LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Yihowaan Yihudaa fi Yerusaalemiif eegumsa godha (1-9)

        • Yerusaalem, “dhagaa ulfaataa” taati (3)

      • Isa waraaname sanaaf booʼuu (10-14)

Zakkaariyaas 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 26:7; Isa 42:5
  • +Fr 102:25; Isa 45:18

Zakkaariyaas 12:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “saanii golboo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 14:14

Zakkaariyaas 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 3:19
  • +Zak 14:2, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 28-29

Zakkaariyaas 12:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 29-30

Zakkaariyaas 12:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:10; Yoe 3:16; Zak 12:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 30

Zakkaariyaas 12:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “iddoo isaanii isa sirrii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:15
  • +Mik 4:13; Zak 9:15
  • +Zak 2:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 30

Zakkaariyaas 12:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “simboon.”

  • *

    Ykn., “simboon.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 30-31

Zakkaariyaas 12:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “inni hundumaa irra dadhabaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 23:6; Yoe 3:16; Zak 2:5; 9:15
  • +Bau 14:19; 23:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 30-31

Zakkaariyaas 12:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:17; Hag 2:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/1/2007, ful. 31

Zakkaariyaas 12:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 19:34, 37; 20:27; Mul 1:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Yesuus—Karaa, ful. 303

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 16

Zakkaariyaas 12:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:29; 2Se 35:22

Zakkaariyaas 12:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:13, 14; Luq 3:23, 31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2019, ful. 30

Zakkaariyaas 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:16
  • +Bau 6:17; 1Se 23:10

Yaada Wal Simu

Zak. 12:1Iyo 26:7; Isa 42:5
Zak. 12:1Fr 102:25; Isa 45:18
Zak. 12:2Zak 14:14
Zak. 12:3Sef 3:19
Zak. 12:3Zak 14:2, 3
Zak. 12:5Isa 41:10; Yoe 3:16; Zak 12:8
Zak. 12:6Isa 41:15
Zak. 12:6Mik 4:13; Zak 9:15
Zak. 12:6Zak 2:4
Zak. 12:8Er 23:6; Yoe 3:16; Zak 2:5; 9:15
Zak. 12:8Bau 14:19; 23:20
Zak. 12:9Isa 54:17; Hag 2:22
Zak. 12:10Yoh 19:34, 37; 20:27; Mul 1:7
Zak. 12:112Mo 23:29; 2Se 35:22
Zak. 12:122Sa 5:13, 14; Luq 3:23, 31
Zak. 12:13Bau 6:16
Zak. 12:13Bau 6:17; 1Se 23:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 12:1-14

Zakkaariyaas

12 Murtii Waaqayyo dabarse:

Dubbiin Yihowaan Israaʼeliin ilaalchisee dubbate isa kana;

Yihowaan inni samiiwwan diriirse,+

Inni buʼuura lafaa kaaʼe,+

Inni nama keessatti hafuura uume akkana jedha:

2 “Kunoo, ani Yerusaalem xoofoo* saboonni naannoo ishii jiran hundi akka gatantaran godhu akka taatu nan godha; Yihudaa fi Yerusaalemittis diinni ni marsa.+ 3 Guyyaa sanatti Yerusaalem saboota hundumaatti dhagaa ulfaataa akka taatu nan godha. Kan ol ishii kaasan hundi akka malee ni miidhamu;+ saboonni lafa irraa hundis ishii irratti walitti ni qabamu.”+ 4 Yihowaan akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani farda hundumaa sodaadhaan, isa fardicha gulufus maraatummaadhaan nan rukuta. Ani ija koo mana Yihudaa irra nan kaaʼa; fardeen sabootaa hunda garuu nan jaamsa. 5 Dura buutonni Yihudaas garaa isaaniitti, ‘Jiraattonni Yerusaalem Waaqa isaanii Yihowaa Gooftaa Raayyaatiin kan kaʼe jabina keenya taʼaniiru’ jedhu.+ 6 Guyyaa sanatti ani dura buutonni Yihudaa akka distii ibidda qabatee qoraan gidduu jiruu, akkasumas akka guca bobaʼuu fi midhaan reefuu haamame gidduu jiruu akka taʼan nan godha;+ isaan namoota naannoo isaanii mirgaa fi bitaadhaan jiran hundumaa ni nyaatu;+ jiraattonni Yerusaalemis iddoo isaanii,* eeyyee, Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufu.+

7 “Yihowaan jalqaba dunkaanota Yihudaa ni oolcha; kanas kan godhu, bareedinni* mana Daawitii fi bareedinni* jiraattota Yerusaalem kan Yihudaa caalaa guddaa akka hin taaneefi. 8 Guyyaa sanatti Yihowaan jiraattota Yerusaalemiif ittisa ni taʼa;+ guyyaa sanatti isaan gidduudhaa namni gufatu* akka Daawit ni taʼa; manni Daawitis akka Waaqayyoo, akka maleekaa Yihowaa isaan dura deemuu ni taʼu.+ 9 Guyyaa sanatti ani saboota Yerusaalem irratti dhufan hundumaa dhugumaan haxaaʼee nan balleessa.+

10 “Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura fudhatama argachuu fi hafuura wawwaannaa nan dhangalaasa; isaanis gara isa waraanan sanaa ni ilaalu;+ akkuma ilma tokkichaaf booʼanitti isaaf ni booʼu; akkuma ilma angafaatiif gaddanittis baayʼee isaaf ni gaddu. 11 Guyyaa sanatti booʼichi Yerusaalem keessa jiraatu, akkuma booʼicha Hadaadrimoon ishii dirree Megidoo keessatti argamtuu guddaa ni taʼa.+ 12 Biyyattiin ni boossi; tokkoon tokkoon maatii kopha kophaatti, maatiin mana Daawit kophaatti, dubartoonni isaaniis kophaatti, maatiin mana Naataan+ kophaatti, dubartoonni isaaniis kophaatti, 13 maatiin mana Leewwii+ kophaatti, dubartoonni isaaniis kophaatti, maatiin Shimeʼiiwotaa+ kophaatti, dubartoonni isaaniis kophaatti, 14 maatiiwwan hafan hundis tokkoon tokkoon maatii kopha kophaatti, dubartoonni isaaniis kophaatti ni booʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi