LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Moototaa

      • Azaariyaa mootii Yihudaa (1-7)

      • Mootota Israaʼel warra dhumaa: Zakkaariyaas (8-12), Shaalum (13-16), Menaahem (17-22), Peqaayaa (23-26), Peeqaa (27-31)

      • Yootaam mootii Yihudaa (32-38)

2 Mootota 15:1

Miiljaleewwan

  • *

    Yeroboʼaam Lammaffaa argisiisa.

  • *

    “Yihowaan ni Gargaara” jechuu dha. Inni 2Mo 15:13; 2Se 26:1-23; Isa 6:1; fi Zak 14:5 irratti Ooziyaa jedhameera.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 14:1
  • +2Mo 14:21
  • +2Se 26:1, 3

2 Mootota 15:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 26:4, 5

2 Mootota 15:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:52
  • +Kes 12:13, 14; 1Mo 22:41, 43; 2Mo 14:1, 4

2 Mootota 15:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana mootummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 12:10; 2Mo 5:27
  • +Lew 13:45, 46
  • +2Mo 15:32
  • +2Se 26:16-21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2015, ful. 21

2 Mootota 15:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 26:22, 23

2 Mootota 15:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 6:1

2 Mootota 15:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 14:21
  • +2Mo 14:29

2 Mootota 15:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 12:28-30; 13:33; 14:16

2 Mootota 15:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:11
  • +Hos 1:4; Amo 7:9

2 Mootota 15:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 13:1, 10; 14:23, 29
  • +2Mo 10:30

2 Mootota 15:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 26:1

2 Mootota 15:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 14:17; 15:21; 16:8, 17
  • +2Mo 15:10

2 Mootota 15:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 12:28-30; 13:33; 14:16

2 Mootota 15:19

Miiljaleewwan

  • *

    Taalaantiin tokko 34.2 kg dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 5:26
  • +2Mo 12:18; 16:8

2 Mootota 15:20

Miiljaleewwan

  • *

    Sheeqiliin tokko 11.4 g dha. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 23:35

2 Mootota 15:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:14

2 Mootota 15:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 12:28-30; 13:33; 14:16

2 Mootota 15:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 28:6

2 Mootota 15:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 28:6; Isa 7:1, 4

2 Mootota 15:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 12:28-30; 13:33; 14:16

2 Mootota 15:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 16:7; 1Se 5:6, 26; 2Se 28:19, 20
  • +1Mo 15:20
  • +Iya 20:7, 9
  • +Lak 32:40
  • +Isa 9:1
  • +Lew 26:38; Kes 28:64; 2Mo 17:22, 23; Isa 8:4

2 Mootota 15:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:1
  • +2Se 27:1

2 Mootota 15:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 27:7; Mat 1:9
  • +2Mo 14:21

2 Mootota 15:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 27:1

2 Mootota 15:34

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 27:2

2 Mootota 15:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 33:52; Kes 12:14
  • +2Se 27:3

2 Mootota 15:37

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:27; 2Se 28:6
  • +2Mo 16:5; Isa 7:1, 2

Yaada Wal Simu

2Mot. 15:12Mo 14:1
2Mot. 15:12Mo 14:21
2Mot. 15:12Se 26:1, 3
2Mot. 15:32Se 26:4, 5
2Mot. 15:4Lak 33:52
2Mot. 15:4Kes 12:13, 14; 1Mo 22:41, 43; 2Mo 14:1, 4
2Mot. 15:5Lak 12:10; 2Mo 5:27
2Mot. 15:5Lew 13:45, 46
2Mot. 15:52Mo 15:32
2Mot. 15:52Se 26:16-21
2Mot. 15:62Se 26:22, 23
2Mot. 15:7Isa 6:1
2Mot. 15:82Mo 14:21
2Mot. 15:82Mo 14:29
2Mot. 15:91Mo 12:28-30; 13:33; 14:16
2Mot. 15:10Iya 17:11
2Mot. 15:10Hos 1:4; Amo 7:9
2Mot. 15:122Mo 13:1, 10; 14:23, 29
2Mot. 15:122Mo 10:30
2Mot. 15:132Se 26:1
2Mot. 15:141Mo 14:17; 15:21; 16:8, 17
2Mot. 15:142Mo 15:10
2Mot. 15:181Mo 12:28-30; 13:33; 14:16
2Mot. 15:191Se 5:26
2Mot. 15:192Mo 12:18; 16:8
2Mot. 15:202Mo 23:35
2Mot. 15:212Mo 15:14
2Mot. 15:241Mo 12:28-30; 13:33; 14:16
2Mot. 15:252Se 28:6
2Mot. 15:272Se 28:6; Isa 7:1, 4
2Mot. 15:281Mo 12:28-30; 13:33; 14:16
2Mot. 15:292Mo 16:7; 1Se 5:6, 26; 2Se 28:19, 20
2Mot. 15:291Mo 15:20
2Mot. 15:29Iya 20:7, 9
2Mot. 15:29Lak 32:40
2Mot. 15:29Isa 9:1
2Mot. 15:29Lew 26:38; Kes 28:64; 2Mo 17:22, 23; Isa 8:4
2Mot. 15:302Mo 17:1
2Mot. 15:302Se 27:1
2Mot. 15:322Se 27:7; Mat 1:9
2Mot. 15:322Mo 14:21
2Mot. 15:332Se 27:1
2Mot. 15:342Se 27:2
2Mot. 15:35Lak 33:52; Kes 12:14
2Mot. 15:352Se 27:3
2Mot. 15:372Mo 15:27; 2Se 28:6
2Mot. 15:372Mo 16:5; Isa 7:1, 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
  • 37
  • 38
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Mootota 15:1-38

Mootota Lammaffaa

15 Yeroboʼaam* mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa 27ffaa isaatti, ilma Amaaziyaa+ mootii Yihudaa kan taʼe Azaariyaan*+ mootii taʼe.+ 2 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte. 3 Akkuma abbaan isaa Amaaziyaan godhe, innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe.+ 4 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan;+ namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.+ 5 Yihowaan mooticha ni rukute; inni hamma guyyaa duʼa isaatti dhukkuba nadaayiitiin+ qabamee ture; mana adda baafame tokko keessas kophaa isaa jiraate;+ yeroo kanatti ilmi mootichaa Yootaam+ manicha* irratti itti gaafatamaa taʼee namoota biyyattiitiif murtii kenna ture.+ 6 Seenaan Azaariyaa+ inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 7 Achiis Azaariyaan abbootii isaa wajjin ni boqote;+ isaanis abbootii isaa wajjin Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Yootaamis bakka isaa mootii taʼe.

8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche. 9 Inni akkuma abbootiin isaa godhan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate. Cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka raawwatan godhe irraas hin gorre.+ 10 Achiis Shaalum ilmi Yaabeesh isa irratti mariʼatee Yibleʼaamitti+ isa ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe. 11 Seenaan Zakkaariyaas inni hafe, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera. 12 Kunis wanti Yihowaan, “Ilmaan kee hamma dhaloota afuriitti+ teessoo Israaʼel irra ni taaʼu” jedhee Yehuutti dubbate akka raawwatamu godheera.+ Wanti taʼes kanuma ture.

13 Ooziyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 39ffaa isaatti Shaalum ilmi Yaabeesh mootii taʼe; Samaariyaa keessa taaʼees jiʼa tokko guutuudhaaf ni bulche. 14 Achiis Menaahem ilmi Gaadii Tirzaadhaa+ gara Samaariyaatti ol baʼee Samaariyaa keessatti Shaalum ilma Yaabeesh ni ajjeese.+ Erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe. 15 Seenaan Shaalum inni hafee fi dabni inni qopheesse, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera. 16 Tifsaan karra ishii isaaf waan hin banneef, Menaahem Tirzaadhaa dhufee Tifsaa, warra ishii keessa turan hundumaa fi naannoo ishii kan rukute yeroo kanatti ture. Innis ishii ni rukute; dubartoota ulfaa achi keessa turanis garaa isaanii ni baqaqse.

17 Azaariyaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 39ffaa isaatti, Menaahem ilmi Gaadii Israaʼel irratti mootii taʼe; Samaariyaa keessa taaʼees waggaa kudhaniif ni bulche. 18 Inni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate. Bara isaa guutuus cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka raawwatan godhe hunda irraa hin gorre.+ 19 Puul+ mootiin Asoor gara biyyattiitti ni dhufe; mootummaa isaa cimsachuuf akka isa gargaaruuf Menaahem Puuliif meetii taalaantii* 1,000 ni kenne.+ 20 Menaahem meetii kana kan argate namoonni Israaʼel warri beekamoo fi sooreyyii taʼan akka kennan dirqisiisuudhaan ture.+ Innis tokkoon tokkoon isaanii meetii sheeqilii* 50 akka buusan godhee mootii Asooriif ni kenne. Achiis mootiin Asoor ni deebiʼe; biyyattii keessa turuus ni dhiise. 21 Seenaan Menaahem+ inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 22 Achiis Menaahem abbootii isaa wajjin ni boqote; ilmi isaa Peqaayaanis bakka isaa mootii taʼe.

23 Azaariyaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 50ffaa isaatti, Peqaayaan ilmi Menaahem Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa lamaafis ni bulche. 24 Inni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwachuu isaa ittuma fufe. Cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka raawwatan godhe irraas hin gorre.+ 25 Achiis ajajaan waraanaa isaa Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa isa irratti mariʼatee, Samaariyaa keessatti masaraa mana mootichaa isa cimaa taʼe keessa utuu jiruu Argoobii fi Ariyee wajjin isa ni ajjeese. Namoonni Giiliyaad 50nis isaa wajjin turan; erga isa ajjeesee boodas bakka isaa mootii taʼe. 26 Seenaan Peqaayaa inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera.

27 Azaariyaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 52ffaa isaatti ilma Remaaliyaa kan taʼe Peeqaan+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 20fis ni bulche. 28 Inni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate; cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka raawwatan godhe irraas hin gorre.+ 29 Bara Peeqaa mootii Israaʼelitti, Tiglaat Pileseer+ mootiin Asoor, Iyooniin, Abeel Beet Maʼaakaa,+ Yaanoʼaa, Qeedeshiin,+ Hazooriin, Giiliyaadii+ fi Galiilaa, jechuunis guutummaa biyya Niftaalem+ weeraree qabate; namoota achi jiraatanis boojiʼee gara Asooritti fudhate.+ 30 Achiis Hosheʼaan+ ilmi Eelaa, Peeqaa ilma Remaaliyaa irratti mariʼatee rukutee isa ajjeese; innis Yootaam+ ilmi Ooziyaa mootii taʼee waggaa 20ffaa isaatti bakka isaa mootii taʼe. 31 Seenaan Peeqaa inni hafee fi wanti inni godhe hundi, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera.

32 Peeqaan ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, Yootaam+ ilmi Ooziyaa+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe. 33 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 16f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yerushaa yeroo taʼu, ishiin intala Saadoq turte.+ 34 Akkuma abbaan isaa Ooziyaan godhe, innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe.+ 35 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan; namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.+ Karra mana Yihowaa isa olii kan ijaare isa ture.+ 36 Seenaan Yootaam inni hafee fi wanti inni godhe, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Yihudaa dubbatu keessatti barreeffameera mitii? 37 Bara sanatti Yihowaan, Reezin mootii Sooriyaa fi Peeqaa+ ilma Remaaliyaa Yihudaa irratti ni erge.+ 38 Achiis Yootaam abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit abbaa isaa keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame. Ilmi isaa Akaazis bakka isaa mootii taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi