Bitootessa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Bitootessa 2017 Ittiin Lixa Bitootessa 6-12 TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 1-4 “Ani Si Oolchuudhaaf Sii Wajjinan Jira” Bitootessa 13-19 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 5-7 Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?—Akkamitti Itti Fayyadamna? Bitootessa 20-26 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 8-11 Ilmaan Namootaa Milkaaʼina Argachuu kan Dandaʼan Qajeelfama Yihowaa yoo Hordofan Qofa Dha AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Waaqayyoon Dhaggeeffadhu—Akkamitti Itti Fayyadamna? Bitootessa 27–Ebla 2 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 12-16 Israaʼeloonni Yihowaa Irraanfatan AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Maatiin Keessan Yihowaa Akka Yaadatu Gargaaraa