LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Hoolichaa fi warra 144,000 (1-5)

      • Ergaa maleekonni sadan dabarsan (6-12)

        • Maleekaa misiraachoo qabatee samii walakkaa balaliʼuu (6, 7)

      • Namoonni tokkummaa Kiristoos wajjin qaban eeganii duʼan gammadoo dha (13)

      • Makara lafaa lamaan (14-20)

Mulʼata 14:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:29; Mul 5:6; 22:3
  • +Fr 2:6; Ibr 12:22; 1Ph 2:6
  • +Mul 7:4
  • +Mul 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 116

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

Mulʼata 14:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 4:6
  • +Mul 4:4; 19:4
  • +Fr 33:3; 98:1; 149:1; Mul 5:9
  • +Mul 7:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 31

Mulʼata 14:4

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Giriikii nama saalqunnamtii raawwatee hin beekne argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:2; Yaq 1:27; 4:4
  • +1Ph 2:21
  • +Yaq 1:18
  • +1Qo 6:20; 7:23; Mul 5:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 24

    1/1/2007, ful. 24

    3/1/2006, ful. 6-7

Mulʼata 14:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:25-27; Yih 24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 24

Mulʼata 14:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qilleensa keessa; gubbaa irraan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:14; Mar 13:10; HoE 1:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 9

    5/2022, ful. 7

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 5

    Barsiisaa, ful. 65

Mulʼata 14:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 2:9
  • +Bau 20:11; Fr 146:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqinaan Eegaa!, ful. 12-14

    Barsiisaa, ful. 65

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 272-275

Mulʼata 14:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dheekkamsa.”

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:18
  • +Er 51:7, 8; Mul 17:1, 2; 18:2, 3
  • +Isa 21:9; Mul 18:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 94

Mulʼata 14:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:1
  • +Mul 13:15, 16

Mulʼata 14:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 75:8; Mul 11:18; 16:19
  • +Mul 21:8

Mulʼata 14:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hidhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 25:46; 2Ta 1:9; Mul 19:3
  • +Mul 13:16-18; 16:2; 20:4

Mulʼata 14:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:10
  • +Ibr 10:38

Mulʼata 14:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:51, 52; 1Ta 4:16, 17

Mulʼata 14:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 7:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 99-100

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2010, ful. 26-27

Mulʼata 14:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 99-100

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2010, ful. 26-27

Mulʼata 14:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 99

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2010, ful. 26-27

Mulʼata 14:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 14:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 19:11, 15

Mulʼata 14:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “istaadiyoomii 1,600.” Istaadiyoomiin tokko 185 m dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Yaada Wal Simu

Mul. 14:1Yoh 1:29; Mul 5:6; 22:3
Mul. 14:1Fr 2:6; Ibr 12:22; 1Ph 2:6
Mul. 14:1Mul 7:4
Mul. 14:1Mul 3:12
Mul. 14:3Mul 4:6
Mul. 14:3Mul 4:4; 19:4
Mul. 14:3Fr 33:3; 98:1; 149:1; Mul 5:9
Mul. 14:3Mul 7:4
Mul. 14:42Qo 11:2; Yaq 1:27; 4:4
Mul. 14:41Ph 2:21
Mul. 14:4Yaq 1:18
Mul. 14:41Qo 6:20; 7:23; Mul 5:9
Mul. 14:5Efe 5:25-27; Yih 24
Mul. 14:6Mat 24:14; Mar 13:10; HoE 1:8
Mul. 14:72Ph 2:9
Mul. 14:7Bau 20:11; Fr 146:6
Mul. 14:8Mul 17:18
Mul. 14:8Er 51:7, 8; Mul 17:1, 2; 18:2, 3
Mul. 14:8Isa 21:9; Mul 18:21
Mul. 14:9Mul 13:1
Mul. 14:9Mul 13:15, 16
Mul. 14:10Fr 75:8; Mul 11:18; 16:19
Mul. 14:10Mul 21:8
Mul. 14:11Mat 25:46; 2Ta 1:9; Mul 19:3
Mul. 14:11Mul 13:16-18; 16:2; 20:4
Mul. 14:12Mul 13:10
Mul. 14:12Ibr 10:38
Mul. 14:131Qo 15:51, 52; 1Ta 4:16, 17
Mul. 14:14Dan 7:13
Mul. 14:15Mat 13:30
Mul. 14:18Yoe 3:13
Mul. 14:19Mul 19:11, 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 14:1-20

Mulʼata Yohaannis

14 Achiis nan arge, kunoo, Hoolichi+ Gaara Xiyoon+ irra dhaabbatee ture; warri 144,000+ kanneen maqaan isaa fi maqaan Abbaa+ isaa adda isaanii irratti barreeffame isaa wajjin turan. 2 Sagaleen akka bishaanota hedduu fi akka kakawwee guddaa taʼe tokko yommuu samii keessaa dhufu nan dhagaʼe; sagaleen ani dhagaʼe sunis akka sagalee faarfattoonni baganaa isaanii taphachaa faarfatanii ture. 3 Isaan teessoo sana duratti, uumamawwan jiraatoo arfan+ sana durattii fi jaarsolii+ sana duratti faarfannaa haaraa fakkaatu tokko faarfatan;+ faarfannaa kanas warra 144,000+ lafa irraa bitaman sana malee namni kam iyyuu beekuu hin dandeenye. 4 Isaan kun warra dubartootaan of hin xureessine dha; siruma iyyuu isaan qeerroo* dha.+ Isaan warra bakka Hoolichi dhaqu hundatti isa duukaa buʼani dha.+ Isaan warra Waaqayyoo fi Hoolichaaf firiiwwan jalqabaa akka taʼaniif,+ ilmaan namootaa keessaa bitamani dha;+ 5 dubbiin gowwoomsaa tokko illee afaan isaanii keessatti hin argamne; mudaa tokko illees hin qaban.+

6 Maleekaa kan biraanis utuu samii walakkaa* balaliʼuu nan arge; inni misiraachoo bara baraa warra lafa irra jiraataniif, jechuunis saba, gosa, qooqaa fi nama hundumaaf labsu qabatee ture.+ 7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.

8 Maleekaa lammaffaan itti aansuudhaan, “Ishiin kufteetti! Baabilon Guddittiin+ ishiin saboonni hundi daadhii wayinii kajeellaa* halalummaa*+ ishii akka dhugan goote sun kufteetti!”+ jedhe.

9 Maleekaa sadaffaanis isaan duukaa buʼee sagalee guddaadhaan akkana jedhe: “Namni kam iyyuu bineensichaa+ fi bifa fakkeenyaa isaa yoo waaqeffate, akkasumas adda isaa yookiin harka isaa irratti mallattoo isaa yoo fudhate,+ 10 inni daadhii wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa makaa hin qabne, isa xoofoo dheekkamsaa+ isaa keessaa dhangalaʼus ni dhuga; akkasumas maleekota qulqulluu fi Hoolicha duratti ibiddaa fi dinyiidhaan+ ni dhiphifama. 11 Aarri dhiphina* isaanii baraa hamma bara baraatti+ ol ni baʼa; warri bineensichaa fi bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan, akkasumas warri mallattoo maqaa isaa fudhatan hundi halkanii fi guyyaa boqonnaa tokko illee hin qabaatan.+ 12 Qulqulloonni+ warri ajajawwan Waaqayyoo eeganii fi amantii+ Yesuus jabeessanii qabatan, jabaatanii dhaabbachuun kan isaan barbaachisu kana irratti dha.”

13 Sagalee akkana jedhu tokkos samii keessaa nan dhagaʼe: “Kana barreessi: Ammaa jalqabee namoonni tokkummaa Gooftaa wajjin+ qaban eeganii duʼan gammadoo dha. Hafuurri akkana jedha: ‘Eeyyee, wantoonni isaan hojjetan yeruma sana isaan duukaa waan buʼaniif, isaan dadhabbii isaanii irraa haa boqotan.’”

14 Achiis nan arge, kunoo, duumessi adiin tokko jira ture; duumessicha irras ilma namaa+ kan fakkaatu tokko taaʼeera; inni gonfoo warqii mataa isaa irra kaaʼatee, haamtuu qaramaas harka isaatti qabatee ture.

15 Maleekaa kan biraan tokko iddoo qulqulluu mana qulqullummaa keessaa baʼee, sagalee guddaadhaan iyyee isa duumessa irra taaʼe sanaan, “Saʼaatiin haamaa waan gaʼeef, makarri lafaas guutummaatti waan bilchaateef, haamtuu kee itti hiixadhuutii haami”+ jedhe. 16 Inni duumessa irra taaʼe sunis haamtuu isaa lafatti hiixate, laftis ni haamamte.

17 Maleekaa kan biraanis iddoo qulqulluu mana qulqullummaa samii keessaa ni baʼe; innis haamtuu qaramaa qaba ture.

18 Ammas maleekaa kan biraan iddoo aarsaa keessaa ni baʼe; inni ibidda irratti aangoo qaba ture. Inni sagalee guddaadhaan iyyee isa haamtuu qaramaa qabu sanaan, “Firiin wayinii waan bilchaateef, haamtuu kee isa qaramaa itti hiixadhuutii firii wayinii lafaa isa walitti tuutaʼe walitti qabi”+ jedhe. 19 Maleekaan sunis haamtuu isaa lafatti hiixatee wayinii lafaa erga walitti qabee booda, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa guddaa keessatti darbate.+ 20 Iddoon cuunfaa wayinii sunis magaalattiidhaa alatti ni dhidhiitame; iddoo cuunfaa wayinii sana keessaa dhiigni hanga luugama fardaatti ol kaʼee fi gara fageenya kiilomeetira 296* taʼu ni baʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi