LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Uumaa jajachuu

        • “Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa” (3)

        • Uumamawwan dubbii fi hafuura Yihowaatiin uumaman (6)

        • Sabni Yihowaa gammadaa dha (12)

        • Ijji Yihowaa ni ilaala (18)

Faarfannaa 33:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 4:4

Faarfannaa 33:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

Faarfannaa 33:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:3; 98:1; 149:1; Isa 42:10; Mul 5:9

Faarfannaa 33:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:6

Faarfannaa 33:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 37:23; Fr 11:7; 45:7
  • +Fr 145:16; HoE 14:17

Faarfannaa 33:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “raayyaan waraanaa isaanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 11:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

Faarfannaa 33:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:9; Iyo 38:8-11; Fak 8:29; Er 5:22

Faarfannaa 33:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 14:7

Faarfannaa 33:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 148:4, 5
  • +Fr 119:90

Faarfannaa 33:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gorsa.”

  • *

    Ykn., “Yaada.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 8:10; 19:3
  • +Fr 21:8, 11

Faarfannaa 33:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gorsi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 19:21; Isa 46:10

Faarfannaa 33:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29; Fr 65:4; 135:4; 1Ph 2:9

Faarfannaa 33:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 11:4; 14:2; Fak 15:3; Ibr 4:13

Faarfannaa 33:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9; Iyo 34:21; Fak 24:12

Faarfannaa 33:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:6
  • +2Se 32:21; Fr 44:4, 5

Faarfannaa 33:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 7:6, 7; Fr 20:7; Fak 21:31; Isa 31:1

Faarfannaa 33:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:7; Fr 34:15

Faarfannaa 33:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:15, 16

Faarfannaa 33:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun keenya.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:29

Faarfannaa 33:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:7; Fak 18:10

Faarfannaa 33:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 7:7
  • +Fr 32:10

Yaada Wal Simu

Far. 33:1Flp 4:4
Far. 33:3Fr 40:3; 98:1; 149:1; Isa 42:10; Mul 5:9
Far. 33:4Fr 12:6
Far. 33:5Iyo 37:23; Fr 11:7; 45:7
Far. 33:5Fr 145:16; HoE 14:17
Far. 33:6Ibr 11:3
Far. 33:7Uma 1:9; Iyo 38:8-11; Fak 8:29; Er 5:22
Far. 33:8Mul 14:7
Far. 33:9Fr 148:4, 5
Far. 33:9Fr 119:90
Far. 33:10Isa 8:10; 19:3
Far. 33:10Fr 21:8, 11
Far. 33:11Fak 19:21; Isa 46:10
Far. 33:12Kes 33:29; Fr 65:4; 135:4; 1Ph 2:9
Far. 33:13Fr 11:4; 14:2; Fak 15:3; Ibr 4:13
Far. 33:151Se 28:9; Iyo 34:21; Fak 24:12
Far. 33:16Iya 11:6
Far. 33:162Se 32:21; Fr 44:4, 5
Far. 33:172Mo 7:6, 7; Fr 20:7; Fak 21:31; Isa 31:1
Far. 33:18Iyo 36:7; Fr 34:15
Far. 33:19Isa 33:15, 16
Far. 33:20Kes 33:29
Far. 33:21Fr 28:7; Fak 18:10
Far. 33:22Mik 7:7
Far. 33:22Fr 32:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 33:1-22

Faarfannaa

33 Isin qajeelonni wantoota Yihowaan raawwateen kan kaʼe ililchaa.+

Qajeelonni isa jajachuun isaanii sirrii dha.

 2 Baganaadhaan Yihowaadhaaf galata galchaa;

Meeshaa muuziqaa ribuu kudhan qabuun faarfannaa galataa isaaf faarfadhaa.*

 3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa;+

Meeshaa muuziqaa ribuu qabuun akka gaariitti taphadhaa, ililchaas.

 4 Sababiin isaas, dubbiin Yihowaa qajeelaa dha,+

Wanti Waaqayyo godhu hundis kan amanamu dha.

 5 Inni qajeelummaa fi haqa ni jaallata.+

Lafti jaalala Yihowaa isa amanamaadhaan guutamteetti.+

 6 Dubbii Yihowaatiin samiiwwan,

Hafuura afaan isaatiinis wantoonni isaan keessa jiran* hundi tolfamaniiru.+

 7 Inni akkuma hidhaatti bishaanota walitti ni qaba;+

Dambaliiwwan bishaaniis manneen kuusaa keessa ni kaaʼa.

 8 Guutummaan lafaa Yihowaa haa sodaattu.+

Jiraattonni lafa oomisha kennituus kabaja guddaa isaaf haa qabaatan.

 9 Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni raawwatame;+

Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.+

10 Yihowaan mala haxxummaa* saboonni qopheessan ni fashaleesse;+

Karoora* sabootaas ni gufachiise.+

11 Murtoon* Yihowaa garuu bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

Wanti inni garaa isaatti yaade dhalootaa hamma dhalootaatti jiraata.

12 Sabni Waaqni isaa Yihowaa taʼe,

Sabni inni qabeenya dhuunfaa isaa godhee filates gammadaa dha.+

13 Yihowaan samii irraa gad ni ilaala;

Ilmaan namootaa hundumaas ni arga.+

14 Bakka jireenyaa isaatii

Jiraattota lafa irraa ni arga.

15 Garaa namoota hundumaa kan tolchu isa dha;

Inni hojiiwwan isaanii hundumaa ni qora.+

16 Mootiin raayyaa waraanaa hedduu qabaachuudhaan oolu hin jiru;+

Namni jabaanis humna isaa isa guddaadhaan hin oolu.+

17 Fardi fayyina* argamsiisa jedhanii amanamuun abdii gatii hin qabne dha;+

Jabinni isaa inni cimaanis miliquuf wabii hin taʼu.

18 Kunoo, ijji Yihowaa warra isa sodaatan,

Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatan ni ilaala;+

19 Kanas kan godhu, duʼa irraa isaan* oolchuuf,

Yeroo beelaattis lubbuudhaan isaan tursuufi.+

20 Nuti* abdiidhaan Yihowaa eegganna.

Inni gargaaraa keenyaa fi gaachana keenya.+

21 Maqaa isaa isa qulqulluutti waan amanamnuuf,

Garaan keenya isatti ni gammada.+

22 Yaa Yihowaa, yommuu si eeggannutti,+

Jaalalli kee inni amanamaan nu irra haa buufatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi