LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 31
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaatti kooluu galuu

        • “Hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha” (5)

        • “Waaqa dhugaa kan taate yaa Yihowaa” (5)

        • Gaarummaa Waaqaa isa baayʼee taʼe (19)

Faarfannaa 31:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2
  • +Fr 22:4, 5; Rom 10:11
  • +Fr 143:1

Faarfannaa 31:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gad jedhii na dhaggeeffadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:17; 70:1; 71:2
  • +2Sa 22:3; Fr 18:2

Faarfannaa 31:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:2
  • +Fr 25:11; Er 14:7
  • +Fr 23:3

Faarfannaa 31:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:10
  • +Fr 91:3; Mat 6:13

Faarfannaa 31:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 23:46; HoE 7:59
  • +Kes 32:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

Faarfannaa 31:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhiphina lubbuu kootii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

Faarfannaa 31:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “iddoo balʼaa.”

Faarfannaa 31:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo fi garaa koos.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:7; 22:14

Faarfannaa 31:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:13
  • +Fr 71:9
  • +Fr 32:3; 102:3, 5

Faarfannaa 31:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:6; 42:10; 102:8
  • +Fr 38:11

Faarfannaa 31:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa.”

  • *

    Ykn., “okkotee.”

Faarfannaa 31:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 20:10
  • +Fr 57:4

Faarfannaa 31:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 56:4
  • +Fr 43:5

Faarfannaa 31:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yeroowwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 142:6

Faarfannaa 31:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 6:25

Faarfannaa 31:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:2; Isa 50:7
  • +Nah 6:16; Isa 41:11; Er 20:11
  • +1Sa 2:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66

Faarfannaa 31:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:3; 63:11

Faarfannaa 31:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:1; Isa 63:7
  • +Isa 64:4; 1Qo 2:9
  • +Fr 126:2; Isa 26:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 329-331

Faarfannaa 31:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “lola arrabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:5; 32:7
  • +Fr 64:2, 3

Faarfannaa 31:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:7
  • +Fr 17:7

Faarfannaa 31:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yon 2:4
  • +2Se 33:13; Fr 6:9; Fak 15:29; Ibr 5:7

Faarfannaa 31:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:12
  • +1Sa 2:9; Fr 145:20
  • +2Sa 22:28; Isa 2:11; Yaq 4:6

Faarfannaa 31:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:1; Fru 3:20, 21; Mik 7:7
  • +Isa 35:4

Yaada Wal Simu

Far. 31:1Fr 18:2
Far. 31:1Fr 22:4, 5; Rom 10:11
Far. 31:1Fr 143:1
Far. 31:2Fr 40:17; 70:1; 71:2
Far. 31:22Sa 22:3; Fr 18:2
Far. 31:32Sa 22:2
Far. 31:3Fr 25:11; Er 14:7
Far. 31:3Fr 23:3
Far. 31:4Fak 18:10
Far. 31:4Fr 91:3; Mat 6:13
Far. 31:5Luq 23:46; HoE 7:59
Far. 31:5Kes 32:4
Far. 31:7Fr 9:13
Far. 31:9Fr 6:7; 22:14
Far. 31:10Fak 15:13
Far. 31:10Fr 71:9
Far. 31:10Fr 32:3; 102:3, 5
Far. 31:11Fr 22:6; 42:10; 102:8
Far. 31:11Fr 38:11
Far. 31:13Er 20:10
Far. 31:13Fr 57:4
Far. 31:14Fr 56:4
Far. 31:14Fr 43:5
Far. 31:15Fr 142:6
Far. 31:16Lak 6:25
Far. 31:17Fr 25:2; Isa 50:7
Far. 31:17Nah 6:16; Isa 41:11; Er 20:11
Far. 31:171Sa 2:9
Far. 31:18Fr 12:3; 63:11
Far. 31:19Fr 73:1; Isa 63:7
Far. 31:19Isa 64:4; 1Qo 2:9
Far. 31:19Fr 126:2; Isa 26:12
Far. 31:20Fr 27:5; 32:7
Far. 31:20Fr 64:2, 3
Far. 31:211Sa 23:7
Far. 31:21Fr 17:7
Far. 31:22Yon 2:4
Far. 31:222Se 33:13; Fr 6:9; Fak 15:29; Ibr 5:7
Far. 31:23Kes 10:12
Far. 31:231Sa 2:9; Fr 145:20
Far. 31:232Sa 22:28; Isa 2:11; Yaq 4:6
Far. 31:24Fr 62:1; Fru 3:20, 21; Mik 7:7
Far. 31:24Isa 35:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 31:1-24

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

31 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+

Matumaa qaaniin na irra hin gaʼin.+

Qajeelummaa keetiin kan kaʼe na oolchi.+

 2 Gurra kee natti qabi.*

Na oolchuuf dafii kottu.+

Ana oolchuudhaaf dahoo gaaraa,

Iddoo dallaa dhagaa qabus naaf taʼi.+

 3 Ati kattaa koo fi dahoo koo ti;+

Maqaa keetiif jettee+ na geggeessita, na qajeelchitas.+

 4 Ati dahoo koo waan taateef,+

Saaphana isaan dhoksaatti naaf diriirsan jalaa bilisa na baasta.+

 5 Hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha.+

Waaqa dhugaa* kan taate yaa Yihowaa,+ ati na furteetta.

 6 Warra waaqolii tolfamoo gatii hin qabne waaqeffatan nan jibba,

Ani garuu Yihowaatti nan amanama.

 7 Ati rakkina koo waan argiteef,+

Jaalala kee isa amanamaatti guddaa nan gammada;

Ati dhiphina koo isa cimaa* beekta.

 8 Ati harka diinaatti dabarsitee na hin kennine,

Kanaa mannaa, bakka balaa irraa walaba* taʼe irra na dhaabdeetta.

 9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi.

Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+

10 Jireenyi koo gaddaan dhumeera,+

Waggoonni koos aaduudhaan kan kaʼe gabaabbataniiru.+

Dogoggora kootiin kan kaʼe jabinni koo laafeera;

Lafeewwan koos dadhabaniiru.+

11 Diinonni koo hundi,

Keessumaa immoo olloonni koo na tuffataniiru.+

Michoonni koo na sodaatan;

Yommuu addabaabayiitti na argan, na irraa baqatu.+

12 Ani akka nama duʼeetti sammuu* isaanii keessaa baʼeera, irraanfatameeras;

Ani akka hubboo* cabaa taʼeera.

13 Jette jettee hamaa hedduu dhagaʼeera;

Naasuun natti marseera.+

Isaan tokko taʼanii yommuu na irratti walitti qabaman,

Lubbuu koo balleessuuf mala qopheessu.+

14 Yaa Yihowaa, ani garuu sittan amanama.+

“Ati Waaqa koo ti”+ jedhee nan labsa.

15 Guyyoonni* koo si harka jiru.

Harka diinota koo fi harka warra na ariʼatanii irraa na oolchi.+

16 Fuulli kee tajaajilaa kee irratti akka ifu godhi.+

Jaalala kee isa amanamaadhaan na oolchi.

17 Yaa Yihowaa, yommuun si waammadhu na hin qaanessin.+

Hamoonni haa qaanaʼan;+

Awwaala* keessattis cal haa jechisiifaman.+

18 Warri sobduun,

Warri of tuulummaa fi tuffiidhaan isa qajeelaa irratti dubbatan arrabni isaanii haa xaxamu.+

19 Gaarummaan kee akkam baayʼee dha!+

Ati warra si sodaataniif isa keesseetta;+

Warra sitti kooluu galaniif jettees, gaarummaa kee namoota hundumaa duratti argisiisteetta.+

20 Ati haxxummaa namootaa jalaa,

Iddoo dhokataa si bira jiru keessa isaan dhoksita;+

Ati haleellaa hamaa* jalaa,

Gaaddisa kee keessatti isaan golgita.+

21 Magaalaa marfamte keessatti+ karaa dinqisiisaa taʼeen jaalala isaa isa amanamaa waan natti argisiiseef,+

Yihowaan haa jajamu.

22 Ani naʼee,

“Si duraa nan balleeffama”+ jedheen ture.

Ati garuu gara keetti yommuun iyyadhu, kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhageesse.+

23 Warri isaaf amanamoo taatan hundi Yihowaa jaalladhaa!+

Yihowaan warra amanamoo taʼan ni eega,+

Nama of tuulummaa argisiisu kam iyyuu garuu adaba cimaa ni adaba.+

24 Warri Yihowaa eeggattan hundi,+

Onnadhaa, garaan keessanis cimaa haa taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi