LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Sabni Waaqaa eebba hedduu argata (1-12)

        • Affeerraa daadhii wayinii Yihowaan qopheessu (6)

        • Duuti ni bada (8)

Isaayyaas 25:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:5; 98:1; 107:8; 145:1, 4
  • +Kes 32:4; Nah 9:33
  • +Fr 33:11

Isaayyaas 25:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:10; 66:3; His 38:23

Isaayyaas 25:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:1; Nho 1:7; Sef 3:12
  • +Fr 91:1; 121:5-7; Isa 49:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 6-7

Isaayyaas 25:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:9; 65:25
  • +Fr 72:16; 85:11, 12; Er 31:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    1/2017, ful. 2

Isaayyaas 25:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Shaashii.”

  • *

    Kal., “ni liqimsa.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2014, ful. 25-26

    8/15/2009, ful. 6

Isaayyaas 25:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni balleessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 13:14; 1Qo 15:54; 2Xi 1:10; Mul 20:14
  • +Isa 35:10; Mul 7:17; 21:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2014, ful. 25-26

    8/15/2009, ful. 6

Isaayyaas 25:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:1
  • +Fr 37:34; 146:5
  • +Mik 7:7
  • +Fr 20:5; Sef 3:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 17

Isaayyaas 25:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 132:13, 14; Isa 12:6
  • +Isa 15:1; Sef 2:9

Isaayyaas 25:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 48:29; Yaq 4:6

Yaada Wal Simu

Isa. 25:1Fr 40:5; 98:1; 107:8; 145:1, 4
Isa. 25:1Kes 32:4; Nah 9:33
Isa. 25:1Fr 33:11
Isa. 25:3Fr 46:10; 66:3; His 38:23
Isa. 25:4Fr 46:1; Nho 1:7; Sef 3:12
Isa. 25:4Fr 91:1; 121:5-7; Isa 49:10
Isa. 25:6Isa 11:9; 65:25
Isa. 25:6Fr 72:16; 85:11, 12; Er 31:12
Isa. 25:8Hos 13:14; 1Qo 15:54; 2Xi 1:10; Mul 20:14
Isa. 25:8Isa 35:10; Mul 7:17; 21:4
Isa. 25:9Isa 25:1
Isa. 25:9Fr 37:34; 146:5
Isa. 25:9Mik 7:7
Isa. 25:9Fr 20:5; Sef 3:14, 15
Isa. 25:10Fr 132:13, 14; Isa 12:6
Isa. 25:10Isa 15:1; Sef 2:9
Isa. 25:11Er 48:29; Yaq 4:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 25:1-12

Isaayyaas

25 Yaa Yihowaa, ati Waaqa koo ti.

Ol sin qaba, maqaa kees nan jajadha,

Sababiin isaas, ati wantoota dinqisiisoo raawwatteetta;+

Bara duriitii jalqabee

Wantoota kana amanamummaadhaan+ murteessiteetta.+

 2 Ati magaalaa gara tuullaa dhagaatti,

Magaalaa dallaa dhagaa qabdus gara tuullaa diiggaatti jijjiirteetta.

Masaraan namoota biyya ormaa kana booda magaalaa hin taʼu,

Matumaas deebiʼee hin ijaaramu.

 3 Uummanni cimaan ulfina kan siif kennu kanaafi;

Magaalaan saboota cunqursitoota taʼaniis si sodaatti.+

 4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;

Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+

Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,

Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+

Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.

 5 Ati akkuma hoʼa lafa gogaa keessa jiruutti,

Waca namoota biyya ormaa ni qabbaneessita.

Akkuma hoʼi gaaddisa duumessaatiin qabbanaaʼutti,

Faarfannaan cunqursitootaas cal jechisiifameera.

 6 Yihowaan Gooftaan Raayyaa gaara kana+ irratti saboota hundumaatiif,

Affeerraa nyaatawwan gaggaarii,+

Daadhii wayinii baʼeessaa fi

Nyaatawwan gaggaarii dhuka lafeetiin guutaman,

Akkasumas affeerraa daadhii wayinii baʼeessaa fi calalameen guutame ni qopheessa.

 7 Inni gaara kana irratti kafana namoota hundumaa haguuge,

Huccuu* saboota hundumaa irratti diriirfames ni balleessa.*

 8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+

Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,

Yihowaan kana dubbateera.

 9 Guyyaa sanatti isaan akkana jedhu:

“Kunoo, Waaqni keenya isa kana!+

Nuti isa abdanneerra,+

Innis nu oolcha.+

Kun Yihowaa dha!

Nuti isa abdanneerra.

Fayyina karaa isaatiin argamuuf haa gammannu, haa ililchinus.”+

10 Harki Yihowaa gaara kana irra ni buufata,+

Akkuma citaan tuullaa dikee irratti dhidhiitamutti,

Moʼaabis iddoo ishii irratti ni dhidhiitamti.+

11 Akkuma namni bishaan daaku tokko bishaan daakuuf harka isaatiin rukututti,

Innis harka isaatiin ishii ni rukuta;

Harka isaa beekumsaan sochoosuudhaanis

Of tuulummaa ishii ni balleessa.+

12 Inni magaalaa dallaa dhagaa qabdu

Dallaawwan eegumsaa kee warra dhedheeroo taʼanii wajjin ni kuffisa;

Lafaan dhaʼees biyyootti ishii dabala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi