LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 22
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 22:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “maqaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 4 2017, ful. 9

Fakkeenya 22:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “walitti fidu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:26

Fakkeenya 22:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “adabnis.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 38

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2016, ful. 11

    Dammaqaa!,

    Lakk. 3 2016, ful. 5

Fakkeenya 22:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:9; Fak 18:12

Fakkeenya 22:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:14, 15

Fakkeenya 22:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mucaa; Dargaggeessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:19; Kes 6:6, 7; Efe 6:4
  • +2Xi 3:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 47

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2021, ful. 4-5

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2008, ful. 24

    Maatii, ful. 74-75, 85

Fakkeenya 22:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 4:1; Mat 18:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 37

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 10

Fakkeenya 22:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 6:7, 8
  • +Fr 125:3

Fakkeenya 22:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Inni ija gaarii qabu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Fak 11:25; Ibr 6:10

Fakkeenya 22:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Himannii.”

Fakkeenya 22:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 45:2; Fak 16:13; Mat 5:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2010, ful. 30

Fakkeenya 22:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 13:8-10

Fakkeenya 22:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:13-15

Fakkeenya 22:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “keessummaa.” Fak 2:16 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:3; Lal 7:26

Fakkeenya 22:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mucaa; dargaggeessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 8:21
  • +Fak 13:24; 19:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 120-121

    Dammaqaa!,

    7/2015, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2008, ful. 10-11

Fakkeenya 22:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 12:5; Fak 14:31

Fakkeenya 22:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:14
  • +Fak 13:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2022, ful. 8

Fakkeenya 22:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:7
  • +Fak 2:10; 24:14

Fakkeenya 22:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:10
  • +Bau 23:6; Amo 5:12

Fakkeenya 22:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaanii ni fudhata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:12; Fr 12:5

Fakkeenya 22:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:20

Fakkeenya 22:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:1-3

Fakkeenya 22:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 19:14; Fak 23:10; Hos 5:10

Fakkeenya 22:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 16:18, 19; 1Mo 7:13, 14

Yaada Wal Simu

Fak. 22:1Lal 7:1
Fak. 22:2HoE 17:26
Fak. 22:4Fr 34:9; Fak 18:12
Fak. 22:5Fak 4:14, 15
Fak. 22:6Uma 18:19; Kes 6:6, 7; Efe 6:4
Fak. 22:62Xi 3:14, 15
Fak. 22:72Mo 4:1; Mat 18:25
Fak. 22:8Gal 6:7, 8
Fak. 22:8Fr 125:3
Fak. 22:9Kes 15:7, 8; Fak 11:25; Ibr 6:10
Fak. 22:11Fr 45:2; Fak 16:13; Mat 5:8
Fak. 22:12HoE 13:8-10
Fak. 22:13Fak 26:13-15
Fak. 22:14Fak 5:3; Lal 7:26
Fak. 22:15Uma 8:21
Fak. 22:15Fak 13:24; 19:18
Fak. 22:16Fr 12:5; Fak 14:31
Fak. 22:17Fak 15:14
Fak. 22:17Fak 13:20
Fak. 22:18Fak 15:7
Fak. 22:18Fak 2:10; 24:14
Fak. 22:22Fak 23:10
Fak. 22:22Bau 23:6; Amo 5:12
Fak. 22:231Sa 24:12; Fr 12:5
Fak. 22:25Fak 13:20
Fak. 22:26Fak 6:1-3
Fak. 22:28Kes 19:14; Fak 23:10; Hos 5:10
Fak. 22:291Sa 16:18, 19; 1Mo 7:13, 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 22:1-29

Fakkeenya

22 Qabeenya guddaa mannaa maqaa gaariin* filatamaa dha;+

Ulfina argachuunis meetii fi warqii irra wayya.

 2 Wanti sooressaa fi hiyyeessa wal fakkeessu* kana dha:

Lamaan isaanii iyyuu kan uume Yihowaa dha.+

 3 Namni abshaalli balaa ni arga, jalaas ni dhokata,

Namni muuxannoo hin qabne garuu ittuma deema, miidhaanis* isa irra gaʼa.

 4 Gad of qabuu fi Yihowaa sodaachuun

Badhaadhina, ulfinaa fi jireenya argamsiisa.+

 5 Qoree fi kiyyoon daandii nama jalʼaa irra jiru,

Namni lubbuu isaatiif iddoo guddaa kennu hundi garuu isaan irraa ni fagaata.+

 6 Daaʼima* karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;+

Innis yeroo dulloomutti illee isa irraa hin goru.+

 7 Sooressi hiyyeessa ni bulcha,

Namni liqeeffates nama isaaf liqeesseef garbicha dha.+

 8 Namni jalʼina facaasu kam iyyuu badiisa haammata,+

Uleen dheekkamsa isaatiis ni caba.+

 9 Nyaata isaa hiyyeessaaf waan hiruuf,

Namni arjaan* ni eebbifama.+

10 Nama qoostuu taʼe of biraa ariʼi,

Morkiinis ni bada;

Falmii* fi arrabsoon ni dhaabbata.

11 Namni garaa qulqulluu jaallatuu fi dubbiin isaa namatti tolu,

Michuu mootii ni taʼa.+

12 Ijji Yihowaa nama beekumsa qabu ni eega,

Taʼus inni dubbii gantootaa ni garagalcha.+

13 Namni dhibaaʼaan, “Leenci ala jira!

Addabaabayii gidduutti nan ajjeefama!” jedha.+

14 Afaan dubartoota addaggee* boolla gad fagoo dha.+

Namni Yihowaan balaaleffates achi keessatti ni kufa.

15 Gowwummaan garaa daaʼimaa* keessatti hidhamee jira,+

Uleen adabaa garuu isa irraa ni fageessa.+

16 Namni qabeenya isaa baayʼifachuuf hiyyeessa gowwoomsu,+

Akkasumas namni sooressaaf kennaa kennu

Ni hiyyooma.

17 Garaan kee beekumsa koo hubachuu akka dandaʼuuf,+

Gurra kee itti qabiitii dubbii ogeeyyii dhaggeeffadhu.+

18 Dubbiin kun hundi yeroo hundumaa afaan kee keessaa akka hin dhabamneef,+

Keessa keetti isa qabachuun kee gaarii dha.+

19 Yihowaa irratti amanannaa akka qabaattuuf,

Ani harʼa beekumsa siif nan kenna.

20 Ani kanaan dura wantoota gorsaa fi beekumsa argamsiisan

Siif hin barreessinee?

21 Kunis gabaasa sirrii qabattee isa si erge sanatti akka deebituuf,

Dubbii dhugaa fi amanamaa taʼe si barsiisuuf mitii?

22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+

Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+

23 Sababiin isaas, Yihowaan ofuma isaatiin isaaniif ni falma,+

Warra isaan gowwoomsanis ni ajjeesa.*

24 Nama dafee aarutti hin michoomin

Yookiin nama dheekkamsa jaallatuu wajjin hin taʼin;

25 Kunis, akka ati matumaa daandii isaa hin baranneef

Kiyyoo keessas akka of* hin galchineefi.+

26 Warra harka rukutuudhaan waadaa galan,

Warra liqiidhaaf wabii taʼan gidduutti hin argamin.+

27 Wanta kaffaltu hin qabdu taanaan,

Sireen kee si jalaa fudhatama!

28 Mallattoo daangaa bara durii isa abbootiin kee kaaʼan

Iddoo isaatii hin siqsin.+

29 Nama hojii isaa irratti dandeettii qabu argiteettaa?

Inni mootota dura dhaabbata;+

Namoota kaan dura hin dhaabbatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi