LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Bineensi mataa torba qabu galaana keessaa baʼe (1-10)

      • Bineensi gaanfa lama qabu lafa keessaa baʼe (11-13)

      • Bifa fakkeenyaa bineensa mataa torba qabuu (14, 15)

      • Mallattoo fi lakkoofsa bineensichaa (16-18)

Mulʼata 13:1

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, jawwichi.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 11:7; 13:18
  • +Isa 57:20; Mul 21:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 8-11, 14-18

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 13:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:9
  • +Luq 4:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2022, ful. 15

    5/2022, ful. 9

Mulʼata 13:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 74

Mulʼata 13:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 74

Mulʼata 13:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 11:2, 3

Mulʼata 13:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 7:25
  • +Mul 12:12

Mulʼata 13:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 15

Mulʼata 13:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 3:5; 21:27
  • +Isa 53:7; Mat 27:50; Mul 5:6, 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 3-4

Mulʼata 13:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:15

Mulʼata 13:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “ajjeefamu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:52
  • +Dan 7:18; 1Qo 6:2; Mul 20:6
  • +Mat 24:13; Ibr 10:36; 12:3
  • +Mul 2:10

Mulʼata 13:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:13; 20:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 13:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:1
  • +Mul 13:3

Mulʼata 13:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 13:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:3
  • +Mul 19:20; 20:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

Mulʼata 13:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

Mulʼata 13:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 14:9, 10; 16:2; 19:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 74

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2021, ful. 18

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 13:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 14:11
  • +Mul 15:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 13:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 3:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Yaada Wal Simu

Mul. 13:1Mul 11:7; 13:18
Mul. 13:1Isa 57:20; Mul 21:1
Mul. 13:2Mul 12:9
Mul. 13:2Luq 4:6
Mul. 13:3Mul 13:14
Mul. 13:5Mul 11:2, 3
Mul. 13:6Dan 7:25
Mul. 13:6Mul 12:12
Mul. 13:7Mul 12:17
Mul. 13:8Mul 3:5; 21:27
Mul. 13:8Isa 53:7; Mat 27:50; Mul 5:6, 12
Mul. 13:9Mat 11:15
Mul. 13:10Mat 26:52
Mul. 13:10Dan 7:18; 1Qo 6:2; Mul 20:6
Mul. 13:10Mat 24:13; Ibr 10:36; 12:3
Mul. 13:10Mul 2:10
Mul. 13:11Mul 16:13; 20:2
Mul. 13:12Mul 13:1
Mul. 13:12Mul 13:3
Mul. 13:14Mul 13:3
Mul. 13:14Mul 19:20; 20:4
Mul. 13:16Mul 14:9, 10; 16:2; 19:20
Mul. 13:17Mul 14:11
Mul. 13:17Mul 15:2
Mul. 13:18Dan 3:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 13:1-18

Mulʼata Yohaannis

13 Inni* cirracha galaanaa irra dhaabbatee ture.

Anis bineensi+ gaanfa kudhanii fi mataa torba qabu tokko utuu galaanicha+ keessaa ol baʼuu nan arge, inni gaanfota isaa irratti gonfoo kudhan, mataawwan isaa irratti immoo maqaawwan Waaqa arrabsan qaba ture. 2 Bineensi ani arge qeerransa fakkaata ture; miilli isaa garuu miila amaaketaa fakkaata, afaan isaa immoo afaan leencaa fakkaata ture. Jawween+ sunis humna isaa fi teessoo isaa, akkasumas aangoo guddaa bineensichaaf ni kenne.+

3 Mataawwan isaa keessaa inni tokko akka malee kan madaaʼe fakkaatee nan arge; haa taʼu malee, madaan isaa inni duʼaaf isa saaxilu sun ni fayye,+ guutummaan lafaas dinqisiifannaadhaan bineensicha duukaa buʼe. 4 Namoonnis jawween sun bineensichaaf aangoo waan kenneef jawwicha waaqeffatan; akkasumas, “Bineensicha kan fakkaatu eenyu? Isa loluu kan dandaʼu hoo eenyu?” jedhanii bineensicha waaqeffatan. 5 Afaan of tuulummaadhaan dubbatuu fi Waaqa ittiin arrabsus bineensichaaf ni kenname; wanta barbaade akka hojjetuufis jiʼa 42f+ aangoon isaaf kenname. 6 Innis Waaqa arrabsuuf,+ jechuunis maqaa isaa, bakka jireenyaa isaa fi warra samii keessa jiraatan+ arrabsuuf afaan isaa bane. 7 Qulqulloota irratti waraana akka banuu fi akka isaan injifatuuf isaaf ni heyyamame;+ gosa, uummata, qooqaa fi saba hundumaa irrattis aangoon isaaf ni kenname. 8 Warri lafa irra jiraatan hundis isa ni waaqeffatu. Erga addunyaan hundeeffamee jalqabee, maqaa isaanii keessaa tokko illee maraa kitaaba jireenyaa+ isa kan Hoolicha qalame+ sanaa irratti hin barreeffamne.

9 Namni gurra qabu yoo jiraate haa dhagaʼu.+ 10 Namni boojiʼamuu qabu kam iyyuu ni boojiʼama. Namni goraadeedhaan ajjeesu* kam iyyuu, goraadeedhaan ajjeefamuu qaba.+ Egaa qulqulloonni+ jabaatanii dhaabbachuunii+ fi amantiin+ kan isaan barbaachisu kana irratti.

11 Achiis bineensi kan biraan lafa keessaa utuu ol baʼuu nan arge; inni akka hoolaa gaanfa lama qaba ture; haa taʼu malee, akka jawweetti+ dubbachuu jalqabe. 12 Inni bineensa+ isa jalqabaa duratti, aangoo bineensa isa jalqabaa guutummaatti itti fayyadama. Laftii fi jiraattonni ishii bineensa isa jalqabaa, isa madaan isaa inni duʼaaf isa saaxilu fayyeef+ sana akka waaqeffatan godha. 13 Hamma ibidda samii irraa gara lafaatti gad buusutti illee ilmaan namootaa duratti mallattoowwan guguddaa ni raawwata.

14 Inni namoonni lafa irra jiraatan bineensicha isa goraadeedhaan madaaʼee turee fi deebiʼee fayye+ sanaaf bifa fakkeenyaa+ akka hojjetan ajajuudhaan, mallattoowwan bineensicha duratti akka raawwatu isaaf heyyamameen warra lafa irra jiraatan ni dogoggorsa. 15 Bifa fakkeenyaa bineensichaatiif hafuura akka kennus isaaf ni heyyamame; kunis bifti fakkeenyaa bineensichaa akka dubbatuu fi namoota bifa fakkeenyaa bineensichaa waaqeffachuu didan hunda akka ajjeesisuufi.

16 Inni harka isaanii mirgaa yookiin adda isaanii irratti mallattoo akka godhatan namoota hunda, jechuunis xinnaa fi guddaa, sooressaa fi hiyyeessa, isa bilisa taʼee fi isa garba taʼe ni dirqisiisa;+ 17 kunis nama mallattoo sana, jechuunis maqaa+ bineensichaa yookiin lakkoofsa maqaa bineensichaa+ qabu malee, eenyu iyyuu bituu yookiin gurguruu akka hin dandeenyeefi. 18 Egaa ogummaan kan barbaachisu kana irratti: Namni hubannaa qabu lakkoofsa bineensichaa haa shallagu, lakkoofsichi lakkoofsa namaa ti, lakkoofsi isaa 666 dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi