LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 55
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yommuu michuun isaa isa ganetti dhiheesse

        • Michuun isaa itti qoose (12-14)

        • “Baʼaa kee Yihowaa irratti gati” (22)

Faarfannaa 55:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Faarfannaa 55:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yommuun gargaarsa argachuuf kadhannaa dhiheessu hin dhokatin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 3:12
  • +Fr 28:2; 143:7

Faarfannaa 55:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 17:1
  • +Isa 38:14

Faarfannaa 55:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:5-7

Faarfannaa 55:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:29
  • +Fr 18:4; 116:3; Isa 38:10

Faarfannaa 55:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “makoodii; andarii.”

Faarfannaa 55:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:14
  • +1Sa 23:14

Faarfannaa 55:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “arraba isaanii hiri.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:31; 17:7

Faarfannaa 55:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:1

Faarfannaa 55:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 109:2

Faarfannaa 55:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:9; Mat 26:21; Yoh 13:18

Faarfannaa 55:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama gita koo taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:12; 16:23
  • +Luq 22:21, 48

Faarfannaa 55:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼoolitti,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:23; 18:14; Fr 109:15; Mat 27:3, 5; HoE 1:16, 18

Faarfannaa 55:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:15

Faarfannaa 55:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nan jeeqamas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:147; Dan 6:10
  • +Fr 5:3

Faarfannaa 55:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Kal., “na fura.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:7; Fr 3:6

Faarfannaa 55:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:27; Fr 90:2
  • +Fr 143:12
  • +Fr 36:1

Faarfannaa 55:20

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, michuu isaa isa durii isa lakk. 13 fi 14 irratti caqasame.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:12
  • +2Sa 5:3; Lal 8:2

Faarfannaa 55:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:23
  • +Fr 28:3; 62:4

Faarfannaa 55:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 43:5; 1Ph 5:6, 7
  • +Fr 37:5; 68:19; Flp 4:6, 7
  • +Fr 37:23, 24; 62:2; 121:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 191

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    6/2016, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2008, ful. 13

Faarfannaa 55:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:15
  • +Fr 5:6; Fak 10:27

Yaada Wal Simu

Far. 55:11Ph 3:12
Far. 55:1Fr 28:2; 143:7
Far. 55:2Fr 17:1
Far. 55:2Isa 38:14
Far. 55:32Sa 16:5-7
Far. 55:4Fr 69:29
Far. 55:4Fr 18:4; 116:3; Isa 38:10
Far. 55:72Sa 15:14
Far. 55:71Sa 23:14
Far. 55:92Sa 15:31; 17:7
Far. 55:102Sa 17:1
Far. 55:11Fr 109:2
Far. 55:12Fr 41:9; Mat 26:21; Yoh 13:18
Far. 55:132Sa 15:12; 16:23
Far. 55:13Luq 22:21, 48
Far. 55:152Sa 17:23; 18:14; Fr 109:15; Mat 27:3, 5; HoE 1:16, 18
Far. 55:16Fr 91:15
Far. 55:17Fr 119:147; Dan 6:10
Far. 55:17Fr 5:3
Far. 55:182Se 32:7; Fr 3:6
Far. 55:19Kes 33:27; Fr 90:2
Far. 55:19Fr 143:12
Far. 55:19Fr 36:1
Far. 55:202Sa 15:12
Far. 55:202Sa 5:3; Lal 8:2
Far. 55:212Sa 16:23
Far. 55:21Fr 28:3; 62:4
Far. 55:22Fr 43:5; 1Ph 5:6, 7
Far. 55:22Fr 37:5; 68:19; Flp 4:6, 7
Far. 55:22Fr 37:23, 24; 62:2; 121:3
Far. 55:23Fr 55:15
Far. 55:23Fr 5:6; Fak 10:27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 55:1-23

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit.

55 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo dhagaʼi,+

Gaaffii ani gara laafina argachuuf dhiheessus hin tuffatin.*+

 2 Xiyyeeffannaa naaf kenni, deebiis naaf kenni.+

Yaaddoon koo boqonnaa na dhowwateera,+

Baayʼees dhiphadheera.

 3 Kun kan na irra gaʼe, wanta diinni dubbatuun,

Akkasumas dhiibbaa namni hamaan na irraan gaʼuun kan kaʼe dha.

Isaan rakkina na irratti tuulu,

Aariidhaanis ija diinummaatiin na ilaalu.+

 4 Onneen koo na keessatti dhiphateera,+

Naasuun duʼaas na liqimseera.+

 5 Sodaa fi romʼuun natti dhufeera,

Hollachuunis na qabateera.

 6 Yeroo hundumaa akkana nan jedha: “Maal taʼa utuun akka gugee* qoochoo qabaadhee!

Silaa barrisee dhaqee bakka tasgabbii qabu keessa nan jiraadhan ture.

 7 Kunoo, gara bakka fagootti nan baqadha,+

Lafa onaa keessas nan buufadhan ture.+ (Seelaa)

 8 Iddoo gaaddisa qabu dafee deemee,

Bubbee hamaa fi obomboleettii jalaa nan baqadhan ture.”

 9 Yaa Yihowaa, isaan burjaajessi, karoora isaaniis fashaleessi,*+

Sababiin isaas, ani magaalaa keessatti hamminaa fi walitti buʼiinsa argeera.

10 Isaan halkanii fi guyyaa dallaa ishii irra asii fi achi deemu;

Hamminnii fi rakkinni ishii keessa jira.+

11 Badiisni ishii gidduu jira;

Cunqursaa fi gowwoomsaan addabaabayii ishii keessaa matumaa hin dhabamu.+

12 Kan natti qoosu diina miti;+

Utuu akkana taʼee silaa nan dandaʼan ture.

Kan na irratti kaʼe hamajaajii miti;

Utuu akkana taʼee silaa isa jalaa nan dhokadhan ture.

13 Kanaa mannaa, kan na irratti kaʼe siʼi, nama akka kootii,*+

Hiriyaa koo isan akka gaariitti beeku dha.+

14 Nuti michummaa cimaa qabna turre;

Namoota hedduu wajjin taanee gara mana Waaqayyoo ni deemna turre.

15 Hamminni isaan gidduu fi isaanii wajjin waan jiraatuuf,

Badiisni isaanitti haa dhufu!+

Utuma lubbuudhaan jiraniis gara Awwaalaatti* gad haa buʼan.

16 Ani garuu Waaqayyoon nan waammadha,

Yihowaan na oolcha.+

17 Galgala, ganamaa fi waaree nan rakkadha, nan aadas,*+

Innis sagalee koo ni dhagaʼa.+

18 Namoonni hedduun waan natti dhufaniif,+

Inni warra naan lolan jalaa na* oolcha,* nagaas naaf kenna.

19 Waaqayyo inni bara duriitii jalqabee teessoo irra taaʼee jiru,+

Isaan dhagaʼa, deebiis isaaniif ni kenna.+ (Seelaa)

Warri Waaqayyoon hin sodaanne,+

Jijjiirama gochuu didu.

20 Inni* warra isaa wajjin nagaa qaban haleeleera;+

Kakuu isaas cabseera.+

21 Dubbiin isaa dhadhaa caalaa lallaafa,+

Garaa isaa keessa garuu lolatu jira.

Dubbiin isaa zayitii caalaa laafaa dha,

Taʼus goraadee luqqifame dha.+

22 Baʼaa kee Yihowaa irratti gati,+

Innis si deggera.+

Namni qajeelaan akka kufu* matumaa hin heyyamu.+

23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+

Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+

Ani garuu sittan amanama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi