LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 77
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yeroo dhiphinaatti dhihaate

        • Hojiiwwan Waaqaa irratti xiinxaluu (11, 12)

        • ‘Yaa Waaqayyo, akka kee guddaa kan taʼe eenyu?’ (13)

Faarfannaa 77:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 35:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2100

Faarfannaa 77:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; Fak 15:29

Faarfannaa 77:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hadoodee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:6; 50:15

Faarfannaa 77:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hafuurri koo dadhabeera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:5
  • +Fr 143:4

Faarfannaa 77:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 143:5; Isa 51:9

Faarfannaa 77:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa meeshaa muuziqaa ribuu qabuun taphatamu.”

  • *

    Kal., “Hafuurri koo dhimmee qorannaa godha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:8
  • +Fr 77:12

Faarfannaa 77:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:1
  • +Fr 79:5

Faarfannaa 77:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:14; 63:15

Faarfannaa 77:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na waraanu.”

  • *

    Kal., “harka isaa mirgaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:22

Faarfannaa 77:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:9; Fr 143:5

Faarfannaa 77:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:11; Fr 89:8

Faarfannaa 77:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:18; Mul 15:3
  • +Bau 9:16; Isa 52:10; Dan 3:29; 6:26, 27

Faarfannaa 77:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Irree.”

  • *

    Kal., “furteetta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:6; Kes 9:29

Faarfannaa 77:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21; Iya 3:16; Fr 114:1-3

Faarfannaa 77:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:15; Fr 144:6

Faarfannaa 77:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lafa oomisha kennitu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 29:3
  • +Fr 97:4
  • +Bau 19:18; 2Sa 22:8

Faarfannaa 77:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:10, 11; An 3:15

Faarfannaa 77:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 63:11; HoE 7:35, 36
  • +Bau 13:21; Fr 78:52

Yaada Wal Simu

Far. 77:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru2Se 35:15
Far. 77:1Fr 34:6; Fak 15:29
Far. 77:2Fr 18:6; 50:15
Far. 77:3Fr 42:5
Far. 77:3Fr 143:4
Far. 77:5Fr 143:5; Isa 51:9
Far. 77:6Fr 42:8
Far. 77:6Fr 77:12
Far. 77:7Fr 74:1
Far. 77:7Fr 79:5
Far. 77:9Isa 49:14; 63:15
Far. 77:10Fr 31:22
Far. 77:121Se 16:9; Fr 143:5
Far. 77:13Bau 15:11; Fr 89:8
Far. 77:14Fr 72:18; Mul 15:3
Far. 77:14Bau 9:16; Isa 52:10; Dan 3:29; 6:26, 27
Far. 77:15Bau 6:6; Kes 9:29
Far. 77:16Bau 14:21; Iya 3:16; Fr 114:1-3
Far. 77:172Sa 22:15; Fr 144:6
Far. 77:18Fr 29:3
Far. 77:18Fr 97:4
Far. 77:18Bau 19:18; 2Sa 22:8
Far. 77:19Nah 9:10, 11; An 3:15
Far. 77:20Isa 63:11; HoE 7:35, 36
Far. 77:20Bau 13:21; Fr 78:52
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 77:1-20

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; Yedutuuniin.* Faarfannaa Asaaf.+ Faarfannaa.

77 Sagalee koo ol kaasee gara Waaqayyootti nan iyyadha;

Gara Waaqayyootti nan iyyadha, innis na dhagaʼa.+

 2 Guyyaa dhiphina kootti Yihowaa nan barbaaddadha.+

Halkanis harki koo boqonnaa malee* gara isaatti diriirfameera.

Ani jajjabaachuu hin dandaʼu.

 3 Yommuun Waaqayyoon yaadadhu, nan aada;+

Rakkadheera, humni koos laafeera.*+ (Seelaa)

 4 Ati qola ija kootii banteetta;

Ani jeeqameera, dubbachuus hin dandaʼu.

 5 Yaanni koo gara bara duriitti,+

Gara waggoota dur duriitti deebiʼeera.

 6 Halkan faarfannaa koo* nan yaadadha;+

Garaa koottis nan xiinxala;+

Dhimmee qorannaa nan godha.*

 7 Yihowaan bara baraaf nu gataa?+

Matumaa deebiʼee gaarummaa nutti hin argisiisuu?+

 8 Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf addaan citeeraa?

Waadaan inni gale dhaloota hundumaa keessatti utuu hin raawwatamin ni hafaa?

 9 Waaqayyo gaarummaa isaa argisiisuu irraanfateeraa?+

Aariin isaa hoo gara laafinni isaa akka badu godheeraa? (Seelaa)

10 Yeroo hundumaa, “Wanti na dhiphisu* kana dha:+

Inni Hundaa Olii ilaalcha nuuf qabu* jijjiireera” jechuun qabaa?

11 Hojiiwwan Yaah nan yaadadha;

Gochawwan kee warra dinqisiisoo bara duriitti raawwatte nan yaadadha.

12 Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala,

Wantoota ati raawwatte irrattis nan yaada.+

13 Yaa Waaqayyo, karaawwan kee qulqulluu dha.

Yaa Waaqayyo, waaqni akka kee guddaa taʼe isa kami?+

14 Ati Waaqa dhugaa wantoota dinqisiisoo raawwatu dha.+

Jabina kee namootatti mulʼisteetta.+

15 Humna* keetiin saba kee,

Ilmaan Yaaqoobii fi ilmaan Yoseef oolchiteetta.*+ (Seelaa)

16 Yaa Waaqayyo, bishaanonni si argan;

Bishaanonni si arganii jeeqaman.+

Bishaanonni gad fagoonis ni raafaman.

17 Duumessoonni bishaan roobsaniiru.

Samiiwwan duumessa uffatan kakawweessaʼaniiru,

Xiyyawwan kees asii fi achi futtaafamaniiru.+

18 Sagaleen kakawwee+ kee akka geengoo gaarii fardaa ti;

Balaqqeessi bakakkaa guutummaa lafaa* ibsa;+

Lafti ni raafamte, ni kirkirtes.+

19 Karaan kee galaana keessa,+

Daandiin kee bishaanota hedduu keessa dha;

Taʼus faana si dhaʼuun hin dandaʼamu.

20 Ati kunuunsa* Musee fi Aaron jalatti,+

Akkuma hoolotaatti saba kee geggeessiteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi