture hin yaadattanii?

6 Inni yerooma isaatti akka mulʼatuuf, amma akka inni hin mulʼanne wanti isa dhowwu maal akka taʼe beektu. 7 Dhugaa dha, iccitiin seera mormuu kun amma iyyuu hojjechaa jira;+ taʼus, iccitii taʼee kan turu hamma wanti amma isa dhowwu sun karaa irraa fuudhamutti dha. 8 Sana booda inni seera mormu sun, inni Gooftaan Yesuus hafuura afaan isaatiin balleessuu+ fi argama isaatiin yeroo mulʼatutti+ dhabamsiisu sun ni mulʼata. 9 Haa taʼu malee, inni seera mormu sun kan argamu humna Seexanaatiin+ yeroo taʼu, hojii guguddaa, mallattoowwanii fi dinqiiwwan sobaa,+ 10 akkasumas gowwoomsaa+ jalʼina irratti hundaaʼe hundumaa raawwata; isaan fayyuu akka dandaʼanitti dhugaa waan hin fudhannee fi waan hin jaallanneef, kun warra badaniif akka adabaatti dhufa. 11 Waaqayyo isaan soba akka amananiif dhiibbaan gowwoomsaa akka isaan dogoggorsu kan heyyame kanaafi;+ 12 kunis kan taʼe isaan dhugaa amanuu mannaa, jalʼinatti waan gammadaniif hundi isaanii akka isaanitti murteeffamuufi.

13 Haa taʼu malee, isin obboloonni Yihowaa* biratti jaallatamtan, Waaqayyo jalqabumaa kaasee hafuura isaa fi amantii dhugaa irratti qabdaniin isin qulqulleessuudhaan+ fayyinaaf waan isin filateef,+ waaʼee keessaniif yeroo hunda Waaqayyoon galateeffachuuf dirqamna. 14 Ulfina Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos akka argattaniif,+ inni karaa misiraachoo nuti labsinu kanaa isin waameera. 15 Kanaafuu yaa obbolootaa, jabaadhaa dhaabbadhaa;+ akkasumas ergaa afaaniitiinis taʼe xalayaa nu biraa barreeffameen wanta nu irraa barattan jabeessaa qabadhaa.+ 16 Kana malees, Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mataan isaa, akkasumas Waaqayyo Abbaan keenya inni nu jaallatee+ fi gaarummaa guddaadhaan jajjabina bara baraa fi abdii gaarii nuu kenne,+ 17 garaa keessan haa jajjabeessan, hojii gaarii fi dubbii gaarii hundumaanis isin haa cimsan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi