LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Kaayyoo fakkeenyotaa (1-7)

      • Miidhaa michummaa gaarii hin taanee (8-19)

      • Ogummaa dhugaan addabaabayii irratti iyyiti (20-33)

Fakkeenya 1:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:29, 32; Lal 12:9
  • +2Sa 12:24
  • +1Mo 2:12

Fakkeenya 1:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “beekuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 8:11

Fakkeenya 1:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta haqa taʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:11, 12
  • +Ibr 12:11
  • +1Mo 3:28

Fakkeenya 1:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:5
  • +Fak 2:11; 3:21; 8:12

Fakkeenya 1:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 9:9
  • +1Sa 25:32, 33; Fak 24:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 30

Fakkeenya 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 12:11

Fakkeenya 1:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yihowaadhaaf kabaja guddaa qabaachuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 28:28; Fak 9:10
  • +Fak 5:12, 13; 18:2

Fakkeenya 1:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Seera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:6, 7; Efe 6:4; Ibr 12:9
  • +Lew 19:3; Fak 31:26; 2Xi 1:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 50

Fakkeenya 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:7, 9
  • +Fak 3:21, 22

Fakkeenya 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:7, 8; Kes 13:6-8

Fakkeenya 1:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Fakkeenya 1:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Carraa kee nuu wajjin buufadhu.”

  • *

    Ykn., “korojoo tokko ni qabaanna.”

Fakkeenya 1:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:14; 13:20; 1Qo 15:33

Fakkeenya 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:16-18; Rom 3:15

Fakkeenya 1:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “saaphana.”

Fakkeenya 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:27

Fakkeenya 1:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:27; 1Qo 1:20; Yaq 3:17
  • +Mat 10:27
  • +Fak 8:1-3; 9:1, 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2022, ful. 18-19

Fakkeenya 1:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mataa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 18:20; HoE 20:20

Fakkeenya 1:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:12, 13; Yoh 3:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2022, ful. 19-21

Fakkeenya 1:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yommuun isin adabu deebiʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 141:5; Mul 3:19
  • +Isa 54:13

Fakkeenya 1:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:12

Fakkeenya 1:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 10:13, 14

Fakkeenya 1:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 3:44

Fakkeenya 1:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 4:6
  • +Abo 5:8

Fakkeenya 1:31

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “firii daandii isaanii ni nyaatu.”

  • *

    Ykn., “Mala; Tooftaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 6:19; Gal 6:7

Fakkeenya 1:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:18
  • +2Mo 6:15, 16; Isa 26:3; 2Ph 2:9

Yaada Wal Simu

Fak. 1:11Mo 4:29, 32; Lal 12:9
Fak. 1:12Sa 12:24
Fak. 1:11Mo 2:12
Fak. 1:2Fak 8:11
Fak. 1:3Fak 3:11, 12
Fak. 1:3Ibr 12:11
Fak. 1:31Mo 3:28
Fak. 1:4Fak 15:5
Fak. 1:4Fak 2:11; 3:21; 8:12
Fak. 1:51Sa 25:32, 33; Fak 24:6
Fak. 1:5Fak 9:9
Fak. 1:6Lal 12:11
Fak. 1:7Iyo 28:28; Fak 9:10
Fak. 1:7Fak 5:12, 13; 18:2
Fak. 1:8Kes 6:6, 7; Efe 6:4; Ibr 12:9
Fak. 1:8Lew 19:3; Fak 31:26; 2Xi 1:5
Fak. 1:9Fak 4:7, 9
Fak. 1:9Fak 3:21, 22
Fak. 1:10Uma 39:7, 8; Kes 13:6-8
Fak. 1:15Fak 4:14; 13:20; 1Qo 15:33
Fak. 1:16Fak 6:16-18; Rom 3:15
Fak. 1:19Fak 15:27
Fak. 1:20Rom 16:27; 1Qo 1:20; Yaq 3:17
Fak. 1:20Mat 10:27
Fak. 1:20Fak 8:1-3; 9:1, 3
Fak. 1:21Yoh 18:20; HoE 20:20
Fak. 1:22Fak 5:12, 13; Yoh 3:20
Fak. 1:23Fr 141:5; Mul 3:19
Fak. 1:23Isa 54:13
Fak. 1:24Isa 65:12
Fak. 1:26Abo 10:13, 14
Fak. 1:28Fru 3:44
Fak. 1:29Hos 4:6
Fak. 1:29Abo 5:8
Fak. 1:31Er 6:19; Gal 6:7
Fak. 1:33Isa 48:18
Fak. 1:332Mo 6:15, 16; Isa 26:3; 2Ph 2:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 1:1-33

Fakkeenya

1 Fakkeenya Solomoon,+ isa ilma Daawitii+ fi mootii Israaʼel+ taʼe sanaa:

 2 Kunis, ogummaa+ fi adaba barachuuf,*

Dubbii ogummaa hubachuuf,

 3 Adaba+ hubannaa,

Qajeelummaa,+ murtii gaarii*+ fi qajeelina argamsiisu argachuuf,

 4 Warra muuxannoo hin qabneef abshaalummaa+ argamsiisuuf,

Dargaggeessaaf beekumsaa fi dandeettii yaaduu+ argamsiisuuf gargaara.

 5 Namni ogeessi ni dhagaʼa, barumsa dabalataas ni argata;+

Namni hubataan qajeelfama gaarii* ni argata;+

 6 Kunis fakkeenyaa fi dubbii dhokataa,

Dubbii ogeeyyii fi hibboo isaanii hubachuuf gargaara.+

 7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+

Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+

 8 Yaa ilma koo, adaba abbaa keetii dhagaʼi,+

Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+

 9 Isaan mataa keetiif gonfoo bareedaa,+

Morma keetiifis faaya miidhagaa dha.+

10 Yaa ilma koo, cubbamoonni si sossobuuf yaalii yoo godhan, tole hin jedhin.+

11 Isaan akkana yoo siin jedhan tole hin jedhin: “Nuu wajjin kottu.

Dhiiga dhangalaasuuf riphnee haa eeggannu.

Warra balleessaa hin qabne sababii malee miidhuuf dhokannee eegganna.

12 Akkuma Awwaalaatti* utuma lubbuudhaan jiranii isaan liqimsina,

Isaanis akkuma gara boollaatti gad buʼanitti guutummaatti ni liqimfamu.

13 Qabeenya isaanii warra gatii guddaa qaban hunda haa fudhannu;

Mana keenyas boojuudhaan ni guuttanna.

14 Nutti makami,*

Hundi keenyas wanta hanne qixxeetti ni hiranna.”*

15 Yaa ilma koo, isaan duukaa hin buʼin.

Miila kee daandii isaanii irraa fageessi,+

16 Sababiin isaas, miilli isaanii hammina raawwachuuf fiiga;

Isaanis dhiiga dhangalaasuuf ariifatu.+

17 Utuma ishiin argituu simbirroo tokko duratti kiyyoo* diriirsuun dhugumaan gatii hin qabu.

18 Namoonni kun dhiiga dhangalaasuuf riphanii kan eeggatan kanaafi;

Isaan lubbuu warra kaanii balleessuuf dhokatanii eeggatu.

19 Daandiin warra faayidaa sirrii hin taane argachuu barbaadanii kana dha,

Wanti isaan argatanis lubbuu isaanii isaan dhabsiisa.+

20 Ogummaa+ dhugaan daandii irratti sagalee ishii ol kaastee iyyiti.+

Addabaabayii keessattis sagalee ishii ittuma dabaltee iyyiti.+

21 Ishiin golee* daandiiwwan namni itti baayʼatutti ni iyyiti.

Balbaloota karra magaalattii irrattis akkana jetti:+

22 “Isin warri muuxannoo hin qabne hamma yoomiitti muuxannoo dhabuu jaallattu?

Isin warri qoostan hamma yoomiitti qoosaatti gammaddu?

Isin gowwoonnis hamma yoomiitti beekumsa jibbitu?+

23 Adaba koo fudhadhaa.*+

Anis hafuura koo isiniif nan dhangalaasa;

Dubbii koos isin nan beeksisa.+

24 Ani isinan waame, isin garuu ni diddan,

Harka koo nan diriirse, taʼus namni tokko illee xiyyeeffannaa hin kennine,+

25 Gorsa koo hundumaa ni tuffattan,

Adaba koos ni diddan,

26 Anis yommuu balaan isin irra buʼu isinittan kolfa;

Yommuu wanti sodaattan isin irra gaʼu isinittan qoosa,+

27 Yommuu wanti sodaattan akkuma obomboleettiitti isinitti dhufu,

Yommuu badiisni keessan akkuma obomboleettii cimaatti isin irra gaʼu,

Yommuu dhiphinnii fi rakkinni isin irra buʼu isinitti nan qoosa.

28 Yeroo sanatti isaan irra deddeebiʼanii na waammatu, ani garuu deebii isaaniif hin kennu;

Dhimmanii na barbaaddatu, garuu na hin argatan,+

29 Sababiin isaas, isaan beekumsa jibbaniiru,+

Yihowaa sodaachuus hin filanne.+

30 Gorsa koo didaniiru;

Adaba koo hundumaas tuffataniiru.

31 Kanaafuu, isaan miidhaa daandiin isaanii isaanitti fidu ni baatu,*+

Gorsa* ofii isaaniitiinis akka malee ni quufu.

32 Sababiin isaas, warri muuxannoo hin qabne addaggummaan isaanii isaan ajjeesa,

Gowwoonni dantaa dhabuun isaanii isaan balleessa.

33 Namni na dhagaʼu garuu tasgabbiidhaan jiraata,+

Balaan na irra gaʼa jedhees hin jeeqamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi