LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Tasalonqee

      • Tajaajila Phaawulos Tasalonqeetti raawwate (1-12)

      • Warri Tasalonqee dubbii Waaqayyoo fudhatan (13-16)

      • Phaawulos warra Tasalonqee arguuf hawwe (17-20)

1 Tasalonqee 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:1, 4

1 Tasalonqee 2:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “waldhaansoo cimaa gidduutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 16:12, 22-24
  • +HoE 17:1, 2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dhugaa Baʼuu’, ful. 151-152

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 59

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 20

    7/15/2008, ful. 8-9

1 Tasalonqee 2:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:3; Er 11:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2024, ful. 30-31

1 Tasalonqee 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 20:33

1 Tasalonqee 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:9; 2Ta 3:8, 10

1 Tasalonqee 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gammannee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 15:13
  • +Yoh 13:35

1 Tasalonqee 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:3; 20:34; 2Qo 11:9; 2Ta 3:8, 10

1 Tasalonqee 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:15
  • +HoE 20:31

1 Tasalonqee 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:28-30
  • +1Ph 5:10
  • +Efe 4:1; Qol 1:10; 1Ph 1:15

1 Tasalonqee 2:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 1:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 5

1 Tasalonqee 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:5

1 Tasalonqee 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:22, 23; 7:52
  • +Mat 23:34

1 Tasalonqee 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 11:52; HoE 13:49, 50
  • +Rom 1:18

1 Tasalonqee 2:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fuula keessan.”

1 Tasalonqee 2:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:23; 2Ta 1:4

Yaada Wal Simu

1Tas. 2:1HoE 17:1, 4
1Tas. 2:2HoE 16:12, 22-24
1Tas. 2:2HoE 17:1, 2
1Tas. 2:4Fak 17:3; Er 11:20
1Tas. 2:5HoE 20:33
1Tas. 2:62Qo 11:9; 2Ta 3:8, 10
1Tas. 2:8Yoh 15:13
1Tas. 2:8Yoh 13:35
1Tas. 2:9HoE 18:3; 20:34; 2Qo 11:9; 2Ta 3:8, 10
1Tas. 2:111Qo 4:15
1Tas. 2:11HoE 20:31
1Tas. 2:12Luq 22:28-30
1Tas. 2:121Ph 5:10
1Tas. 2:12Efe 4:1; Qol 1:10; 1Ph 1:15
1Tas. 2:131Ta 1:2, 3
1Tas. 2:14HoE 17:5
1Tas. 2:15HoE 2:22, 23; 7:52
1Tas. 2:15Mat 23:34
1Tas. 2:16Luq 11:52; HoE 13:49, 50
1Tas. 2:16Rom 1:18
1Tas. 2:191Ta 5:23; 2Ta 1:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Tasalonqee 2:1-20

Tasalonqee Tokkoffaa

2 Yaa obbolootaa, isin bira dhufuun keenya faayidaa kan hin qabne akka hin taane isinumti iyyuu akka gaariitti beektu.+ 2 Akkuma beektan jalqaba Filiphisiyus keessatti rakkinnii fi salphinni nu irra gaʼee ture;+ taʼus utuma mormii guddaan nu irra gaʼuu* misiraachoo Waaqayyoo isiniif lallabuuf+ gargaarsa Waaqa keenyaatiin akkuma taʼetti ija jabina arganne. 3 Gorsi nuti isiniif kenninu, yaada dogoggoraa yookiin xuraaʼummaa yookiin gowwoomsaa irraa kan madde miti; 4 kanaa mannaa, akkuma Waaqayyo misiraachicha imaanaadhaan nutti kennuuf gaʼumsa qabaachuu keenya nuu mirkaneesse, namoota gammachiisuuf utuu hin taʼin, Waaqa isa garaa keenya qoru+ gammachiisuuf jennee dubbanna.

5 Nuti matumaa dubbii gowwoomsaa akka hin dubbanne yookiin sassata nu keessa jiru dhoksuuf jennee fakkeessuuf akka hin yaalle beektu;+ Waaqayyos kanaaf ragaa baʼa! 6 Nuti ergamoota Kiristoos waan taaneef, baasii hedduu isin baasisuudhaan baʼaa isinitti taʼuu kan dandeenyu taʼus, isin irraas taʼe warra kaan irraa, namoota irraa ulfina hin barbaanne.+ 7 Kanaa mannaa, akkuma haati hoosistu takka ijoollee ishii gaarummaadhaan kunuunsitu, nutis yeroo isin gidduu turre garraamummaadhaan isin kunuunsine. 8 Jaalala guddaa waan isiniif qabnuuf, misiraachoo Waaqayyoo qofa utuu hin taʼin, lubbuu keenya illee isinii kennuuf+ murteessinee* turre; sababiin isaas, isin nu biratti baayʼee jaallatamoo turtan.+

9 Yaa obbolootaa, dadhabbii fi dhamaatii keenya akka gaariitti ni yaadattu. Misiraachoo Waaqayyoo yeroo isiniif labsinetti, isin keessaa nama tokko illee baasii hedduu baasisuudhaan baʼaa akka isinitti hin taanetti halkanii fi guyyaa hojjenna turre.+ 10 Nuti warra amantoota taatan gidduutti hangam amanamoo, qajeeloo fi hirʼina kan hin qabne taanee akka jiraanne isin ragaa ni baatu; Waaqayyos ragaa ni baʼa. 11 Akkuma abbaan+ ijoollee isaatiif godhu, nuti isin gorsaa fi jajjabeessaa, akkasumas tokkoon tokkoon keessaniif dhugaa baʼaa akka turre+ akka gaariitti beektu; 12 kanas kan goone, Waaqayyo isa gara Mootummaa isaa+ fi ulfina isaatti isin waameef+ akka taʼutti deddeebiʼuu keessan akka itti fuftaniifi.+

13 Nutis utuu wal irraa hin kutin Waaqayyoon kan galateeffannu kanaafi;+ sababiin isaas, isin dubbii Waaqayyoo isa nu irraa dhageessan sana yommuu fudhattan, akka dubbii namaatti utuu hin taʼin, akka dubbii Waaqayyootti fudhattan; inni dhuguma dubbii Waaqayyoo ti; isin warra amantoota taatan keessattis hojjechaa jira. 14 Yaa obbolootaa, isin fakkeenya gumiiwwan Waaqayyoo warra Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabanii fi Yihudaa keessa jiranii hordoftaniittu; sababiin isaas, akkuma namoota biyya keessanii irraa rakkinni isin irra gaʼe,+ isaanis Yihudoota irraa rakkinni isaan irra gaʼaa jira; 15 Yihudoonni Gooftaa Yesuusii fi raajota illee ajjeesaniiru;+ nuunis ariʼataniiru.+ Kana malees, isaan Waaqayyoon gammachiisaa hin jiran; kanaa mannaa, wanta namoota hundumaa fayyadu mormu; 16 kanas kan godhan, saboonni kaan akka fayyaniif akka nuti isaaniif hin lallabne nu dhowwuuf yaaluudhaani.+ Isaan yeroo hunda karaa kanaan safartuu cubbuu isaanii ni guutu. Dhuma irratti garuu dheekkamsi isaa isaanitti ni dhufa.+

17 Haa taʼu malee, yaa obbolootaa, yeroo gabaabaadhaaf yommuu isin irraa addaan baanee turretti (yaadaan utuu hin taʼin qaamaan), baayʼee waan isin yaanneef, qaamaan isin* arguuf wanta nuu dandaʼame hunda goone. 18 Gara keessan dhufuu barbaannee turre; eeyyee, ani Phaawulos siʼa tokko qofa utuu hin taʼin siʼa lama yaaleen ture; Seexanni garuu karaa nutti cufe. 19 Gooftaan keenya Yesuus yeroo argamu, isa duratti abdiin keenya yookiin gammachuun keenya yookiin gonfoon ililchuu keenya eenyu? Isinuma mitii ree?+ 20 Isin dhuguma ulfinaa fi gammachuu keenya dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi