LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Yesuus ni garafame, itti qoosames (1-7)

      • Philaaxos ammas Yesuusiin gaafate (8-16a)

      • Yesuus Golgootaatti muka irratti fannifame (16b-24)

      • Qophii Yesuus haadha isaatiif godhe (25-27)

      • Yesuus ni duʼe (28-37)

      • Yesuus ni awwaalame (38-42)

Yohaannis 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 50:6; Mat 20:18, 19; 27:26; Mar 15:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 80

    Yesuus—Karaa, ful. 294

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2079

Yohaannis 19:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:27-29; Mar 15:16, 17; Luq 23:11

Yohaannis 19:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:3

Yohaannis 19:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:4; Yoh 18:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 295

Yohaannis 19:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 295

Yohaannis 19:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Muka irratti isa fannisi! Muka irratti isa fannisi!”

  • *

    Ykn., “muka irratti isa fannisaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:22; Mar 15:13; Luq 23:21
  • +Yoh 18:31

Yohaannis 19:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:63-65; Yoh 5:18
  • +Lew 24:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296

Yohaannis 19:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:7; Mat 27:12, 14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2011, ful. 4

Yohaannis 19:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muka irratti si fannisuuf.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296

Yohaannis 19:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 32

Yohaannis 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:2; HoE 17:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296

Yohaannis 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2011, ful. 21

Yohaannis 19:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Muka irratti isa fannisi!”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 296, 300

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2006, ful. 5

Yohaannis 19:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:26; Mat 27:26, 31; Mar 15:15; Luq 23:24, 25

Yohaannis 19:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 13:12
  • +Mat 27:32, 33; Mar 15:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 63

    Yesuus—Karaa, ful. 296-297

Yohaannis 19:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:9; Luq 23:33
  • +Yoh 3:14; HoE 5:30; Gal 3:13

Yohaannis 19:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:37; Mar 15:26; Luq 23:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 298

Yohaannis 19:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 298

Yohaannis 19:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2009, ful. 12

Yohaannis 19:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:35; Mar 15:24; Luq 23:34
  • +Fr 22:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 299

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 15

Yohaannis 19:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 27:55, 56, 61; Mar 15:40; Luq 23:49
  • +Luq 2:34, 35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 300

Yohaannis 19:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:23; 21:7, 20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 192-193

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 164

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 350

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 9-11

    Yesuus—Karaa, ful. 300

Yohaannis 19:27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 192-193

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 164

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 350

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 9-11

    Yesuus—Karaa, ful. 300

Yohaannis 19:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 11-12

    Yesuus—Karaa, ful. 300

Yohaannis 19:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:21; Mat 27:48; Mar 15:36; Luq 23:36

Yohaannis 19:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni duʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:4
  • +Isa 53:12; Mat 27:50; Mar 15:37; Luq 23:46

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2021, ful. 12

    Yesuus—Karaa, ful. 300

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 11-12

    12/1/2007, ful. 10-11

Yohaannis 19:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:14
  • +Kes 21:22, 23
  • +Lew 23:5-7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 302-303

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2013, ful. 19

Yohaannis 19:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

Yohaannis 19:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:5; Zak 12:10; Yoh 20:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Yesuus—Karaa, ful. 303

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

Yohaannis 19:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:31; 21:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

Yohaannis 19:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:46; Lak 9:12; Fr 34:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

    3/1/2007, ful. 21

Yohaannis 19:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 12:10; Mul 1:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

Yohaannis 19:38

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:13; 9:22
  • +Kes 21:22, 23; Mat 27:57-60; Mar 15:43-46

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2023, ful. 30

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 18

Yohaannis 19:39

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “maraa.”

  • *

    Akaakuu mukaa foolii urgaaʼu qabuu fi bara duriitti akka urgooftuutti tajaajilu dha.

  • *

    Kal., “paawundii dhibba.” Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:1, 2; 7:50-52
  • +Luq 23:55, 56

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 303

Yohaannis 19:40

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 20:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 20

Yohaannis 19:41

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muka irratti fannifame.”

  • *

    Ykn., “awwaalli yaadannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 53:9

Yohaannis 19:42

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:14

Yaada Wal Simu

Yoh. 19:1Isa 50:6; Mat 20:18, 19; 27:26; Mar 15:15
Yoh. 19:2Mat 27:27-29; Mar 15:16, 17; Luq 23:11
Yoh. 19:3Isa 53:3
Yoh. 19:4Luq 23:4; Yoh 18:38
Yoh. 19:6Mat 27:22; Mar 15:13; Luq 23:21
Yoh. 19:6Yoh 18:31
Yoh. 19:7Mat 26:63-65; Yoh 5:18
Yoh. 19:7Lew 24:16
Yoh. 19:9Isa 53:7; Mat 27:12, 14
Yoh. 19:12Luq 23:2; HoE 17:6, 7
Yoh. 19:14Yoh 19:31
Yoh. 19:16Dan 9:26; Mat 27:26, 31; Mar 15:15; Luq 23:24, 25
Yoh. 19:17Ibr 13:12
Yoh. 19:17Mat 27:32, 33; Mar 15:22
Yoh. 19:18Isa 53:9; Luq 23:33
Yoh. 19:18Yoh 3:14; HoE 5:30; Gal 3:13
Yoh. 19:19Mat 27:37; Mar 15:26; Luq 23:38
Yoh. 19:24Mat 27:35; Mar 15:24; Luq 23:34
Yoh. 19:24Fr 22:18
Yoh. 19:25Mat 27:55, 56, 61; Mar 15:40; Luq 23:49
Yoh. 19:25Luq 2:34, 35
Yoh. 19:26Yoh 13:23; 21:7, 20
Yoh. 19:28Fr 22:15
Yoh. 19:29Fr 69:21; Mat 27:48; Mar 15:36; Luq 23:36
Yoh. 19:30Yoh 17:4
Yoh. 19:30Isa 53:12; Mat 27:50; Mar 15:37; Luq 23:46
Yoh. 19:31Yoh 19:14
Yoh. 19:31Kes 21:22, 23
Yoh. 19:31Lew 23:5-7
Yoh. 19:34Isa 53:5; Zak 12:10; Yoh 20:25
Yoh. 19:35Yoh 20:31; 21:24
Yoh. 19:36Bau 12:46; Lak 9:12; Fr 34:20
Yoh. 19:37Zak 12:10; Mul 1:7
Yoh. 19:38Yoh 7:13; 9:22
Yoh. 19:38Kes 21:22, 23; Mat 27:57-60; Mar 15:43-46
Yoh. 19:39Yoh 3:1, 2; 7:50-52
Yoh. 19:39Luq 23:55, 56
Yoh. 19:40Yoh 20:7
Yoh. 19:41Isa 53:9
Yoh. 19:42Yoh 19:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
  • 39
  • 40
  • 41
  • 42
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 19:1-42

Wangeela Yohaannis

19 Achiis Philaaxos Yesuusiin fuudhee isa garafe.+ 2 Loltoonnis qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; uffata bifa dhiilgee qabus itti uwwisan;+ 3 gara isaatti dhihaataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.+ 4 Philaaxos ammas gad baʼee, “Kunoo, ani balleessaa tokko illee akkan isa irratti hin arganne akka beektaniif isa gad isiniif nan baasa” isaaniin jedhe.+ 5 Kanaafuu, Yesuus gonfoo qoree kaaʼatee, akkasumas uffata bifa dhiilgee qabu uffatee gad baʼe. Philaaxosis, “Namichi kunoo ti!” isaaniin jedhe. 6 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa fi eegdonni mana qulqullummaa yommuu isa argan, “Isa fannisi! Isa fannisi!”* jedhanii iyyan.+ Philaaxos immoo, “Ani balleessaa tokko illee isa irratti waanan hin arganneef, isinumti fuudhaatii isa ajjeesaa”* isaaniin jedhe.+ 7 Yihudoonnis deebisanii, “Nuti seera qabna; inni ilma Waaqayyoo waan of godheef,+ akka seera keenyaatti duʼuu qaba”+ isaan jedhan.

8 Philaaxos wanta isaan jedhan kana yommuu dhagaʼu caalaatti sodaate; 9 kanaafuu, ammas gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti seenee Yesuusiin, “Ati eessaa dhufte?” jedhe. Yesuus garuu deebii tokko illee isaaf hin kennine.+ 10 Kanaafuu Philaaxos, “Deebii anaaf hin kennituu? Ani si hiikuufis taʼe si ajjeesuuf* aangoo akkan qabu hin beektuu?” isaan jedhe. 11 Yesuusis, “Waaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taʼee, ana irratti aangoo tokko illee hin qabaattu turte. Namichi dabarsee sitti na kenne, caalaatti cubbamaa kan taʼu kanaafi” jedhee isaaf deebise.

12 Kanaan kan kaʼes, Philaaxos karaa itti isa hiiku argachuuf yaalii gochaa ture; Yihudoonni garuu, “Ati namicha kana yoo gadhiiste michuu Qeesaar miti. Namni mootii of godhu hundi Qeesaariin ni morma” jedhanii iyyan.+ 13 Achiis Philaaxos kana erga dhagaʼee booda Yesuusiin gad baasee, bakka Dhagaa Afamaa jedhamu isa Afaan Ibrootaatiin Gabataa jedhamu keessatti barcuma murtii irra taaʼe. 14 Guyyaan isaa guyyaa Qophii+ Faasikaa ture; yeroon isaas gara saʼaatii jaʼaa ture. Innis Yihudootaan, “Ilaa, mootii keessan!” jedhe. 15 Isaan garuu, “Isa balleessi! Isa balleessi! Isa fannisi!”* jedhanii iyyan. Philaaxosis, “Mootii keessan ajjeesuu?” isaaniin jedhe. Dura buutonni lubootaas, “Nuti Qeesaar malee mootii kan biraa hin qabnu” jedhanii deebisan. 16 Philaaxosis, muka irratti akka fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne.+

Kanaafuu, isaan Yesuusiin fuudhanii deeman. 17 Yesuus muka dhiphinaa* sana ofuma isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa jedhamuu+ fi Afaan Ibrootaatiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.+ 18 Achittis isa tokko garanaan isa tokko immoo garasiin godhanii Yesuusiin namoota lama gidduutti+ muka irratti fannisan.+ 19 Akkasumas, Philaaxos barreeffama tokko barreessee muka dhiphinaa* sana irratti maxxanse. Wanti inni barreesses, “Yesuus nama Naazireet, Mootii Yihudootaa” kan jedhu ture.+ 20 Bakki Yesuus itti fannifame magaalattiitti dhihoo waan tureef, Yihudoonni hedduun wanta barreeffame kana dubbisaniiru; innis Afaan Ibrootaatiin, Afaan Laatinii fi Afaan Giriikiitiin kan barreeffame ture. 21 Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu Philaaxosiin, “Akka inni, ‘Ani Mootii Yihudootaa ti’ jedhe barreessi malee, ‘Mootii Yihudootaa’ jettee hin barreessin” jedhan. 22 Philaaxosis, “Egaa, wantan barreesse barreesseera” jedhee deebise.

23 Loltoonni sun Yesuusiin muka irratti erga fannisanii booda uffatawwan isaa warra inni irraan uffatu fudhatanii tokko tokko akka isaan gaʼuuf bakka afuritti hiran; uffata inni jalatti uffatus ni fudhatan. Uffanni inni jalatti uffatu garuu gubbaadhaa hamma gadiitti walitti kan dhaʼame ture malee hodhaa hin qabu ture. 24 Kanaafuu isaan, “Kottaa, uffata kana hin tarsaasnu, eenyuuf akka kennamu murteessuuf carraa haa buufannu”+ waliin jedhan. Kunis kan taʼe, wanti Kitaabonni Qulqulluun, “Uffata koo ni hihiratan, huccuu koo irrattis carraa ni buufatan”+ jedhan akka raawwatamuufi. Wanti loltoonni godhanis kanuma ture.

25 Haa taʼu malee, haati isaa, obboleettiin haadha isaa, Maariyaam haati manaa Qalophaa fi Maariyaam ishiin Magdalaa+ muka dhiphinaa* Yesuus bira dhaabbatanii turan.+ 26 Kanaafuu, Yesuus haati isaa fi barataan inni jaallatu+ naannoo sana dhaabbatanii yommuu argu, haadha isaatiin “Dubartii nana, ilaa ilma kee!” jedhe. 27 Achiis barataa sanaan, “Ilaa, haadha tee!” jedhe. Barataan sunis saʼaatii sanaa kaasee gara mana isaatti ishii fudhate.

28 Kana booda Yesuus wanti hundi fiixaan baʼuu isaa yommuu hubatu, wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf, “Nan dheebodhe”+ jedhe. 29 Bakka sana okkoteen daadhii wayinii dhangaggaaʼuun guutame tokko kaaʼamee ture. Kanaafuu, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaʼu sanaan jiidhe hagadaa hiisoophiitti* diranii afaan isaatti qaban.+ 30 Yesuus wayinii dhangaggaaʼaa sana erga dhandhamee booda, “Ni raawwatame!”+ jedhe; achiis mataa isaa gad qabee hafuura isaa kenne.*+

31 Guyyaan sun Guyyaa Qophii+ waan taʼeef, reeffi isaanii guyyaa Sanbataatti muka irra akka hin turreef+ (sababiin isaas, Sanbanni sun Sanbata guddaa ture),+ miilli isaanii cabsamee reeffi isaanii akka buufamu Yihudoonni Philaaxosiin gaafatan. 32 Kanaafuu, loltoonni sun dhufanii miila namicha isa jalqabaa fi miila namicha kan biraa isa Yesuus biratti fannifame sanaa cabsan. 33 Yommuu gara Yesuus dhufan garuu, inni dursee duʼuu isaa waan arganiif miila isaa hin cabsine. 34 Haa taʼu malee, loltoota sana keessaa tokko cinaacha isaa eeboodhaan yommuu waraanu,+ yeruma sana dhiignii fi bishaan keessaa yaaʼe. 35 Inni kana arge ragaa baʼeera; raga baʼiinsi isaas dhugaa dha; isinis akka amantaniif, wanti inni dubbate dhugaa taʼuu isaa inni beeka.+ 36 Wantoonni kun kan taʼan, wanti Kitaabonni Qulqulluun, “Lafeen isaa tokko illee hin cabu” jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+ 37 Akkasumas yaadni Kitaabota Qulqulluu kan biraan, “Isaan gara isa waraanan sanaa ni ilaalu” jedha.+

38 Sana booda namichi biyya Armaatiyaa Yoseef jedhamuu fi Yihudoota waan sodaateef+ dhoksaatti barataa Yesuus ture tokko, Philaaxos reeffa Yesuus akka isaaf kennu gaafate; Philaaxosis isaaf heyyame. Innis dhufee reeffa sana fudhate.+ 39 Niqoodimos+ inni kana dura halkaniin gara Yesuus dhufee ture sunis, makaa* qumbii fi argisaa* gara kiilogiraama 30* taʼu fidee dhufe.+ 40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+ 41 Akkuma carraa taʼee, iddoo inni itti ajjeefame* sana iddoon biqiltuu tokko jira ture; iddoo biqiltuu sana keessas awwaalli* haaraan+ namni itti awwaalamee hin beekne tokko jira ture. 42 Guyyaan sun Guyyaa Qophii+ Yihudootaa waan tureef, akkasumas awwaalichi achitti dhihoo waan tureef Yesuusiin achi keessa kaaʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi