LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 102
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa nama cunqurfamee fi abdii kutatee

        • ‘Ani akkuma simbirroo kophaa ishii jirtuu ti’ (7)

        • ‘Guyyoonni koo gaaddidduu darbu dha’ (11)

        • “Yihowaan Xiyooniin deebisee ni ijaara” (16)

        • Yihowaan bara baraaf ni jiraata (26, 27)

Faarfannaa 102:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dadhabettii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 61:2; 142:2

Faarfannaa 102:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:1; Dan 9:17
  • +Bau 2:23

Faarfannaa 102:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gad jedhii na dhaggeeffadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:9; Fru 1:20
  • +Fr 143:7; Isa 65:24

Faarfannaa 102:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 1:13

Faarfannaa 102:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 143:4

Faarfannaa 102:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:6; 38:8
  • +Iyo 19:20; Fak 17:22

Faarfannaa 102:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Huqqadheera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 16

Faarfannaa 102:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka gowwaatti na ilaalanis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:11; 74:10; 79:4

Faarfannaa 102:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 3:15
  • +Fr 80:5

Faarfannaa 102:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dheerachaa jiruu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 39:5
  • +Iyo 14:1, 2; Fr 102:4

Faarfannaa 102:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Maqaan.” Kal., “Yaadannoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:2
  • +Bau 3:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 16

Faarfannaa 102:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:10
  • +Isa 49:15
  • +Iz 1:1, 2; Isa 40:2; Dan 9:2

Faarfannaa 102:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 2:3; Fr 137:5
  • +Fr 79:1

Faarfannaa 102:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:3; Zak 8:22

Faarfannaa 102:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 147:2; Er 33:7
  • +Isa 60:1

Faarfannaa 102:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 9:20, 21
  • +Fr 22:24

Faarfannaa 102:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “uumaman.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:4; Rom 15:4

Faarfannaa 102:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 16:9

Faarfannaa 102:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 3:7; Isa 61:1
  • +2Se 33:12, 13; Fr 79:11

Faarfannaa 102:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:13, 14; 22:22; Isa 51:11

Faarfannaa 102:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:10; 49:22; 60:3

Faarfannaa 102:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:2; An 1:12; Mul 1:8

Faarfannaa 102:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:3; Isa 48:13; Ibr 1:10-12

Faarfannaa 102:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2018, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 19-20

Faarfannaa 102:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 36:26; Mil 3:6; Yaq 1:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2014, ful. 16

Faarfannaa 102:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 66:22

Yaada Wal Simu

Far. 102:ibsa jalqaba boqonnaarra jiruFr 61:2; 142:2
Far. 102:1Fr 55:1; Dan 9:17
Far. 102:1Bau 2:23
Far. 102:2Fr 27:9; Fru 1:20
Far. 102:2Fr 143:7; Isa 65:24
Far. 102:3Fru 1:13
Far. 102:4Fr 143:4
Far. 102:5Fr 6:6; 38:8
Far. 102:5Iyo 19:20; Fak 17:22
Far. 102:7Fr 38:11
Far. 102:8Fr 31:11; 74:10; 79:4
Far. 102:9Fru 3:15
Far. 102:9Fr 80:5
Far. 102:11Fr 39:5
Far. 102:11Iyo 14:1, 2; Fr 102:4
Far. 102:12Fr 90:2
Far. 102:12Bau 3:15
Far. 102:13Isa 60:10
Far. 102:13Isa 49:15
Far. 102:13Iz 1:1, 2; Isa 40:2; Dan 9:2
Far. 102:14Nah 2:3; Fr 137:5
Far. 102:14Fr 79:1
Far. 102:15Isa 60:3; Zak 8:22
Far. 102:16Fr 147:2; Er 33:7
Far. 102:16Isa 60:1
Far. 102:17Dan 9:20, 21
Far. 102:17Fr 22:24
Far. 102:18Fr 78:4; Rom 15:4
Far. 102:192Se 16:9
Far. 102:20Bau 3:7; Isa 61:1
Far. 102:202Se 33:12, 13; Fr 79:11
Far. 102:21Fr 9:13, 14; 22:22; Isa 51:11
Far. 102:22Isa 11:10; 49:22; 60:3
Far. 102:24Fr 90:2; An 1:12; Mul 1:8
Far. 102:25Fr 8:3; Isa 48:13; Ibr 1:10-12
Far. 102:27Iyo 36:26; Mil 3:6; Yaq 1:17
Far. 102:28Isa 66:22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 102:1-28

Faarfannaa

Kadhannaa namni cunqurfame yeroo abdii kutatettii* fi yeroo yaaddoo isaa Yihowaa duratti dhangalaasetti dhiheesse.+

102 Yaa Yihowaa, kadhannaa koo dhagaʼi;+

Iyyi ani gargaarsa argachuuf dhageessisu si bira haa gaʼu.+

 2 Yeroo dhiphina kootti fuula kee na jalaa hin dhoksin.+

Gurra kee natti qabi;*

Yeroon si waammadhu dafiitii deebii naaf kenni.+

 3 Sababiin isaas, guyyoonni koo akka aaraatti darbu,

Lafeewwan koos akka iddoo ibiddaatti gubatanii gurraachaʼaniiru.+

 4 Nyaata koo nyaachuu waanan irraanfadheef,

Garaan koo akka margaatti coolligeera, gogeeras.+

 5 Sagalee koo ol kaasee aaduu kootiin kan kaʼe,+

Lafeewwan koo foon kootti maxxananiiru.+

 6 Allaattii bishaanii lafa onaa keessa jirtu nan fakkaadhe;

Ani akkuma hurunguu xinnoo bakka diigamaa gidduu jirtuu ti.

 7 Hirriba maleen bula;*

Ani akkuma simbirroo kophaa ishii baaxii irra jirtuu ti.+

 8 Diinonni koo guyyaa guutuu na arrabsu.+

Warri natti qoosanis* abaarsaaf maqaa kootti fayyadamu.

 9 Daaraa akka nyaataatti nan nyaadha,+

Wantin dhugus imimmaaniin makameera,+

10 Kunis kan taʼe dheekkamsaa fi aarii keetiin kan kaʼe dha,

Ati kan ol na kaaste na darbachuuf qofa dha.

11 Guyyoonni koo akka gaaddidduu darbuu* ti,+

Akkuma margaas coolligaan jira.+

12 Yaa Yihowaa, ati garuu bara baraaf jiraatta,+

Beekamtiin* kees dhaloota hundumaa gidduutti itti fufa.+

13 Yeroon gaarummaa kee ishiitti itti argisiistu amma waan taʼeef,+

Ati dhugumaan kaatee Xiyoonitti gara laafina ni argisiista;+

Yeroon murteeffame sun gaʼeera.+

14 Tajaajiltoonni kee dhagoota ishiitti ni gammadu,+

Biyyoo ishiitiif illee jaalala guddaa qabu.+

15 Saboonni maqaa Yihowaa,

Mootonni lafa irraa hundis ulfina kee ni sodaatu.+

16 Sababiin isaas, Yihowaan Xiyooniin deebisee ni ijaara;+

Ulfina isaatiinis ni mulʼata.+

17 Kadhannaa hiyyeeyyii xiyyeeffannaadhaan ni dhagaʼa;+

Inni kadhannaa isaanii hin tuffatu.+

18 Namoonni gara fuulduraatti dhufan* Yaahiin akka jajataniif,

Kun dhaloota dhufuuf barreeffameera.+

19 Inni iddoo ol kaʼaa isaa isa qulqulluu irraa gad ni ilaala,+

Yihowaan samii irraa lafa ni ilaala,

20 Kanas kan godhu, hidhamtoonni yommuu aadan dhagaʼuuf,+

Warra duuti itti murteeffames bilisa baasuufi;+

21 Maqaan Yihowaa Xiyoon keessatti,

Jajamuun isaas Yerusaalem keessatti ni labsama;+

22 Kunis yeroo saboonnii fi mootummoonni

Yihowaa tajaajiluuf walitti qabamanitti taʼa.+

23 Inni jabina koo yeroo isaa malee na irraa fudhateera;

Umurii koo gabaabseera.

24 Anis akkanan jedhe: “Yaa Waaqa koo,

Yaa isa dhalootaa hamma dhalootaatti jiraattuu,

Walakkaa umurii kootti na hin balleessin.+

25 Ati hundee lafaa bara dheeraa dura keesseetta,

Samiiwwanis hojii harka keetii ti.+

26 Isaan ni badu, ati garuu ni jiraatta;

Hundi isaanii akkuma uffataatti ni moofaʼu.

Ati akkuma uffataatti isaan ni jijjiirta, isaanis ni darbu.

27 Ati garuu sanuma, waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.+

28 Ijoolleen tajaajiltoota keetii tasgabbiidhaan jiraatu,

Sanyiin isaaniis jabaatee si dura dhaabbata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi