LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Abbootii Murtii

      • Akeekkachiisa maleekaan Yihowaa kenne (1-5)

      • Iyyaasuun ni duʼe (6-10)

      • Abbootiin murtii Israaʼeliin oolchuuf ni kaʼan (11-23)

Abbootii Murtii 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:20, 23; Iya 5:13, 14
  • +Iya 5:8, 9
  • +Uma 12:7; 26:3
  • +Uma 17:1, 7; Lew 26:42

Abbootii Murtii 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:32; Kes 7:2; 2Qo 6:14
  • +Bau 34:13; Lak 33:52
  • +Abo 1:28

Abbootii Murtii 2:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:20-23
  • +Lak 33:55; Iya 23:12, 13
  • +Bau 23:33; Kes 7:16; 1Mo 11:2

Abbootii Murtii 2:5

Miiljaleewwan

  • *

    “Boossuu” jechuu dha.

Abbootii Murtii 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:28

Abbootii Murtii 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 23:3; 24:31

Abbootii Murtii 2:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 24:29

Abbootii Murtii 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 19:49, 50
  • +Iya 24:30

Abbootii Murtii 2:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kun jechama duʼa argisiisuuf oolu dha.

Abbootii Murtii 2:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni waaqeffatan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:7; 10:6; 1Mo 18:17, 18

Abbootii Murtii 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:16
  • +Kes 6:14
  • +Bau 20:5

Abbootii Murtii 2:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:7; 10:6; 1Mo 11:5

Abbootii Murtii 2:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:8; 2Mo 17:20; Fr 106:40, 41
  • +Abo 4:2
  • +Lew 26:17, 37; Kes 28:15, 25

Abbootii Murtii 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:25, 26
  • +Kes 28:15
  • +Abo 10:9

Abbootii Murtii 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:9; 1Sa 12:11; Nah 9:27; Fr 106:43

Abbootii Murtii 2:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:7

Abbootii Murtii 2:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yihowaan ni gaabba ture.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:9
  • +Abo 4:3
  • +Kes 32:36; Fr 106:45

Abbootii Murtii 2:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 4:1; 8:33

Abbootii Murtii 2:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:4; Abo 10:7; Fr 106:40
  • +Bau 24:3, 8; 34:27; Kes 29:1; Iya 23:16
  • +Lew 26:14, 17

Abbootii Murtii 2:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 13:1, 2

Abbootii Murtii 2:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:55; Kes 8:2; Iya 23:12, 13; Abo 3:4

Yaada Wal Simu

Abo. 2:1Bau 23:20, 23; Iya 5:13, 14
Abo. 2:1Iya 5:8, 9
Abo. 2:1Uma 12:7; 26:3
Abo. 2:1Uma 17:1, 7; Lew 26:42
Abo. 2:2Bau 23:32; Kes 7:2; 2Qo 6:14
Abo. 2:2Bau 34:13; Lak 33:52
Abo. 2:2Abo 1:28
Abo. 2:3Abo 2:20-23
Abo. 2:3Lak 33:55; Iya 23:12, 13
Abo. 2:3Bau 23:33; Kes 7:16; 1Mo 11:2
Abo. 2:6Iya 24:28
Abo. 2:7Iya 23:3; 24:31
Abo. 2:8Iya 24:29
Abo. 2:9Iya 19:49, 50
Abo. 2:9Iya 24:30
Abo. 2:11Abo 3:7; 10:6; 1Mo 18:17, 18
Abo. 2:12Kes 31:16
Abo. 2:12Kes 6:14
Abo. 2:12Bau 20:5
Abo. 2:13Abo 3:7; 10:6; 1Mo 11:5
Abo. 2:14Abo 3:8; 2Mo 17:20; Fr 106:40, 41
Abo. 2:14Abo 4:2
Abo. 2:14Lew 26:17, 37; Kes 28:15, 25
Abo. 2:15Kes 4:25, 26
Abo. 2:15Kes 28:15
Abo. 2:15Abo 10:9
Abo. 2:16Abo 3:9; 1Sa 12:11; Nah 9:27; Fr 106:43
Abo. 2:17Abo 2:7
Abo. 2:18Abo 3:9
Abo. 2:18Abo 4:3
Abo. 2:18Kes 32:36; Fr 106:45
Abo. 2:19Abo 4:1; 8:33
Abo. 2:20Kes 7:4; Abo 10:7; Fr 106:40
Abo. 2:20Bau 24:3, 8; 34:27; Kes 29:1; Iya 23:16
Abo. 2:20Lew 26:14, 17
Abo. 2:21Iya 13:1, 2
Abo. 2:22Lak 33:55; Kes 8:2; Iya 23:12, 13; Abo 3:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Abbootii Murtii 2:1-23

Abbootii Murtii

2 Achiis maleekaan Yihowaa+ Gilgaal+ irraa gara Bookiim dhufee akkana jedhe: “Ani biyya Gibxii keessaa isin baasee gara biyya abbootii keessaniif kennuuf kakadhetti+ isin fideera. Kana malees akkanan isiniin jedhe: ‘Kakuun isinii wajjin gale matumaa hin cabsu.+ 2 Isinis jiraattota biyya kanaa wajjin kakuu hin galinaa;+ iddoowwan aarsaa isaaniis diigaa.’+ Isin garuu sagalee kootiif hin ajajamne.+ Kana kan gootan maaliifi? 3 ‘Ani isin duraa isaan hin ariʼu;+ isaanis kiyyoo isinitti ni taʼu;+ waaqoliin isaanii isin gowwoomsu’+ kanan isiniin jedhes kanaafi.”

4 Yommuu maleekaan Yihowaa dubbii kana Israaʼelota hundatti dubbatu, sabichi sagalee isaa ol kaasee booʼuu jalqabe. 5 Kanaafuu, isaan iddoo sana Bookiim* jedhanii moggaasan; achittis Yihowaadhaaf aarsaa ni dhiheessan.

6 Iyyaasuun yeroo sabicha geggeessetti, Israaʼelonni biyyattii dhaalaan fudhachuuf tokkoon tokkoon isaanii gara dhaala dhaala isaanii ni dhaqan.+ 7 Sabichi guutummaa bara Iyyaasuutti, guutummaa bara jaarsolii warra Iyyaasuu boodas lubbuudhaan turanittii fi wantoota guguddaa Yihowaan Israaʼeliif godhe hundumaa arganiitti Yihowaa tajaajiluu isaa itti fufe.+ 8 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun inni tajaajilaa Yihowaa taʼe umurii isaa waggaa 110tti duʼe.+ 9 Kanaafuu, isaan naannoo dhaala isaa keessatti, jechuunis Timnaat Herees+ ishii kaaba Gaara Gaʼaashitti naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu keessatti isa awwaalan.+ 10 Guutummaan dhaloota sanaa gara abbootii isaatti walitti ni qabame;* isaan boodas dhaloonni Yihowaas taʼe wanta inni Israaʼeliif godhe hin beekne kan biraan ni kaʼe.

11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+ 12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+ 13 Isaan Yihowaa dhiisanii Baʼaalii fi siidaawwan Ashtooret ni waaqeffatan.+ 14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ 15 Akkuma Yihowaan dubbatee turettii fi akkuma Yihowaan isaaniif kakatee turetti,+ bakka isaan dhaqan hundatti badiisa isaanitti fiduudhaan+ harki Yihowaa isaan irratti kaʼee ture; isaanis dhiphina guddaa keessa galanii turan.+ 16 Kanaafuu, Yihowaan abbootii murtii harka warra isaan saamanii irraa isaan oolchan isaaniif ni kaasa ture.+

17 Isaan garuu abbootii murtii sana illee dhagaʼuu didanii waaqolii kan biroo wajjin sagaagalummaa raawwatan; isaaniifis ni sagadan. Daandii abbootiin isaanii warri ajajawwan Yihowaatiif ajajaman+ irra adeemaa turan irraa dafanii jalʼatan. Isaan wanta abbootiin isaanii raawwatan hin raawwanne. 18 Yihowaan yeroo abbootii murtii isaaniif kaasu hundatti,+ Yihowaan abbaa murtii sanaa wajjin taʼuudhaan guutummaa bara jireenyaa abbaa murtii sanaatti harka diinota isaanii jalaa isaan ni oolcha ture; sababiin isaas, namoota isaan cunqursanii+ fi gara jabinaan isaan qabaniin kan kaʼe waan aadaniif Yihowaan isaaniif ni gadda* ture.+

19 Yeroo abbaan murtii sun duʼu garuu, ammas waaqolii kan biroo duukaa buʼuudhaan, isaan tajaajiluudhaan, akkasumas isaaniif sagaduudhaan abbootii isaanii caalaa gocha hamaa raawwatu turan.+ Gocha isaanii irraas taʼe mata jabina isaanii irraa hin deebine. 20 Dhuma irrattis dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe;+ innis akkana jedhe: “Sabni kun kakuu koo isa ani akka eegan abbootii isaanii ajaje waan cabseef,+ anaafis ajajamuu waan dideef,+ 21 ani immoo saboota Iyyaasuun duʼuu isaa dura toʼannaa jala hin galfanne keessaa tokko illee isaan duraa hin ariʼu.+ 22 Kana kanan godhus Israaʼel akkuma abootiin isaa godhan daandii Yihowaa+ irra deemuudhaan daandicha kan eegu taʼuu fi dhiisuu isaa qoruufi.” 23 Kanaafuu, Yihowaan saboonni sun achumatti akka hafan heyyameera. Inni hatattamaan isaan hin ariine; harka Iyyaasuuttis dabarsee isaan hin kennine.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi