LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Tasalonqee

      • Akeekkachiisa halalummaa ilaalchisee kenname (1-8)

      • Guutummaatti wal jaalladhaa (9-12)

        • ‘Dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffadhaa’ (11)

      • Warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan jalqaba kaʼu (13-18)

1 Tasalonqee 4:1

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Qol 1:10; 1Ph 2:12

1 Tasalonqee 4:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ajaja.”

1 Tasalonqee 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Afaan Giriikiitiin poorniyaa. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Yoh 17:19; Efe 5:25-27; 2Ta 2:13; 1Ph 1:15, 16
  • +Efe 5:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

1 Tasalonqee 4:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “miʼa.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Rom 6:19
  • +Qol 3:5; 2Xi 2:22

1 Tasalonqee 4:5

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Fr 79:6; Efe 4:17, 19; 1Ph 4:3
  • +1Qo 6:18; Efe 5:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    10/2013, ful. 13

1 Tasalonqee 4:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2019, ful. 3-4

1 Tasalonqee 4:7

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Ibr 12:14; 1Ph 1:15, 16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 12-13

1 Tasalonqee 4:8

Caqasoota Walfakkaatan

  • +1Yo 3:24
  • +1Qo 6:18, 19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 7/2019, ful. 3-4

1 Tasalonqee 4:9

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Yoh 13:34, 35; 1Ph 1:22; 1Yo 4:21
  • +Rom 12:10

1 Tasalonqee 4:11

Caqasoota Walfakkaatan

  • +2Ta 3:11, 12
  • +1Ph 4:15
  • +1Qo 4:11, 12; Efe 4:28; 2Ta 3:10; 1Xi 5:8

1 Tasalonqee 4:12

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Rom 12:17

1 Tasalonqee 4:13

Caqasoota Walfakkaatan

  • +1Qo 15:32
  • +Yoh 11:11; HoE 7:59, 60; 1Qo 15:6

1 Tasalonqee 4:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “rafan.”

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Rom 14:9; 1Qo 15:3, 4
  • +1Qo 15:22, 23; Flp 3:20, 21; 2Ta 2:1; Mul 20:4

1 Tasalonqee 4:15

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2007, ful. 30-31

1 Tasalonqee 4:16

Caqasoota Walfakkaatan

  • +Yih 9
  • +1Qo 15:51, 52

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 121

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 5 2017, ful. 5

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2007, ful. 30-31

1 Tasalonqee 4:17

Caqasoota Walfakkaatan

  • +2Ta 2:1
  • +HoE 1:9
  • +Yoh 14:3; 17:24; 2Qo 5:8; Flp 1:23; Mul 20:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2015, ful. 18-19

    9/15/2008, ful. 29

    1/1/2007, ful. 30-31

Yaada Walsimu

1Tas. 4:1Qol 1:10; 1Ph 2:12
1Tas. 4:3Yoh 17:19; Efe 5:25-27; 2Ta 2:13; 1Ph 1:15, 16
1Tas. 4:3Efe 5:3
1Tas. 4:4Rom 6:19
1Tas. 4:4Qol 3:5; 2Xi 2:22
1Tas. 4:5Fr 79:6; Efe 4:17, 19; 1Ph 4:3
1Tas. 4:51Qo 6:18; Efe 5:5
1Tas. 4:7Ibr 12:14; 1Ph 1:15, 16
1Tas. 4:81Yo 3:24
1Tas. 4:81Qo 6:18, 19
1Tas. 4:9Yoh 13:34, 35; 1Ph 1:22; 1Yo 4:21
1Tas. 4:9Rom 12:10
1Tas. 4:112Ta 3:11, 12
1Tas. 4:111Ph 4:15
1Tas. 4:111Qo 4:11, 12; Efe 4:28; 2Ta 3:10; 1Xi 5:8
1Tas. 4:12Rom 12:17
1Tas. 4:131Qo 15:32
1Tas. 4:13Yoh 11:11; HoE 7:59, 60; 1Qo 15:6
1Tas. 4:14Rom 14:9; 1Qo 15:3, 4
1Tas. 4:141Qo 15:22, 23; Flp 3:20, 21; 2Ta 2:1; Mul 20:4
1Tas. 4:16Yih 9
1Tas. 4:161Qo 15:51, 52
1Tas. 4:172Ta 2:1
1Tas. 4:17HoE 1:9
1Tas. 4:17Yoh 14:3; 17:24; 2Qo 5:8; Flp 1:23; Mul 20:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Tasalonqee 4:1-18

Tasalonqee Tokkoffaa

4 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, Waaqayyoon gammachiisuuf+ akkamitti deddeebiʼuu akka qabdan ilaalchisee akkuma qajeelfama nu irraa fudhattanii fi akkuma amma deddeebiʼaa jirtanitti, caalaatti kana gochuu keessan akka itti fuftan maqaa Gooftaa Yesuusiin isin gaafanna, akkasumas isin kadhanna. 2 Sababiin isaas, isin qajeelfama* nuti karaa Gooftaa Yesuus isiniif kennine beektu.

3 Kun fedhii Waaqayyoo waan taʼeef, qulqulloota taʼaa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ 4 Tokkoon tokkoon keessan qulqullummaa+ fi ulfinaan akkamitti qaama* keessan akka toʼattan beekuu qabdu;+ 5 akka saboota Waaqayyoon hin beekneetti+ fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne+ isa sassata irratti hundaaʼe hin qabaatinaa. 6 Akkuma dursinee isinitti himnee fi cimsinee isin akeekkachiisne, Yihowaan* sababii wantoota kana hundumaatiif adaba waan fiduuf, dhimma kana ilaalchisee namni kam iyyuu daangaa isaa irra darbuu fi obboleessa isaa irraa buʼaa buufachuu hin qabu. 7 Sababiin isaas, Waaqayyo kan nu waame qulqullummaadhaaf malee xuraaʼummaadhaaf miti.+ 8 Kanaafuu, namni kana tuffatu nama utuu hin taʼin Waaqa isa hafuura qulqulluu isiniif kennu+ tuffata.+

9 Haa taʼu malee, isinumti iyyuu wal jaallachuu akka qabdan Waaqayyo irraa waan barattaniif,+ jaalala obbolummaa+ ilaalchisee isiniif barreessuun nu hin barbaachisu. 10 Dhugaa dubbachuuf, isin obboloota guutummaa Maqedooniyaa keessa jiran hundaaf kana gochaa jirtu. Haa taʼu malee, yaa obbolootaa, kana guutummaatti gochuu keessan akka itti fuftan isin gorsina. 11 Akkuma nuti isin barsiisne, nagaadhaan jiraachuuf,+ dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffachuu+ fi harka keessaniin hojjechuuf+ carraaqqii godhaa; 12 kunis namoota ala jiran duratti seeraan akka deddeebitanii+ fi homtuu kan isinitti hin hirʼanne akka taataniifi.

13 Kana malees yaa obbolootaa, isin akka warri abdii hin qabne+ gaddanitti akka hin gaddineef, waaʼee warra duʼaan boqotanii+ utuu hin beekin akka haftan hin barbaannu. 14 Yesuus akka duʼee fi duʼaa akka kaʼe+ amantii yoo qabaanne, Waaqayyo warri Yesuusii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan* isaa wajjin akka taʼaniif gara jireenyaatti isaan ni fida.+ 15 Wanti dubbii Yihowaa* irratti hundoofnee isinitti himnu kana dha: Nuti warri hanga Gooftaan argamutti lubbuudhaan turru, matumaa warra duʼan hin dursinu; 16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+ 17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+ 18 Kanaafuu, dubbii kanaan wal jajjabeessuu keessan itti fufaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi