LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Ximotewos

      • Nagaa dhaamuu (1, 2)

      • Phaawulos amantii Ximotewosiif Waaqa galateeffate (3-5)

      • Kennaa Waaqaa akka ibiddaatti qabsiisi (6-11)

      • Dubbii gaarii hordofuu kee itti fufi (12-14)

      • Diinotaa fi michoota Phaawulos (15-18)

2 Ximotewos 1:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:16; 6:40, 44; 1Ph 1:3, 4

2 Ximotewos 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 28

2 Ximotewos 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2022, ful. 19-20

2 Ximotewos 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 24

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 28-29

    Gaaffii Dargaggootaa, Jildii 2, ful. 116

2 Ximotewos 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 24:49; HoE 1:8
  • +Rom 8:15; 1Ta 2:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 24

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 47

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2013, ful. 23-24

    5/15/2009, ful. 15

    10/1/2006, ful. 22-23

2 Ximotewos 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 1:16
  • +Flp 4:13; Qol 1:11
  • +Qol 1:24; 2Xi 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    8/2019, ful. 1

2 Ximotewos 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 2:5, 8; Tit 3:5
  • +Efe 1:4; Ibr 3:1

2 Ximotewos 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:14; Ibr 2:9
  • +1Qo 15:54; Ibr 2:14
  • +Rom 1:16
  • +1Ph 1:3, 4
  • +Yoh 5:24; 1Yo 1:2

2 Ximotewos 1:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:15; 1Xi 2:7

2 Ximotewos 1:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:16; Efe 3:1
  • +2Qo 4:2
  • +2Xi 4:8

2 Ximotewos 1:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fayya qabeessa; faayida qabeessa.”

  • *

    Ykn., “tooriitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 6:3, 4; Tit 1:7, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 31

    8/15/2008, ful. 24

    4/1/2006, ful. 16-17

2 Ximotewos 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2018, ful. 14

2 Ximotewos 1:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 19:10

2 Ximotewos 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 4:19

2 Ximotewos 1:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Yaada Wal Simu

2Xim. 1:1Yoh 3:16; 6:40, 44; 1Ph 1:3, 4
2Xim. 1:21Qo 4:17
2Xim. 1:51Xi 4:6
2Xim. 1:61Xi 4:14
2Xim. 1:7Luq 24:49; HoE 1:8
2Xim. 1:7Rom 8:15; 1Ta 2:2
2Xim. 1:8Rom 1:16
2Xim. 1:8Flp 4:13; Qol 1:11
2Xim. 1:8Qol 1:24; 2Xi 2:3
2Xim. 1:9Efe 1:4; Ibr 3:1
2Xim. 1:9Efe 2:5, 8; Tit 3:5
2Xim. 1:10Yoh 1:14; Ibr 2:9
2Xim. 1:101Qo 15:54; Ibr 2:14
2Xim. 1:10Rom 1:16
2Xim. 1:101Ph 1:3, 4
2Xim. 1:10Yoh 5:24; 1Yo 1:2
2Xim. 1:11HoE 9:15; 1Xi 2:7
2Xim. 1:12HoE 9:16; Efe 3:1
2Xim. 1:122Qo 4:2
2Xim. 1:122Xi 4:8
2Xim. 1:131Xi 6:3, 4; Tit 1:7, 9
2Xim. 1:14Rom 8:11
2Xim. 1:15HoE 19:10
2Xim. 1:162Xi 4:19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Ximotewos 1:1-18

Ximotewos Lammaffaa

1 Phaawulos isa abdii jireenyaa karaa Kiristoos Yesuus+ kennamee wajjin haala wal simuun, fedhii Waaqayyootiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa, 2 Ximotewos ilma koo isa jaallatamaadhaaf:+

Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus biraa gaarummaa guddaan, gara laafinnii fi nagaan siif haa taʼu.

3 Ani Waaqa isan akkuma abbootiin koo gochaa turanitti qalbii qulqulluudhaan tajaajila qulqulluu dhiheessuuf sana nan galateeffadha; kanaafuu, wawwaannaa ani halkanii fi guyyaa dhiheessu keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha. 4 Imimmaan kee yommuun yaadadhu, si argee gammachuudhaan guutamuuf nan hawwa. 5 Amantii kee isa fakkeessaa hin qabne+ isa jalqaba akkoo tee Looyisii fi haadha tee Ewunqee keessa ture nan yaadadha, si keessas akka jiru nan amana.

6 Kanaan kan kaʼes, kennaa Waaqayyoo isa yommuu ani harka koo si irra kaaʼe sii kenname akka ibiddaatti akka qabsiistu sin yaadachiisa.+ 7 Sababiin isaas, Waaqayyo hafuura humnaa,+ hafuura jaalalaa fi hafuura sammuu fayyaa malee hafuura sodaa nuuf hin kennine.+ 8 Kanaafuu, waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuuttis taʼe ana isa isaaf jedhee hidhamee jirutti hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, humna Waaqayyootti amanamuudhaan+ atis gama keetiin rakkina misiraachichaan kan kaʼe si irra gaʼu dandaʼi.+ 9 Inni sababii hojii keenyaatiin utuu hin taʼin, kaayyoo isaa fi gaarummaa isaa isa guddaadhaan kan kaʼe nu oolcheera,+ waamicha qulqulluudhaanis nu waameera.+ Kunis Kiristoos Yesuusii wajjin haala wal qabateen yeroo dheeraa dura nuu kenname; 10 amma garuu mulʼachuu Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus,+ isa duʼa balleessee+ karaa misiraachichaa+ jireenyaa fi qaama hin tortorre+ irratti ifni akka ifu godhe+ sanaatiin akka gaariitti beekameera; 11 anis kanaaf lallabaa, ergamaa fi barsiisaa taʼee muudameera.+

12 Rakkinni kun na irra gaʼaa kan jiru kanaafi;+ taʼus ani hin qaanaʼu.+ Sababiin isaas, ani isan amane sana beeka; inni hamma guyyaa sanaatti wantan imaanaadhaan itti kennadhe eeguu akka dandaʼu hin shakku.+ 13 Dubbii gaarii*+ isa ana irraa dhageesse akka qajeelfamaatti* hordofi; akka nama Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabuutti amantii fi jaalala argisiisuu kee itti fufi. 14 Wanta gaarii imaanaadhaan sitti kenname kana hafuura qulqulluu isa nu keessa jiraatuun+ eegi.

15 Figeelosii fi Hermogenes dabalatee namoonni koonyaa Eeshiyaa keessa jiran+ hundi na dhiisanii akka deeman beekta. 16 Gooftaan maatii Oneesiforositti+ gara laafina haa argisiisu; inni yeroo baayʼee na jajjabeesseera; funcaadhaan hidhamuu koottis hin qaanofne. 17 Inni yeroo Roomaa keessa turetti dhimmee na barbaadee na argateera. 18 Gooftaan keenya Yihowaan* guyyaa sanatti gara laafina isatti haa argisiisu. Atis tajaajila inni Efesoon keessatti raawwate hunda akka gaariitti beekta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi