LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Yohaannis

      • Yesuusii fi Niqoodimos (1-21)

        • Lammata dhalachuu (3-8)

        • Waaqayyo addunyaa jaallate (16)

      • Yohaannis yeroo dhumaatiif waaʼee Yesuus dhugaa baʼe (22-30)

      • Isa gubbaadhaa dhufe (31-36)

Yohaannis 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:50, 51; 19:39

Yohaannis 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:42
  • +Yoh 1:38
  • +Yoh 2:11
  • +Yoh 14:11; HoE 2:22; 10:38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Namoota Jaalladhu, barumsa 10

Yohaannis 3:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “olii yoo dhalate.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:12, 13; 1Ph 1:3, 23; 1Yo 3:9
  • +1Qo 15:50

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 107

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2020, ful. 22-23

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 4-5, 7-8

Yohaannis 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:19; HoE 8:36; 10:47
  • +Mat 3:11; HoE 1:5; 10:45; 19:5, 6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 107

    Yesuus—Karaa, ful. 44

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 8-9, 10-11

Yohaannis 3:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2009, ful. 5-6

Yohaannis 3:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:14, 16

Yohaannis 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:38; 8:23, 42
  • +HoE 2:34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 30

Yohaannis 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 21:8, 9
  • +Yoh 8:28; Gal 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 44

Yohaannis 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:36; 20:31

Yohaannis 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isatti akka amanu hojiidhaan kan argisiisu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 6:40; 20:31; Rom 6:23; 2Xi 3:15; 1Yo 5:13
  • +Rom 5:8; 8:32; 1Yo 4:9, 10, 19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 210-211

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 8

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 278-280, 282

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 15

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2017, ful. 6-7

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2017, ful. 5

    Yesuus—Karaa, ful. 44

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2014, ful. 8-9

    4/1/2014, ful. 11-14

    4/1/2010, ful. 6

    8/15/2009, ful. 9

    12/15/2008, ful. 12

Yohaannis 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 19:10; Yoh 12:47; 1Qo 15:22; 2Qo 5:18, 19; 1Xi 1:15; 1Yo 2:1, 2; 4:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 44

Yohaannis 3:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:24
  • +Mat 10:33; Ibr 10:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 12

Yohaannis 3:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:9; 8:12; 9:5; 12:46

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 44-45

Yohaannis 3:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:36, 46; 1Yo 1:7

Yohaannis 3:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 4:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 46

Yohaannis 3:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mar 1:10; HoE 8:38
  • +Mat 3:1, 5, 6

Yohaannis 3:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 14:3; Luq 3:19, 20

Yohaannis 3:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 1:33, 34

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 46

Yohaannis 3:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:7, 10; Luq 1:13, 17
  • +Yoh 1:19, 20

Yohaannis 3:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:2; Efe 5:25; Mul 21:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2019, ful. 30

    Yesuus—Karaa, ful. 46

Yohaannis 3:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 46

Yohaannis 3:31

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:23
  • +Mat 3:11

Yohaannis 3:32

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 8:26; 15:15
  • +Yoh 1:11; 3:11

Yohaannis 3:33

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “chaappaa isaa kaaʼeera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 5:10

Yohaannis 3:34

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “safaree.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 7:16

Yohaannis 3:35

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 5:20; 15:9, 10
  • +Mat 11:27; Luq 10:22

Yohaannis 3:36

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 3:16; 6:47; Rom 1:17; Ibr 5:9
  • +Efe 5:5, 6; Ibr 10:26, 27
  • +2Ta 1:7, 8; 1Yo 5:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 2 2017, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 13, 16

Yaada Wal Simu

Yoh. 3:1Yoh 7:50, 51; 19:39
Yoh. 3:2Yoh 12:42
Yoh. 3:2Yoh 1:38
Yoh. 3:2Yoh 2:11
Yoh. 3:2Yoh 14:11; HoE 2:22; 10:38
Yoh. 3:3Yoh 1:12, 13; 1Ph 1:3, 23; 1Yo 3:9
Yoh. 3:31Qo 15:50
Yoh. 3:5Mat 28:19; HoE 8:36; 10:47
Yoh. 3:5Mat 3:11; HoE 1:5; 10:45; 19:5, 6
Yoh. 3:8Rom 8:14, 16
Yoh. 3:13Yoh 6:38; 8:23, 42
Yoh. 3:13HoE 2:34
Yoh. 3:14Lak 21:8, 9
Yoh. 3:14Yoh 8:28; Gal 3:13
Yoh. 3:15Yoh 3:36; 20:31
Yoh. 3:16Yoh 6:40; 20:31; Rom 6:23; 2Xi 3:15; 1Yo 5:13
Yoh. 3:16Rom 5:8; 8:32; 1Yo 4:9, 10, 19
Yoh. 3:17Luq 19:10; Yoh 12:47; 1Qo 15:22; 2Qo 5:18, 19; 1Xi 1:15; 1Yo 2:1, 2; 4:14
Yoh. 3:18Yoh 5:24
Yoh. 3:18Mat 10:33; Ibr 10:29
Yoh. 3:19Yoh 1:9; 8:12; 9:5; 12:46
Yoh. 3:21Yoh 12:36, 46; 1Yo 1:7
Yoh. 3:22Yoh 4:2
Yoh. 3:23Mar 1:10; HoE 8:38
Yoh. 3:23Mat 3:1, 5, 6
Yoh. 3:24Mat 14:3; Luq 3:19, 20
Yoh. 3:26Yoh 1:33, 34
Yoh. 3:28Mat 11:7, 10; Luq 1:13, 17
Yoh. 3:28Yoh 1:19, 20
Yoh. 3:292Qo 11:2; Efe 5:25; Mul 21:9
Yoh. 3:31Yoh 8:23
Yoh. 3:31Mat 3:11
Yoh. 3:32Yoh 8:26; 15:15
Yoh. 3:32Yoh 1:11; 3:11
Yoh. 3:331Yo 5:10
Yoh. 3:34Yoh 7:16
Yoh. 3:35Yoh 5:20; 15:9, 10
Yoh. 3:35Mat 11:27; Luq 10:22
Yoh. 3:36Yoh 3:16; 6:47; Rom 1:17; Ibr 5:9
Yoh. 3:36Efe 5:5, 6; Ibr 10:26, 27
Yoh. 3:362Ta 1:7, 8; 1Yo 5:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
  • 36
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Yohaannis 3:1-36

Wangeela Yohaannis

3 Fariisota keessaa geggeessaan Yihudootaa Niqoodimos+ jedhamu tokko jira ture. 2 Inni halkan keessa gara Yesuus dhufee,+ “Rabbii,+ ati barsiisaa Waaqayyo biraa dhufe taʼuu kee beekna; sababiin isaas, Waaqayyo yoo isaa wajjin taʼe malee namni dinqiiwwan ati hojjettu kana+ hojjechuu dandaʼu hin jiru”+ isaan jedhe. 3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe. 4 Niqoodimosis, “Namni tokko erga guddatee booda akkamitti dhalachuu dandaʼa? Gadameessa haadha isaatti deebiʼee lammata dhalachuu dandaʼaa?” isaan jedhe. 5 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Dhuguma dhuguman siin jedha, namni kam iyyuu bishaanii+ fi hafuura+ irraa yoo dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaʼu. 6 Wanti foon irraa dhalate fooni; wanti hafuura irraa dhalate immoo hafuura. 7 ‘Isin lammata dhalachuu qabdu’ waanan siin jedheef hin dinqisiifatin. 8 Qilleensi gara barbaadetti qilleensaʼa, atis sagalee isaa ni dhageessa; garuu eessaa akka dhufuu fi eessa akka dhaqu hin beektu. Namni hafuura irraa dhalate+ hundi akkuma kana.”

9 Niqoodimosis deebisee, “Wantoonni kun akkamitti taʼuu dandaʼu?” isaan jedhe. 10 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Ati barsiisaa Israaʼel taatee utuu jirtuu wantoota kana hin beektuu? 11 Dhuguma dhuguman siin jedha, nuti wanta beeknu dubbanna, wanta argines dhugaa baana; isin garuu wanta nuti dhugaa baane hin fudhattan. 12 Wantoota lafa irraa yommuun isinitti himu erga hin amantan taʼee, wantoota samii irraa yoon isinitti hime akkamitti amantu? 13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+ 14 Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,+ Ilmi namaas fannifamuu qaba;+ 15 kunis, isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi.+

16 “Isatti kan amanu* hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf+ malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennutti addunyaa baayʼee jaallateera.+ 17 Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka fayyuuf+ malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti. 18 Isatti kan amanu kamitti iyyuu hin murteeffamu.+ Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichaatti waan hin amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.+ 19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan. 20 Wanta hamaa hojjechuu kan amaleeffate hundi ifa ni jibba; hojiin isaa akka hin saaxilamneef inni gara ifaatti hin dhufu. 21 Wanta dhugaa kan hojjetu hundi garuu hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu taʼuun isaa akka mulʼatuuf gara ifaatti+ dhufa.”

22 Kana booda Yesuusii fi barattoonni isaa gara baadiyyaa Yihudaa dhaqan; achittis isaanii wajjin yeroo muraasa dabarse, ni cuuphas ture.+ 23 Haa taʼu malee, Yohaannisis bishaan hedduun achi waan jiruuf,+ Enoon ishii Saalim biratti argamtutti cuupha ture; namoonnis dhufanii ni cuuphamu turan;+ 24 Yohaannis yeroo sanatti mana hidhaa hin galle ture.+

25 Barattoonni Yohaannis sirna qulqulleeffamuu ilaalchisee Yihudii tokkoo wajjin wal falman. 26 Achiis isaan gara Yohaannis dhufanii, “Rabbii, namichi sii wajjin Yordaanos gama ture inni ati waaʼee isaa dhugaa baate+ sun cuuphaa jira; namni hundis gara isaa dhaqaa jira” isaan jedhan. 27 Yohaannisis deebisee akkana jedhe: “Namni tokko samii irraa yoo isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandaʼu. 28 ‘Ani isa isa dura ergame sana dha+ malee Kiristoos miti’+ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu. 29 Inni misirroo qabu hundi misirricha+ dha. Michuun misirrichaa garuu yommuu dhaabbatee sagalee isaa dhagaʼu, sagalee misirrichaatiin kan kaʼe guddaa gammada. Kanaafuu, amma gammachuun koo guutuu taʼeera. 30 Inni dabalaa adeemuu qaba; ani immoo hirʼachaa adeemuun qaba.”

31 Inni gubbaadhaa dhufe+ warra kaan hundumaatii oli dha. Inni lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata. Inni samii irraa dhufe warra kaan hundumaatii oli dha.+ 32 Inni wanta argee fi dhagaʼe dhugaa baʼeera;+ garuu namni tokko iyyuu wanta inni dhugaa baʼe hin fudhanne.+ 33 Namni wanta inni dhugaa baʼe fudhate, Waaqayyo dhugaa taʼuu isaa mirkaneesseera.*+ 34 Waaqayyo hafuura isaa qusatee* waan hin kennineef, namni Waaqayyo erge dubbii isaa dubbata.+ 35 Abbaan Ilma ni jaallata,+ wanta hundumaas harka isaatti dabarsee kenneera.+ 36 Ilmatti kan amanu jireenya bara baraa qaba;+ Ilmaaf kan hin ajajamne garuu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irra jiraata+ malee jireenya hin argu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi