LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Magaalonni kaabaa ni qabaman (1-15)

      • Injifannoowwan Iyyaasuun argate (16-23)

Iyyaasuu 11:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 12:7, 19
  • +Iya 12:7, 20

Iyyaasuu 11:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Arabaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 17:11; Abo 1:27

Iyyaasuu 11:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:29
  • +Uma 15:16
  • +Kes 7:1; 20:17
  • +Kes 4:48

Iyyaasuu 11:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:8
  • +Kes 17:16; Fak 21:31

Iyyaasuu 11:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:44
  • +Uma 10:19; Iya 19:28, 31
  • +Iya 13:1, 6
  • +Kes 20:16

Iyyaasuu 11:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 11:6

Iyyaasuu 11:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 12:7, 19

Iyyaasuu 11:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuuwwan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 27:29
  • +Kes 20:16; Iya 11:14

Iyyaasuu 11:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 9:5
  • +Kes 7:2, 16

Iyyaasuu 11:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 8:2, 27
  • +Kes 7:2
  • +Kes 20:16

Iyyaasuu 11:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 3:28; 7:1; 31:7
  • +Kes 4:2, 5

Iyyaasuu 11:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Shefelaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:17; Kes 1:7
  • +Iya 10:40, 41
  • +Iya 12:7, 8

Iyyaasuu 11:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 13:1, 5
  • +Kes 4:48; Iya 13:8, 11

Iyyaasuu 11:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 9:7, 15
  • +Kes 20:17

Iyyaasuu 11:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:12; Kes 7:2
  • +Kes 2:30
  • +Kes 20:16

Iyyaasuu 11:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:22; Kes 1:28; Iya 15:13, 14
  • +Lew 27:29; Iya 11:12; 24:11

Iyyaasuu 11:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:28-30
  • +Abo 1:18
  • +1Sa 17:4
  • +2Se 26:1, 6

Iyyaasuu 11:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:27; Kes 11:23
  • +Lak 26:53, 54; Iya 14:1
  • +Iya 14:15; 21:44; 23:1

Yaada Wal Simu

Iya. 11:1Iya 12:7, 19
Iya. 11:1Iya 12:7, 20
Iya. 11:2Iya 17:11; Abo 1:27
Iya. 11:3Lak 13:29
Iya. 11:3Uma 15:16
Iya. 11:3Kes 7:1; 20:17
Iya. 11:3Kes 4:48
Iya. 11:6Iya 10:8
Iya. 11:6Kes 17:16; Fak 21:31
Iya. 11:8Iya 21:44
Iya. 11:8Uma 10:19; Iya 19:28, 31
Iya. 11:8Iya 13:1, 6
Iya. 11:8Kes 20:16
Iya. 11:9Iya 11:6
Iya. 11:10Iya 12:7, 19
Iya. 11:11Lew 27:29
Iya. 11:11Kes 20:16; Iya 11:14
Iya. 11:12Kes 9:5
Iya. 11:12Kes 7:2, 16
Iya. 11:14Iya 8:2, 27
Iya. 11:14Kes 7:2
Iya. 11:14Kes 20:16
Iya. 11:15Kes 3:28; 7:1; 31:7
Iya. 11:15Kes 4:2, 5
Iya. 11:16Lak 13:17; Kes 1:7
Iya. 11:16Iya 10:40, 41
Iya. 11:16Iya 12:7, 8
Iya. 11:17Iya 13:1, 5
Iya. 11:17Kes 4:48; Iya 13:8, 11
Iya. 11:19Iya 9:7, 15
Iya. 11:19Kes 20:17
Iya. 11:20Bau 34:12; Kes 7:2
Iya. 11:20Kes 2:30
Iya. 11:20Kes 20:16
Iya. 11:21Lak 13:22; Kes 1:28; Iya 15:13, 14
Iya. 11:21Lew 27:29; Iya 11:12; 24:11
Iya. 11:22Bau 23:28-30
Iya. 11:22Abo 1:18
Iya. 11:221Sa 17:4
Iya. 11:222Se 26:1, 6
Iya. 11:23Bau 23:27; Kes 11:23
Iya. 11:23Lak 26:53, 54; Iya 14:1
Iya. 11:23Iya 14:15; 21:44; 23:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 11:1-23

Iyyaasuu

11 Yaabiin mootiin Hazoor akkuma kana dhagaʼeen, gara Yobaab mootii Maadon,+ gara mootii Shimroon, gara mootii Akshaaf,+ 2 gara mootota naannoo gaarotaa isa kaabaa keessa jiraniitti, gara warra dirreewwan* kibba Kinereet keessa jiraniitti, gara warra Shefelaa keessa jiraniittii fi gara warra kallattii dhihaatiin tulluuwwan Door+ irratti argamaniitti, 3 gara Kanaʼaanota+ kallattii bahaa fi dhihaatti argamaniitti, gara Amoorotaatti,+ gara Heetotaatti, gara Pheriizotaatti, gara Yebuusota warra naannoo gaarotaatti argamaniitti, akkasumas gara Hiiwota+ biyya Misphaa keessa Hermoon+ jalatti argamaniitti dhaamsa ni erge. 4 Kanaafuu, isaan raayyaawwan waraanaa isaanii warra akka cirracha qarqara galaanaatti baayʼatan hundumaa, akkasumas fardeenii fi gaariiwwan fardaa lakkoofsi isaanii baayʼee hedduu taʼee wajjin ni dhufan. 5 Mootonni kun hundis wal arguuf walii galan; sana booda dhufanii Israaʼeliin waraanuuf bishaan Meerom biratti waliin ni buufatan.

6 Yeroo kanatti Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Boru gara saʼaatii kanaatti hunduma isaanii akka ajjeestaniif isaaniin dabarsee waanan isinitti kennuuf, isaan hin sodaatin.+ Morgaa fardeen isaanii kukkuti;+ gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan gubi” jedhe. 7 Yeroo kanatti Iyyaasuun loltoota hundumaa wajjin taʼuudhaan qarqara bishaan Meeromitti akkuma tasaa isaan ni haleele. 8 Yihowaanis harka Israaʼelitti dabarsee isaan kenne;+ Israaʼelonnis isaan ni moʼan; achiis hamma Siidoon+ Guddittiitti, hamma Misrefoot Maayimittii+ fi kallattii bahaatiin hamma Sulula Mispheetti isaan duukaa buʼanii isaan rukutan; isaan keessaa namni lubbuudhaan oole tokko illee hin turre.+ 9 Iyyaasuunis akkuma Yihowaan isaan jedhe ni godhe; morgaa fardeen isaanii ni kukkute; gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan ni gube.+

10 Hazoor kanaan dura mataa mootummoota kana hundumaa waan turteef, Iyyaasuun deebiʼee Hazooriin qabatee mootii ishii goraadeedhaan ni rukute.+ 11 Isaan namoota* ishii keessa jiran hundumaa goraadeedhaan rukutanii guutummaatti ni balleessan.+ Wanti hafuura baafatu tokko illee hin hafne.+ Achiis Hazooriin ibiddaan ni gube. 12 Iyyaasuun magaalota mootota kanaa hundumaa ni qabate; mootota isaanii hundumaas goraadeedhaan ni moʼe.+ Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe ajajettis guutummaatti isaan ni balleesse.+ 13 Haa taʼu malee, Israaʼel Hazooriin alatti magaalota tabba irra jiran keessaa tokko illee hin gubne; Iyyaasuun kan gube ishii qofa ture. 14 Israaʼelonni boojuu hundumaa fi horiiwwan magaalota kana keessaa argaman saamanii ni fudhatan.+ Haa taʼu malee, hunduma isaanii haxaaʼanii hamma balleessanitti, nama hundumaa goraadeedhaan ni rukutan.+ Nama hafuura baafatu tokko illee hin hambisne.+ 15 Akkuma Yihowaan tajaajilaa isaa Musee ajajetti, Museenis Iyyaasuu ni ajaje;+ Iyyaasuunis akkanuma ni godhe. Wanta Yihowaan Musee ajaje hundumaa keessaa waan tokko illee utuu hin raawwatin hin dhiisne.+

16 Iyyaasuun guutummaa biyya kanaa, jechuunis naannoo gaarotaa, guutummaa Negeeb,+ guutummaa biyya Gooshen, Shefelaa,+ Arabaa,+ naannoo gaarotaa Israaʼelii fi gammoojjii* ishii ni qabate; 17 Gaara Halaaq isa Seʼiiritti ol baʼu irraa jalqabee, hamma Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon keessatti Gaara Hermoon+ jalatti argamuutti ni qabate; mootota isaanii hundumaas ni boojiʼe, ni injifate, ni ajjeeses. 18 Iyyaasuun mootota kana hundumaa yeroo dheeraadhaaf ni lole. 19 Hiiwota warra Gibeʼon keessa jiraataniin alatti magaalaan Israaʼelotaa wajjin nagaa uume tokko illee hin turre.+ Magaalota kaan hundumaa waraanaan qabatan.+ 20 Homaa utuu isaaniif hin gaddin guutummaatti isaan balleessuuf jecha,+ isaan Israaʼel irratti waraana akka bananiif garaan isaanii didaa akka taʼu+ kan heyyame Yihowaa ture. Akkuma Yihowaan Musee ajajetti, isaan guutummaatti balleeffamuu qabu turan.+

21 Yeroo sanatti Iyyaasuun, naannoo gaarotaa irraa, jechuunis Kebroon irraa, Deebir irraa, Anaab irraa, guutummaa naannoo gaarotaa Yihudaa irraa, akkasumas guutummaa naannoo gaarotaa Israaʼel irraa Anaaqiimiin+ haxaaʼee ni balleesse. Iyyaasuun isaaniinis taʼe magaalota isaanii guutummaatti ni balleesse.+ 22 Biyya Israaʼel keessatti Anaaqiim tokko illee hin hafne; isaan kan hafan+ Gaazaa,+ Gaatii+ fi Ashdood+ keessatti qofa ture. 23 Kanaafuu, akkuma Yihowaan Museedhaaf waadaa galetti+ Iyyaasuun guutummaa biyyattii toʼannaa isaa jala galfate; achiis biyyattiin gosoota sana gidduutti akka hihiramtuuf akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne.+ Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi