LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Ximotewos 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Ximotewos

      • Ergicha namoota gaʼumsa qabanitti imaanaadhaan kenni (1-7)

      • Misiraachichaaf jecha rakkina dandaʼuu (8-13)

      • Dubbii Waaqayyoo sirriitti barsiisi (14-19)

      • Hawwii dargaggummaa irraa baqadhu (20-22)

      • Akkaataa mormitoota itti qabu (23-26)

2 Ximotewos 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:2

2 Ximotewos 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 3:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 29

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2017, ful. 27-31

2 Ximotewos 2:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:18
  • +2Xi 1:8

2 Ximotewos 2:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “sochii guyyaa guyyaa.”

  • *

    Kal., “hojii daldalaatiin of hin xaxu.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2019, ful. 17

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa,

    5/1/2007, ful. 31-32

2 Ximotewos 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2012, ful. 8

2 Ximotewos 2:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 2:24
  • +HoE 2:29-32; Rom 1:3
  • +HoE 13:23

2 Ximotewos 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:16; Flp 1:7
  • +Qol 4:3, 4

2 Ximotewos 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 1:6; Efe 3:13; Qol 1:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 28

2 Ximotewos 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 6:5, 8

2 Ximotewos 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 3:21; 20:4, 6
  • +Mat 10:33; Luq 12:9

2 Ximotewos 2:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “balleessuu; garagalchuu.”

  • *

    Kal., “guutummaatti dhugaa baʼuudhaan.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 14

2 Ximotewos 2:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 4:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2010, ful. 11-12

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 153-154

2 Ximotewos 2:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:7; 6:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 14

2 Ximotewos 2:17

Miiljaleewwan

  • *

    Madaa hin fayyinee fi babalʼachaa deemu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:20

2 Ximotewos 2:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:12

2 Ximotewos 2:19

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 16:5
  • +Isa 26:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 8-10, 12-16

2 Ximotewos 2:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    8/2019, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 15-16

2 Ximotewos 2:21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    8/2019, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 15-16

2 Ximotewos 2:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 16

    6/15/2008, ful. 10-11

2 Ximotewos 2:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 1:3, 4; 4:7; Tit 3:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2014, ful. 14-15

2 Ximotewos 2:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mala qabeessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 2:7
  • +Mat 5:39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2015, ful. 26

2 Ximotewos 2:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:1; Gal 6:1; Tit 3:2; 1Ph 3:15
  • +1Xi 2:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

2 Ximotewos 2:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 13:27; HoE 5:3; 1Xi 1:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2012, ful. 20

Yaada Wal Simu

2Xim. 2:11Xi 1:2
2Xim. 2:22Xi 3:14
2Xim. 2:31Xi 1:18
2Xim. 2:32Xi 1:8
2Xim. 2:51Qo 9:25
2Xim. 2:8HoE 2:24
2Xim. 2:8HoE 2:29-32; Rom 1:3
2Xim. 2:8HoE 13:23
2Xim. 2:9HoE 9:16; Flp 1:7
2Xim. 2:9Qol 4:3, 4
2Xim. 2:102Qo 1:6; Efe 3:13; Qol 1:24
2Xim. 2:11Rom 6:5, 8
2Xim. 2:12Mul 3:21; 20:4, 6
2Xim. 2:12Mat 10:33; Luq 12:9
2Xim. 2:152Xi 4:2
2Xim. 2:161Xi 4:7; 6:20
2Xim. 2:171Xi 1:20
2Xim. 2:181Qo 15:12
2Xim. 2:19Lak 16:5
2Xim. 2:19Isa 26:13
2Xim. 2:231Xi 1:3, 4; 4:7; Tit 3:9
2Xim. 2:241Ta 2:7
2Xim. 2:24Mat 5:39
2Xim. 2:25Fak 15:1; Gal 6:1; Tit 3:2; 1Ph 3:15
2Xim. 2:251Xi 2:3, 4
2Xim. 2:26Yoh 13:27; HoE 5:3; 1Xi 1:20
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Ximotewos 2:1-26

Ximotewos Lammaffaa

2 Kanaafuu yaa ilma koo,+ gaarummaa guddaa karaa Kiristoos Yesuus argamu irraa humna argachuu kee itti fufi; 2 wantoota ana irraa dhageessee fi ragaa baatota hedduudhaan mirkanaaʼe sana,+ namoota amanamoo taʼanitti imaanaadhaan kenni; isaan immoo warra kaan barsiisuuf gaʼumsa ni qabaatu. 3 Loltuu Kiristoos Yesuus isa gaarii+ waan taateef, gama keetiin rakkina si irra gaʼu dandaʼi.+ 4 Namni loltuu taʼee tajaajilu kam iyyuu isa loltuu godhee isa galmeesse biratti fudhatama argachuu waan barbaaduuf, buʼaa argachuuf jedhee hojii daldalaa* keessa hin seenu.* 5 Namni dorgommii irratti hirmaatu kam iyyuu, akka seera isaatti yoo dorgome malee gonfoo injifannoo hin argatu.+ 6 Qonnaan bulaan jabaatee hojjetu firii argamu irraa jalqaba hirmaachuu qaba. 7 Wantan dubbadhuuf yeroo hundumaa xiyyeeffannaa kenni; Gooftaan wantoota hundumaa irratti hubannaa siif kenna.

8 Yesuus Kiristoos duʼaa akka kaʼee+ fi sanyii Daawit+ akka taʼe yaadadhu; anis waaʼee kanaa misiraachoo lallabaan jira;+ 9 kanaan kan kaʼes akka nama yakkamaa tokkootti hidhamee rakkachaan jira.+ Haa taʼu malee, dubbiin Waaqayyoo hin hidhamu.+ 10 Kanaafuu, warri filataman ulfina bara baraa wajjin fayyina karaa Kiristoos Yesuus argamu akka argataniif,+ isaaniif jedhee wantoota hundumaa dandaʼee jiraachuu koo ittan fufa. 11 Dubbiin kun amanamaa dha: Nuti isaa wajjin yoo duune, isaa wajjin akka jiraannu beekamaa dha;+ 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+ 13 nuti yoo amanamoo taʼuu baanne, inni amanamaa akkuma taʼetti itti fufa; sababiin isaas, inni of ganuu hin dandaʼu.

14 Jechoota irratti akka wal hin falmine Waaqayyo duratti isaan ajajuudhaan* wantoota kana isaan yaadachiisuu kee itti fufi; wantoonni akkasii warra dhagaʼan miidhuu* malee matumaa faayidaa hin qaban. 15 Dubbii dhugaa sirriitti barsiisuudhaan+ akka hojjetaa waan itti qaanaʼu tokko illee hin qabneetti, Waaqayyo duratti fudhatama kan qabu gootee of dhiheessuuf wanta sii dandaʼame hunda godhi. 16 Dubbii faayidaa hin qabnee fi wanta qulqulluu taʼe mormu irraa fagaadhu;+ sababiin isaas, wanti akkasii caalaatti Waaqayyoon tuffachuutti nama geessa; 17 dubbiin namoota akkasii akka gaangiriiniitti* babalʼachaa deema. Hemenewoosii fi Filexoos isaan keessaa tokko dha.+ 18 Namoonni kun duʼaa kaʼuun kanaan dura taʼeera+ jedhanii dubbachuudhaan dhugaa irraa jalʼataniiru; amantii namoota tokko tokkoos diigaa jiru. 19 Haa taʼu malee, buʼuurri Waaqayyoo inni jabaan akkuma dhaabbatetti jira; chaappaan, “Yihowaan* warra kan isaa taʼan beeka”+ jedhuu fi “Maqaa Yihowaa* kan waammatu+ hundi jalʼina irraa haa fagaatu” jedhu isa irratti godhameera.

20 Mana guddaa tokko keessa qodaa warqii fi meetii qofa utuu hin taʼin, qodaan mukaa fi suphees jira; isaan keessaa tokko tokko tajaajila ulfina qabuuf, warri kaan immoo tajaajila ulfina hin qabneef oolu. 21 Kanaafuu, namni kam iyyuu warra boodaa kana irraa yoo of eege, miʼa tajaajila ulfinaatiif oolu, kan qulqullaaʼe, gooftaa isaatiif faayidaa kan argamsiisuu fi hojii gaarii hundumaaf kan qophaaʼe taʼa. 22 Kanaafuu, hawwii dargaggummaa irraa baqadhu; kanaa mannaa, warra garaa qulqulluudhaan Gooftaa waammatanii wajjin qajeelummaa, amantii, jaalalaa fi nagaa hordofi.

23 Kana malees, lola akka kaasu beekuudhaan falmii gowwummaa fi wallaalummaa irratti hundaaʼe irraa fagaadhu.+ 24 Sababiin isaas, garbichi Gooftaa nama loluu hin qabu; kanaa mannaa, namoota hundumaatiif garraamii* kan taʼe,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabuu fi yeroo jalʼinni isa irratti raawwatamu kan of toʼatu taʼuu qaba;+ 25 akkasumas warra ilaalcha sirrii hin qabne garraamummaadhaan kan gorsu taʼuu qaba.+ Tarii Waaqayyo beekumsa dhugaa isa sirrii akka argataniif+ yaada akka geddaratan carraa isaaniif ni kenna taʼa; 26 isaan Diyaabilos fedhii isaa akka raawwataniif utuma lubbuudhaan jiranii akka isaan qabe+ hubachuudhaan, gara yaada isaaniitti deebiʼanii kiyyoo isaa keessaa baʼuu ni dandaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi