LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 52
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Yaa Xiyoon, dammaqi! (1-12)

        • Miila bareedaa warra misiraachoo fidanii (7)

        • Waardiyyoonni Xiyoon tokkummaadhaan ililchu (8)

        • Warri miʼawwan mana Yihowaa baatan qulqulluu taʼuu qabu (11)

      • Tajaajilaan Yihowaa ol ni qabama (13-15)

        • Bifa mancaʼe (14)

Isaayyaas 52:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:17; Hag 2:4
  • +Isa 61:3
  • +Isa 35:8; 60:21; Mul 21:27

Isaayyaas 52:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:14; 61:1

Isaayyaas 52:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 50:1
  • +Isa 45:13

Isaayyaas 52:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 46:5-7

Isaayyaas 52:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 137:3; Er 50:17
  • +Fr 74:10; Rom 2:24

Isaayyaas 52:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 20:44

Isaayyaas 52:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:9; Nho 1:15; HoE 8:4; Rom 10:15; Efe 6:14, 15
  • +Luq 2:14; HoE 10:36; Efe 2:17
  • +Fr 93:1; Isa 33:22; Mik 4:7; Mat 24:14; Mul 11:15, 17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 126-127

Isaayyaas 52:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fuulaa fuulatti.”

Isaayyaas 52:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:4
  • +Isa 66:13
  • +Isa 44:23

Isaayyaas 52:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 51:9
  • +Fr 22:27; Isa 49:6

Isaayyaas 52:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:20; Er 50:8; 51:6; Zak 2:6
  • +Lew 5:2; His 44:23
  • +Lew 10:3; Lak 3:6, 8; Iz 1:7; 8:30
  • +2Qo 6:17; Mul 18:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 106-107

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 89

Isaayyaas 52:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 13:21; 1Se 14:15
  • +Isa 58:8

Isaayyaas 52:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:1; 61:1; Flp 2:5-7
  • +Fr 2:6; 110:1; Isa 9:6; Mat 28:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2009, ful. 24-25

Isaayyaas 52:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “duudaa ni taʼu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:2
  • +Rom 15:20, 21
  • +Fr 2:10; 72:11

Yaada Wal Simu

Isa. 52:1Isa 51:17; Hag 2:4
Isa. 52:1Isa 61:3
Isa. 52:1Isa 35:8; 60:21; Mul 21:27
Isa. 52:2Isa 51:14; 61:1
Isa. 52:3Isa 50:1
Isa. 52:3Isa 45:13
Isa. 52:4Uma 46:5-7
Isa. 52:5Fr 137:3; Er 50:17
Isa. 52:5Fr 74:10; Rom 2:24
Isa. 52:6His 20:44
Isa. 52:7Isa 40:9; Nho 1:15; HoE 8:4; Rom 10:15; Efe 6:14, 15
Isa. 52:7Luq 2:14; HoE 10:36; Efe 2:17
Isa. 52:7Fr 93:1; Isa 33:22; Mik 4:7; Mat 24:14; Mul 11:15, 17
Isa. 52:9Isa 61:4
Isa. 52:9Isa 66:13
Isa. 52:9Isa 44:23
Isa. 52:10Isa 51:9
Isa. 52:10Fr 22:27; Isa 49:6
Isa. 52:11Isa 48:20; Er 50:8; 51:6; Zak 2:6
Isa. 52:11Lew 5:2; His 44:23
Isa. 52:11Lew 10:3; Lak 3:6, 8; Iz 1:7; 8:30
Isa. 52:112Qo 6:17; Mul 18:4
Isa. 52:12Bau 13:21; 1Se 14:15
Isa. 52:12Isa 58:8
Isa. 52:13Isa 42:1; 61:1; Flp 2:5-7
Isa. 52:13Fr 2:6; 110:1; Isa 9:6; Mat 28:18
Isa. 52:15Fr 2:2
Isa. 52:15Rom 15:20, 21
Isa. 52:15Fr 2:10; 72:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 52:1-15

Isaayyaas

52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+

Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+

Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+

 2 Yaa Yerusaalem, awwaara kee hurgufadhu, kaʼiitii teessoo irra taaʼi.

Yaa intala Xiyoon ishii boojiʼamte nana, hidhaa morma kee irra jiru hiikkadhu.+

 3 Sababiin isaas, Yihowaan,

“Isin akkanumaan gurguramtanii turtan,+

Maallaqa malees ni furamtu” jedha.+

 4 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

“Jalqaba irratti sabni koo namoota biyya ormaa taʼanii achi jiraachuuf gara Gibxiitti gad ni buʼan;+

Sana booda Asoor sababii malee isaan cunqursite.”

 5 “Maarree, ani asii maalan godha?” jedha Yihowaan.

Yihowaan akkana jedha: “Sabni koo akkanumaan fudhatamaniiru.

Warri isaan bulchanis miira injifannootiin ni iyyu,+

Yeroo hundumaa, guyyaa guutuu maqaan koo ni tuffatama.+

 6 Kanaan kan kaʼes, sabni koo maqaa koo ni beeka;+

Kanaan kan kaʼes, guyyaa sanatti inni kana dubbachaa jiru ana taʼuu koo ni beeku.

Kunoo, inni ana dha!”

 7 Inni misiraachoo fidu,+

Inni nagaa labsu,+

Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,

Inni fayyina labsu,

Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda!

 8 Dhagaʼi! Waardiyyoonni kee ni iyyu.

Isaan yommuu Yihowaan Xiyooniin deebisee walitti qabu ifatti* waan arganiif,

Tokkummaadhaan ni ililchu.

 9 Isin diiggaawwan Yerusaalem, gammadaa, tokkummaadhaanis ililchaa,+

Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera;+ Yerusaalemiinis fureera.+

10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+

Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+

11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+

Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+

Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa.

12 Yihowaan isin dura waan deemuuf,+

Waaqni Israaʼel duuba keessaniin waan isin eeguufis,+

Naasuudhaan achii hin deemtan,

Baqachuunis isin hin barbaachisu.

13 Kunoo, tajaajilaan koo+ hubannaadhaan tarkaanfii fudhata.

Inni ol kaafama,

Ol qabama, ulfina guddaas ni argata.+

14 Bifti isaa nama kam iyyuu caalaa,

Dhaabbiin isaa inni nama hawwatus ilma namaa kam iyyuu caalaa mancaʼuu isaatiin kan kaʼe,

Namoonni dinqisiifannaadhaan isa ilaalan akkuma hedduu taʼan,

15 Innis saboota hedduu ni rifachiisa.+

Wanta isaanitti hin himamne waan arganiif,

Wanta hin dhageenyeefis xiyyeeffannaa waan kennaniif,+

Mootonni isa duratti afaan isaanii ni qabatu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi