LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 145
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqa isa Mootii guddaa taʼe jajachuu

        • ‘Guddina Waaqaa nan labsa’ (6)

        • “Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha” (9)

        • ‘Warri siif amanamoo taʼan si jajatu’ (10)

        • Mootummaa Waaqayyoo isa bara baraa (13)

        • Harki Waaqaa hundumaa ni quubsa (16)

Faarfannaa 145:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:22; Mul 11:17
  • +1Se 29:10

Faarfannaa 145:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:164
  • +Fr 146:2

Faarfannaa 145:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hubannaadhaa oli.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 150:2; Rom 1:20; Mul 15:3
  • +Iyo 26:14; Fr 139:6; Rom 11:33

Faarfannaa 145:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:26, 27

Faarfannaa 145:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2008, ful. 14

Faarfannaa 145:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “humna kee isa sodaachisaa taʼee.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2008, ful. 14

Faarfannaa 145:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 8:66; Fr 13:6; 31:19; Isa 63:7; Er 31:12
  • +Fr 51:14; Mul 15:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 334-335

Faarfannaa 145:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 30:9; Efe 2:4
  • +Bau 34:6; Nah 9:17

Faarfannaa 145:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:8; Nho 1:7; Mat 5:44, 45; HoE 14:17; Yaq 1:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 327-328

Faarfannaa 145:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 19:1
  • +Fr 30:4; Ibr 13:15

Faarfannaa 145:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:8, 9
  • +Kes 3:24; 1Se 29:11; Mul 15:3

Faarfannaa 145:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:1
  • +Fr 103:19

Faarfannaa 145:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 146:10; 1Xi 1:17

Faarfannaa 145:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:23, 24; 94:18
  • +Fr 146:8

Faarfannaa 145:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:30; Fr 136:25

Faarfannaa 145:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 104:27, 28; 107:9; 132:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 33

Faarfannaa 145:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Kes 32:4
  • +Fr 18:25; Mul 15:3, 4

Faarfannaa 145:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa qulqulluudhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:1
  • +Fr 34:18; Yaq 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 14

Faarfannaa 145:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:9
  • +Fr 37:39, 40; 50:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 14

Faarfannaa 145:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:23; 97:10
  • +Fak 2:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 66

Faarfannaa 145:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:1; 51:15
  • +Fr 117:1; 150:6

Yaada Wal Simu

Far. 145:1Isa 33:22; Mul 11:17
Far. 145:11Se 29:10
Far. 145:2Fr 119:164
Far. 145:2Fr 146:2
Far. 145:3Fr 150:2; Rom 1:20; Mul 15:3
Far. 145:3Iyo 26:14; Fr 139:6; Rom 11:33
Far. 145:4Bau 12:26, 27
Far. 145:5Fr 8:1
Far. 145:71Mo 8:66; Fr 13:6; 31:19; Isa 63:7; Er 31:12
Far. 145:7Fr 51:14; Mul 15:3
Far. 145:82Se 30:9; Efe 2:4
Far. 145:8Bau 34:6; Nah 9:17
Far. 145:9Fr 25:8; Nho 1:7; Mat 5:44, 45; HoE 14:17; Yaq 1:17
Far. 145:10Fr 19:1
Far. 145:10Fr 30:4; Ibr 13:15
Far. 145:11Luq 10:8, 9
Far. 145:11Kes 3:24; 1Se 29:11; Mul 15:3
Far. 145:12Fr 98:1
Far. 145:12Fr 103:19
Far. 145:13Fr 146:10; 1Xi 1:17
Far. 145:14Fr 37:23, 24; 94:18
Far. 145:14Fr 146:8
Far. 145:15Uma 1:30; Fr 136:25
Far. 145:16Fr 104:27, 28; 107:9; 132:14, 15
Far. 145:17Uma 18:25; Kes 32:4
Far. 145:17Fr 18:25; Mul 15:3, 4
Far. 145:18Fr 17:1
Far. 145:18Fr 34:18; Yaq 4:8
Far. 145:19Fr 34:9
Far. 145:19Fr 37:39, 40; 50:15
Far. 145:20Fr 31:23; 97:10
Far. 145:20Fak 2:22
Far. 145:21Fr 34:1; 51:15
Far. 145:21Fr 117:1; 150:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 145:1-21

Faarfannaa

Faarfannaa galataa Daawit.

א [Aleef]

145 Mootii kan taate yaa Waaqa koo,+ ol sin qaba,

Baraa hamma bara baraatti maqaa kee nan jajadha.+

ב [Beet]

 2 Guyyaa guutuu sin jajadha;+

Baraa hamma bara baraatti maqaa kee nan jajadha.+

ג [Giimel]

 3 Yihowaan guddaa fi hundumaa caalaa jajamuun kan isaaf malu dha;+

Guddinni isaa qoramuu kan hin dandeenye* dha.+

ד [Daalet]

 4 Dhaloonni tokko dhaloota kaanitti hojiiwwan kee ni labsa;

Isaan waaʼee gochawwan kee warra jajjaboo taʼanii ni himu.+

ה [Hii]

 5 Waaʼee guddinaa fi simboo ulfina keetii ni dubbatu,+

Anis hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan irratti nan xiinxala.

ו [Waaw]

 6 Isaan waaʼee gochawwan kee warra sodaachisoo taʼanii* ni dubbatu,

Anis guddina kee nan labsa.

ז [Zaayin]

 7 Isaan gaarummaa kee isa hedduu taʼe yommuu yaadatan gammachuudhaan dubbatu,+

Qajeelummaa keetiin kan kaʼes ni ililchu.+

ח [Heet]

 8 Yihowaan gara laafessaa* fi araara qabeessa,+

Aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha.+

ט [Teet]

 9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+

Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata.

י [Yood]

10 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee hundi ulfina siif kennu,+

Warri siif amanamoo taʼanis si jajatu.+

כ [Kaaf]

11 Isaan ulfina mootummaa keetii ni labsu,+

Waaʼee jabina keetiis ni dubbatu,+

ל [Laamed]

12 Kanas kan godhan, gochawwan kee warra jajjaboo,+

Simboo mootummaa keetii+ isa ulfina qabeessa taʼes namootatti beeksisuufi.

מ [Meem]

13 Mootummaan kee mootummaa bara baraa ti,

Bulchiinsi kee dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+

ס [Saamek]

14 Yihowaan warra kufuuf jedhan hundumaa ni deggera,+

Warra gombifaman hundumaas ol ni kaasa.+

ע [Ayiin]

15 Ijji hundi abdiidhaan gara kee ilaala;

Atis nyaata isaanii waqtii isaatti isaaniif kennita.+

פ [Pee]

16 Ati harka kee ni banta,

Fedhii uumamawwan jiraatoo hundumaas ni quubsita.+

צ [Tsadee]

17 Yihowaan karaawwan isaa hundumaatiin qajeelaa dha,+

Wanta raawwatu hundumaatiinis amanamaa dha.+

ק [Qoof]

18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,

Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+

ר [Reesh]

19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+

Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+

ש [Shiin]

20 Yihowaan warra isa jaallatan hundumaa ni eega,+

Hamoota hundumaa garuu ni balleessa.+

ת [Taaw]

21 Afaan koo jajannaa Yihowaa ni labsa;+

Uumamni jiraataan* hundi baraa hamma bara baraatti maqaa isaa isa qulqulluu haa jajatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi