LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 71
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Amanannaa maanguddootaa

        • Ijoollummaa irraa jalqabee Waaqatti amanamuu (5)

        • “Yommuu humni koo dhumu” (9)

        • ‘Waaqayyo ijoollummaa kootii jalqabee na barsiiseera’ (17)

Faarfannaa 71:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:2; 31:1-3; Isa 45:17; Er 17:18

Faarfannaa 71:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gad jedhii na dhaggeeffadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15

Faarfannaa 71:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:2, 3; Fr 18:2; 144:2

Faarfannaa 71:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:8, 9; 59:1; 140:4; Mat 6:13

Faarfannaa 71:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ati amanannaa koo ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:45; Er 17:7

Faarfannaa 71:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:9, 10; 139:16; Isa 46:3

Faarfannaa 71:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:15; Ibr 13:15

Faarfannaa 71:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 92:14
  • +Fr 73:26; Lal 12:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 20-21

Faarfannaa 71:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:1, 2

Faarfannaa 71:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:2; 42:10; Mat 27:42, 43

Faarfannaa 71:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:11; 35:22; 38:21, 22

Faarfannaa 71:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:23
  • +Fr 109:29

Faarfannaa 71:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2024, ful. 27

Faarfannaa 71:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lakkoofsaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:28; 40:9
  • +Fr 40:5

Faarfannaa 71:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:5
  • +2Sa 22:1; 1Se 16:4; Fr 9:1

Faarfannaa 71:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “irree.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:25; 71:9
  • +Bau 13:8; 1Se 29:10, 11; Fr 78:2-4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2014, ful. 23

    6/1/2007, ful. 30-32

Faarfannaa 71:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:6
  • +Bau 15:11; Fr 86:8; 89:6; Er 10:7

Faarfannaa 71:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bishaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 12:10, 11
  • +Fr 40:2; 86:13

Faarfannaa 71:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa siif nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:10; 108:4; 146:6

Faarfannaa 71:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waan furteef.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 4:9; Fr 103:4
  • +Fr 63:5; 104:33

Faarfannaa 71:24

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni xiinxala.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:8
  • +Fr 71:13

Yaada Wal Simu

Far. 71:1Fr 25:2; 31:1-3; Isa 45:17; Er 17:18
Far. 71:2Fr 34:15
Far. 71:32Sa 22:2, 3; Fr 18:2; 144:2
Far. 71:4Fr 17:8, 9; 59:1; 140:4; Mat 6:13
Far. 71:51Sa 17:45; Er 17:7
Far. 71:6Fr 22:9, 10; 139:16; Isa 46:3
Far. 71:8Fr 51:15; Ibr 13:15
Far. 71:9Fr 92:14
Far. 71:9Fr 73:26; Lal 12:3
Far. 71:102Sa 17:1, 2
Far. 71:11Fr 3:2; 42:10; Mat 27:42, 43
Far. 71:12Fr 22:11; 35:22; 38:21, 22
Far. 71:132Sa 17:23
Far. 71:13Fr 109:29
Far. 71:15Fr 35:28; 40:9
Far. 71:15Fr 40:5
Far. 71:17Fr 71:5
Far. 71:172Sa 22:1; 1Se 16:4; Fr 9:1
Far. 71:18Fr 37:25; 71:9
Far. 71:18Bau 13:8; 1Se 29:10, 11; Fr 78:2-4
Far. 71:19Fr 36:6
Far. 71:19Bau 15:11; Fr 86:8; 89:6; Er 10:7
Far. 71:202Sa 12:10, 11
Far. 71:20Fr 40:2; 86:13
Far. 71:22Fr 25:10; 108:4; 146:6
Far. 71:232Sa 4:9; Fr 103:4
Far. 71:23Fr 63:5; 104:33
Far. 71:24Fr 71:8
Far. 71:24Fr 71:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 71:1-24

Faarfannaa

71 Yaa Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.

Ani matumaa hin qaaneffamin.+

 2 Qajeelummaa keetiin na oolchi, na baraaris.

Gurra kee natti qabi,* na oolchis.+

 3 Ati dahoo qarsaa,

Bakkan yeroo hunda itti seenuu dandaʼu naaf taʼi.

Kattaa koo fi dahoo koo waan taateef,+

Na oolchuuf ajaja kenni.

 4 Yaa Waaqa koo, harka isa hamaa irraa,

Qabaa isa hamminaan hacuucu irraa na oolchi.+

 5 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, abdiin koo suma;*

Ijoollummaa kootii jalqabee sitti amanameera.+

 6 Yeroon dhaladhee jalqabee sitti hirkadheera;

Gadameessa haadha koo keessaa kan na baase siʼi.+

Yeroo hundumaa sin jajadha.

 7 Namoota hedduudhaaf akka dinqii nan taʼe,

Ati garuu iddoo cimaa ani kooluu itti galu dha.

 8 Afaan koo si jajachuudhaan guutameera;+

Guyyaa guutuu waaʼee simboo keetii nan dubbadha.

 9 Bara dulluma kootti na hin gatin;+

Yommuu humni koo dhumu na hin dhiisin.+

10 Diinonni koo na mormanii dubbatu,

Warri lubbuu koo balleessuu barbaadan waliin taʼanii,+

11 “Waaqayyo isa dhiiseera.

Kan isa oolchu tokko illee waan hin jirreef, ariʼaa isa qabaa” jedhanii na irratti mariʼatu.+

12 Yaa Waaqayyo, na irraa hin fagaatin.

Yaa Waaqa koo, na gargaaruuf ariifadhu.+

13 Warri na* morman

Haa qaanaʼan, haa badanis.+

Warri rakkina koo barbaadan

Qaanii fi salphina haa uffatan.+

14 Ani garuu si eeggachuu koo ittan fufa;

Ittuma dabalee sin jajadha.

15 Afaan koo qajeelummaa kee ni dubbata;+

Isaan hubannaa kootii* ol yoo taʼanis,+

Guyyaa guutuu gochawwan fayyinaa kee nan dubbadha.

16 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa,

Ani dhufee waaʼee gochawwan kee warra jajjaboo nan dubbadha;

Qajeelummaa kee, eeyyee, qajeelummaa isa kan keetii qofa nan odeessa.

17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+

Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+

18 Yaa Waaqayyo, yeroon dulloomuu fi yeroon harrii baasutti illee na hin dhiisin.+

Waaʼee humna* keetii dhaloota itti aanutti,

Waaʼee guddina keetiis warra gara fuulduraatti dhufan hundumaatti nan hima.+

19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+

Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;

Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+

20 Dhiphinaa fi rakkina hedduu akkan argu kan goote taʼus,+

Deebisii na bayyanachiisi;

Lafa* gad fagoo keessaa na baasi.+

21 Guddina koo dabali,

Natti marsiitii na jajjabeessi.

22 Yaa Waaqa koo, anis amanamummaa keetiin kan kaʼe,+

Meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin sin jajadha.

Yaa Isa Qulqulluu kan Israaʼel,

Baganaadhaan faarfannaa galataa siif nan faarfadha.*

23 Ati lubbuu koo waan oolchiteef,*+

Yommuun faarfannaa galataa siif faarfadhu, afaan koo ni ililcha.+

24 Arrabni koo guyyaa guutuu waaʼee qajeelummaa keetii ni dubbata,*+

Sababiin isaas, warri badiisa koo barbaadan ni qaanaʼu, ni salphatus.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi