LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON WARRA NAMOONNI HISQIYAAS MOOTICHAA QINDEESSANII FI GARAGALCHAN (25:1–29:27)

Fakkeenya 27:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dhalu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 12:19, 20; Yaq 4:13, 14

Fakkeenya 27:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Keessummaan.”

  • *

    Kal., “Orma.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 25:27; Er 9:23; 2Qo 10:18

Fakkeenya 27:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:25

Fakkeenya 27:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 37:9-11; Fak 14:30; HoE 17:5

Fakkeenya 27:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:17; Mat 18:15

Fakkeenya 27:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “garaadhaa kan hin taane dha; kan dirqamaa ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:7, 9; Fr 141:5; Mul 3:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 183

Fakkeenya 27:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

  • *

    Kal., “irra ni ejjeta.”

  • *

    Ykn., “Lubbuun.”

Fakkeenya 27:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “baqattee baddee ti.”

Fakkeenya 27:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa irraa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:16; Fak 15:23; 16:24

Fakkeenya 27:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:17; 18:24

Fakkeenya 27:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 1:8, 9
  • +Fak 10:1; 23:15; 2Yo 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2018, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2016, ful. 30

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 12-13

    4/15/2009, ful. 7-11

    9/1/2006, ful. 12

    Barsiisaa, ful. 208-211

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 66

Fakkeenya 27:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adabnis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:10; Isa 26:20; Ibr 11:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2015, ful. 8-9

Fakkeenya 27:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:16

Fakkeenya 27:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 21:9, 19

Fakkeenya 27:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fuula michuu isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:16; Ibr 10:24, 25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 183

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

Fakkeenya 27:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:4
  • +Uma 39:2; Fak 17:2

Fakkeenya 27:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolii fi Abaadoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 30:15, 16

Fakkeenya 27:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namnis akkuma galata isaaf dhihaatuu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:3

Fakkeenya 27:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Garaa kee hoolota kee irra kaaʼi; Hoolota keetiif xiyyeeffannaa kenni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 3:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2022, ful. 17

Fakkeenya 27:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:4, 5; 1Xi 6:17

Yaada Wal Simu

Fak. 27:1Luq 12:19, 20; Yaq 4:13, 14
Fak. 27:2Fak 25:27; Er 9:23; 2Qo 10:18
Fak. 27:31Sa 25:25
Fak. 27:4Uma 37:9-11; Fak 14:30; HoE 17:5
Fak. 27:5Lew 19:17; Mat 18:15
Fak. 27:62Sa 12:7, 9; Fr 141:5; Mul 3:19
Fak. 27:91Sa 23:16; Fak 15:23; 16:24
Fak. 27:10Fak 17:17; 18:24
Fak. 27:11Iyo 1:8, 9
Fak. 27:11Fak 10:1; 23:15; 2Yo 4
Fak. 27:12Fak 18:10; Isa 26:20; Ibr 11:7
Fak. 27:13Fak 20:16
Fak. 27:15Fak 21:9, 19
Fak. 27:171Sa 23:16; Ibr 10:24, 25
Fak. 27:18Fak 13:4
Fak. 27:18Uma 39:2; Fak 17:2
Fak. 27:20Fak 30:15, 16
Fak. 27:21Fak 17:3
Fak. 27:23Qol 3:23
Fak. 27:24Fak 23:4, 5; 1Xi 6:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 27:1-27

Fakkeenya

27 Wanta guyyaan fidu* waan hin beekneef,

Waaʼee boruutiif of hin jajin.+

 2 Namni kan biraan* si haa jaju malee, afaan kee si hin jajin;

Namoota kaan* malee, arrabni kee si hin jajin.+

 3 Dhagaan ni ulfaata, cirrachis baayʼee ulfaata,

Aariin namni gowwaan namatti fidu garuu lamaan isaanii iyyuu caalaa ulfaata.+

 4 Aariin gara jabeessa dha, dheekkamsis akkuma lolaa yaaʼuu ti,

Hinaaffaa dura garuu eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+

 5 Jaalala dhokfame irra ifannaa ifatti kenname wayya.+

 6 Madaan michuun geessisu amanamummaa irraa kan madde dha,+

Dhungannaan diinaa garuu hedduu dha.*

 7 Namni* quufe damma dhaaba dammaa keessaa coccophu ni tuffata,*

Namni* beelaʼe garuu wanti hadhaaʼu illee isatti miʼaawa.

 8 Namni mana isaa irraa fagaate

Akkuma simbira manʼee ishii irraa fagaattee ti.*

 9 Zayitii fi ixaanni garaa namaa ni gammachiisu;

Michuun garaadhaa* gorsa kennus akkanuma dha.+

10 Michuu kee yookiin michuu abbaa keetii hin dhiisin,

Guyyaa badiisni sitti dhufuttis mana obboleessa keetti hin seenin;

Obboleessa fagoo jiru mannaa ollaa dhihoo jiru wayya.+

11 Isa na arrabsuuf deebii kennuu akkan dandaʼutti,+

Yaa ilma koo, ogeessa taʼi, garaa koos gammachiisi.+

12 Namni abshaalli balaa ni arga, jalaas ni dhokata,+

Namni muuxannoo hin qabne garuu ittuma deema, miidhaanis* isa irra gaʼa.

13 Namni tokko ormaaf yoo wabii taʼe uffata isaa irraa fudhadhu;

Kana kan godhe dubartii biyya ormaatiif yoo taʼe immoo qabsiisa irraa fudhadhu.+

14 Namni tokko ganama bariidhaan sagalee isaa ol kaasee michuu isaa yoo eebbise,

Akka isa abaaretti ilaalama.

15 Haati manaa nyakkistuu taate akkuma baaxii guyyaa roobu hundumaatti dhimmisuu ti.+

16 Namni ishii toʼachuu dandaʼu kam iyyuu bubbee toʼachuu ni dandaʼa,

Harka isaa mirgaatiinis zayitii qabachuu ni dandaʼa.

17 Akkuma sibiilli sibiila qaru

Namnis michuu isaa* ni qara.+

18 Namni muka harbuu kunuunsu firii isaa nyaata,+

Namni gooftaa isaa kunuunsus ulfina argata.+

19 Akkuma bishaan fuula namaa mulʼisu,

Garaan nama tokkoos garaa nama kan biraa mulʼisa.

20 Awwaallii fi iddoon badiisaa* matumaa hin quufan,+

Ijji namaas yoom iyyuu hin quufu.

21 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+

Namnis galata argatuun ni qorama.*

22 Akkuma midhaan mooyyeedhaan tumameetti

Nama gowwaa taʼe muka mooyyeetiin yoo tumte illee

Gowwummaan isaa isa hin gadhiisu.

23 Bifa bushaayee keetii akka gaariitti beeki.

Hoolota kee akka gaariitti kunuunsi,*+

24 Sababiin isaas, qabeenyi bara baraaf hin turu,+

Gonfoonis bara baraaf dhalootaa dhalootatti hin darbu.

25 Margi lalisaan ni bada, margi haaraan ni biqila,

Biqiltoonni gaarota irra jiranis walitti qabamanii galfamu.

26 Hoolonni xobbaallaan uffata siif argamsiisu,

Korbeeyyiin reʼees gatii maasii siif argamsiisu.

27 Aannan reʼee sii fi maatii kee sooruuf,

Akkasumas tajaajiltoota kee warra durbaa ittiin jiraachisuuf gaʼu ni qabaatta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi