LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Mulʼataa

      • Saaniiwwan dheekkamsa Waaqayyoo qabatan torban (1-21)

        • Lafa (2), galaana (3), lageenii fi burqaawwan (4-7), aduu (8, 9), teessoo bineensichaa (10, 11), laga Efraaxiis (12-16), akkasumas qilleensa irratti dhangalaasan (17-21)

        • Waraana Waaqayyoo Armaagedoonitti godhamu (14, 16)

Mulʼata 16:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:17
  • +Fr 69:24; Sef 3:8

Mulʼata 16:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 8:7
  • +Mul 13:16, 18
  • +Mul 13:15; 19:20
  • +Bau 9:10

Mulʼata 16:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 8:8
  • +Bau 7:20
  • +Isa 57:20

Mulʼata 16:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 8:10
  • +Bau 7:20; Fr 78:44

Mulʼata 16:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 1:4
  • +Fr 145:17; Mul 15:4
  • +Kes 32:4; Fr 119:137

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 344-345

Mulʼata 16:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:3
  • +Isa 49:26
  • +Mul 18:20

Mulʼata 16:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “heerawwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:3
  • +Fr 19:9; 119:137; Mul 19:1, 2

Mulʼata 16:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 8:12

Mulʼata 16:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 10:21; Isa 8:22

Mulʼata 16:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 9:13, 14
  • +Isa 44:27, 28; Er 50:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2022, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 17-18

Mulʼata 16:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hafuuronni xuraaʼoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 12:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 16:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 13:11, 13
  • +Mul 19:19
  • +Isa 13:6; Er 25:33; His 30:3; Yoe 1:15; 2:1, 11; Sef 1:15; 2Ph 3:11, 12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2019, ful. 8-9

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 16:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 5:2; 2Ph 3:10
  • +Mul 3:18
  • +Luq 21:36

Mulʼata 16:16

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin Har Maagedoon, jecha Afaan Ibrootaa, “Gaara Magidoo” jedhu irraa kan dhufe dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 35:22; Zak 12:11; Mul 19:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 85

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2019, ful. 8-9

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2070

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2012, ful. 5-6

Mulʼata 16:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 16:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2009, ful. 4

Mulʼata 16:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 38:19; Dan 12:1; Ibr 12:26

Mulʼata 16:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 17:18
  • +Er 25:15; Mul 15:7
  • +Mul 18:2

Mulʼata 16:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 6:14

Mulʼata 16:21

Miiljaleewwan

  • *

    Taalaantiin Giriikii tokko 20.4 kg dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:22, 23
  • +Bau 9:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2020, ful. 15

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 16

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 66, 198

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 16

    2/15/2009, ful. 4

    7/15/2008, ful. 7

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2179

Yaada Wal Simu

Mul. 16:1Mul 16:17
Mul. 16:1Fr 69:24; Sef 3:8
Mul. 16:2Mul 8:7
Mul. 16:2Mul 13:16, 18
Mul. 16:2Mul 13:15; 19:20
Mul. 16:2Bau 9:10
Mul. 16:3Mul 8:8
Mul. 16:3Bau 7:20
Mul. 16:3Isa 57:20
Mul. 16:4Mul 8:10
Mul. 16:4Bau 7:20; Fr 78:44
Mul. 16:5Mul 1:4
Mul. 16:5Fr 145:17; Mul 15:4
Mul. 16:5Kes 32:4; Fr 119:137
Mul. 16:6Fr 79:3
Mul. 16:6Isa 49:26
Mul. 16:6Mul 18:20
Mul. 16:7Bau 6:3
Mul. 16:7Fr 19:9; 119:137; Mul 19:1, 2
Mul. 16:8Mul 8:12
Mul. 16:10Bau 10:21; Isa 8:22
Mul. 16:12Mul 9:13, 14
Mul. 16:12Isa 44:27, 28; Er 50:38
Mul. 16:13Mul 12:3
Mul. 16:14Mul 13:11, 13
Mul. 16:14Mul 19:19
Mul. 16:14Isa 13:6; Er 25:33; His 30:3; Yoe 1:15; 2:1, 11; Sef 1:15; 2Ph 3:11, 12
Mul. 16:151Ta 5:2; 2Ph 3:10
Mul. 16:15Mul 3:18
Mul. 16:15Luq 21:36
Mul. 16:162Se 35:22; Zak 12:11; Mul 19:19
Mul. 16:17Mul 16:1
Mul. 16:18His 38:19; Dan 12:1; Ibr 12:26
Mul. 16:19Mul 17:18
Mul. 16:19Er 25:15; Mul 15:7
Mul. 16:19Mul 18:2
Mul. 16:20Mul 6:14
Mul. 16:21Iyo 38:22, 23
Mul. 16:21Bau 9:24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Mulʼata 16:1-21

Mulʼata Yohaannis

16 Sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa maleekota torban sanaan, “Dhaqaa, dheekkamsa Waaqayyoo saaniiwwan torban sana keessa jiru lafa irratti dhangalaasaa”+ yommuu jedhu nan dhagaʼe.

2 Maleekaan inni jalqabaa dhaqee wanta saanii isaa keessa jiru lafa irratti dhangalaase.+ Namoota mallattoo bineensichaa qabanii+ fi bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ irras madaa cimaan+ miidhaa geessisu ni gaʼe.

3 Maleekaan inni lammaffaan wanta saanii isaa keessa jiru galaana irratti dhangalaase.+ Galaanichis dhiiga akka dhiiga nama duʼee taʼe;+ uumamawwan jiraatoon* hundi, eeyyee, wantoonni galaanicha+ keessa jiran ni duʼan.

4 Maleekaan inni sadaffaan wanta saanii isaa keessa jiru lageenii fi burqaawwan bishaanii irratti dhangalaase.+ Isaanis dhiiga taʼan.+ 5 Maleekaan inni bishaan irratti aangoo qabus akkana yommuu jedhu nan dhagaʼe: “Ati inni jirtuu fi inni turte,+ inni amanamaa taate,+ murtiiwwan kana waan dabarsiteef ati qajeelaa dha;+ 6 isaan dhiiga qulqullootaa fi raajotaa+ waan dhangalaasaniif, atis akka dhuganiif dhiiga isaaniif kennite;+ kunis kan isaaniif malu dha.”+ 7 Iddoon aarsaa sun yommuu akkana jedhus nan dhagaʼe: “Eeyyee, yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ murtiiwwan* kee dhugaa fi qajeeloo dha.”+

8 Maleekaan inni arfaffaan wanta saanii isaa keessa jiru aduu irratti dhangalaase;+ aduunis ibiddaan akka namoota waxaltu ishiidhaaf ni heyyamame. 9 Namoonnis hoʼa cimaadhaan waxalaman; taʼus maqaa Waaqa isa dhaʼichawwan kana irratti aangoo qabu sanaa arrabsan malee, yaada isaanii hin geddaranne, ulfinas isaaf hin kennine.

10 Maleekaan inni shanaffaan wanta saanii isaa keessa jiru teessoo bineensichaa irratti dhangalaase. Mootummaan bineensichaas ni dukkanaaʼe;+ isaanis dhiphina isaanii irraa kan kaʼe arraba isaanii alanfachuu jalqaban; 11 taʼus, isaan dhiphinaa fi madaa isaaniitiin kan kaʼe, Waaqa samii arrabsan malee, hojii isaanii irraa yaada hin geddaranne.

12 Maleekaan inni jaʼaffaan wanta saanii isaa keessa jiru laga guddaa Efraaxis+ irratti dhangalaase; bishaanichis mootota baha biiftuutii dhufaniif karaa banuuf ni goge.+

13 Jechoonni xuraaʼoon geggeessaa hafuuraatiin dubbataman* sadii, warri raacha fakkaatan, afaan jawwee+ sanaa, afaan bineensichaa fi afaan raajii sobduu sanaa keessaa yommuu baʼan nan arge. 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.

15 “Ilaa, ani akka hattuuttan dhufa.+ Qullaa isaa akka hin deemnee fi namoonni qaanii isaa akka hin argineef,+ namni dammaqinaan jiraatuu+ fi uffata isaa eeggatu gammadaa dha.”

16 Isaanis gara bakka Afaan Ibrootaatiin Armaagedoon*+ jedhamutti walitti isaan qaban.

17 Maleekaan inni torbaffaan wanta saanii isaa keessa jiru qilleensa irratti dhangalaase. Yeroo kanatti sagalee guddaan tokko iddoo qulqulluu+ keessaa, teessoo sana irraa, “Raawwatameera!” jedhe. 18 Balaqqeessi bakakkaa, sagaleenii fi kakawween ni taʼe; kirkirri lafaa guddaan erga namoonni lafa irra jiraachuu jalqabanii kaasee matumaa taʼee hin beeknes ni gaʼe;+ kirkirri kun iddoo baayʼee kan waliin gaʼee fi akka malee guddaa ture. 19 Magaalaa guddittiin+ iddoo sadiitti gargar qoqqoodamte; magaalonni sabootaas ni kufan; Waaqayyo xoofoo daadhii wayinii dheekkamsa isaa+ isa guddaa ishiidhaaf kennuuf Baabilon Guddittii+ ni yaadate. 20 Akkasumas, odolawwan hundi ni baqatan, gaaronnis hin argamne.+ 21 Achiis cabbii guguddaan tokkoon tokkoon isaa gara taalaantii tokkoo* ulfaatu samii irraa namoota irratti gad buʼe;+ dhaʼichi cabbii sun akka malee guddaa waan tureef, namoonni dhaʼicha cabbii+ sanaan kan kaʼe Waaqayyoon arrabsan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi