LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Dubartii addaggee irraa of eegi (1-14)

      • Haadha manaa tee wajjin gammadi (15-23)

Fakkeenya 5:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gurra kee hubannaa kootti qabi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:29; Yaq 1:19

Fakkeenya 5:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:7

Fakkeenya 5:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “keessummaa.” Fak 2:16 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 7:14-21
  • +Fak 9:16, 17

Fakkeenya 5:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:26
  • +Fak 6:32, 33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 12-13

Fakkeenya 5:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Fakkeenya 5:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:14, 15

Fakkeenya 5:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 29:3
  • +Fak 6:33-35; 7:23

Fakkeenya 5:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “humna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 31:3; Luq 15:30

Fakkeenya 5:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 7:22, 23

Fakkeenya 5:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Yaaʼii fi gumii gidduutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:27-29

Fakkeenya 5:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bishaan qulqulluu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 7:3; Ibr 13:4

Fakkeenya 5:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:20

Fakkeenya 5:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:24

Fakkeenya 5:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Maddi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 24:5; Lal 9:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 8-9

Fakkeenya 5:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waaliyaa.”

  • *

    Ykn., “si haa macheessu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Wed 2:9
  • +Uma 26:8; 29:20; Wed 8:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2006, ful. 8-9

Fakkeenya 5:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “keessummaadhaan.” Fak 2:16 ilaali.

  • *

    Kal., “orma.” Fak 2:16 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:14

Fakkeenya 5:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 16:9; Fr 11:4; 17:3; Er 17:10; Ibr 4:13

Fakkeenya 5:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:14-16; Gal 6:7

Yaada Wal Simu

Fak. 5:11Mo 4:29; Yaq 1:19
Fak. 5:2Fak 15:7
Fak. 5:3Fak 7:14-21
Fak. 5:3Fak 9:16, 17
Fak. 5:4Lal 7:26
Fak. 5:4Fak 6:32, 33
Fak. 5:8Fak 9:14, 15
Fak. 5:9Fak 29:3
Fak. 5:9Fak 6:33-35; 7:23
Fak. 5:10Fak 31:3; Luq 15:30
Fak. 5:11Fak 7:22, 23
Fak. 5:14Fak 6:27-29
Fak. 5:151Qo 7:3; Ibr 13:4
Fak. 5:16Fak 5:20
Fak. 5:17Uma 2:24
Fak. 5:18Kes 24:5; Lal 9:9
Fak. 5:19Wed 2:9
Fak. 5:19Uma 26:8; 29:20; Wed 8:6
Fak. 5:20Fak 22:14
Fak. 5:212Se 16:9; Fr 11:4; 17:3; Er 17:10; Ibr 4:13
Fak. 5:22Fr 7:14-16; Gal 6:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 5:1-23

Fakkeenya

5 Yaa ilma koo, ogummaa koo dhagaʼi.

Hubannaa koo of eeggannoodhaan dhaggeeffadhu,*+

 2 Kunis, dandeettii yaaduu kee akka eeggattuuf,

Afaan keetiinis beekumsa akka dubbattuufi.+

 3 Hidhiin dubartii addaggee* damma coccophsa,+

Afaan ishiis zayitii caalaa laafa.+

 4 Dhuma irratti garuu ishiin akkuma hadheessaatti hadhoofti,+

Ishiin akkuma goraadee gar lamaan qarameetti qara qabdi.+

 5 Miilli ishii gara duʼaatti gad buʼa.

Tarkaanfiin ishiis kallattiidhaan gara Awwaalaatti* geessa.

 6 Ishiin waaʼee daandii jireenyaa hin yaaddu.

Asii fi achi ni joorti, garuu garam akka dhaqxu hin beektu.

 7 Ammas, yaa ilmaan koo, na dhagaʼaa,

Wantan jedhu irraas hin gorinaa.

 8 Ishii irraa fagaadhu;

Gara balbala mana ishiitti hin dhihaatin.+

 9 Kunis, ulfina kee warra kaaniif akka hin kennine,+

Wanta hamaas waggoota hedduudhaaf akka hin haammanneefi;+

10 Akkasumas namoonni ormaa qabeenya* kee akka hin onsineef,+

Wanti itti dadhabdes mana nama biyya ormaatiif akka hin taaneefi.

11 Taʼuu baannaan, dhuma bara jireenyaa keetti,

Yeroo foon kee fi qaamni kee dhumutti ni aadda;+

12 Achiis akkana jetta: “Ani akkamittan adaba jibbe!

Garaan koo akkamitti sirreeffama tuffate!

13 Ani sagalee warra qajeelfama naa kennanii hin dhageenye

Yookiin barsiisota koo xiyyeeffannaadhaan hin dhaggeeffanne.

14 Guutummaa gumichaa gidduutti,*

Guutummaatti baduu jala gaʼeen ture.”+

15 Kuusaa bishaanii kee keessaa bishaan dhugi,

Bishaan* boolla bishaanii kee keessaa maddus dhugi.+

16 Burqaawwan kee alatti,

Yaaʼaawwan bishaanii kee hoo addabaabayiitti yaaʼuu qabuu?+

17 Isaan kanuma kee qofa haa taʼan,

Namoota ormaa sii wajjin jiraniifis hin taʼin.+

18 Burqaan* bishaanii kee kan eebbifame haa taʼu,

Haadha manaa dargaggummaa keettis gammadi,+

19 Ishiin gadamsa dhaltuu jaallatamtuu, re’ee gaaraa* simbo qabeettii dha.+

Yeroo hundumaa harmi ishii si haa gammachiisu.*

Yeroo hundumaa jaalala ishiitiin boojiʼami.+

20 Yaa ilma koo, maarree ati dubartii addaggeedhaan* kan boojiʼamtu

Yookiin dubartii baalagee* kan hammattu maaliifi?+

21 Sababiin isaas, daandiin namaa ija Yihowaa dura jira;

Inni karaa isaa hundumaa ni qora.+

22 Namni hamaan balleessaa ofii isaatiin kiyyoo keessa gala,

Wadaroo cubbuu isaatiinis ni qabama.+

23 Adaba dhabuu isaatiin ni duʼa,

Gowwummaa isaa isa hammana hin jedhamneenis karaa irraa ni maqa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi