LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 90
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqa bara baraa fi nama yeroo gabaabaa jiraatu

        • Waggaan kumni akkuma kaleessaa ti (4)

        • Namni waggaa 70-80 jiraata (10)

        • “Umurii keenya akkamitti akka lakkoofnu nu barsiisi” (12)

Faarfannaa 90:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:1

Faarfannaa 90:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “iddoo kooluu itti gallu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 33:27; Fr 91:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2013, ful. 19-23

    10/1/2010, ful. 28

Faarfannaa 90:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ciniinsuudhaan argamsiisuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:12
  • +Fr 93:2; Isa 40:28; An 1:12; 1Xi 1:17; Mul 1:8; 15:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 4

    Masaraa Eegumsaa,

    10/1/2010, ful. 28

Faarfannaa 90:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 3:19; Fr 104:29; 146:3, 4; Lal 3:20; 12:7

Faarfannaa 90:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ph 3:8

Faarfannaa 90:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 9:25
  • +Fr 103:15; 1Ph 1:24

Faarfannaa 90:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 14:2

Faarfannaa 90:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 17:12, 13; Kes 32:22

Faarfannaa 90:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “beekta.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 16:17
  • +Fak 24:12; Ibr 4:13

Faarfannaa 90:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jireenyi keenya ni dhuma.”

  • *

    Ykn., “hafuura baafachuutti.”

Faarfannaa 90:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Jabina addaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 19:34, 35
  • +Iyo 14:10; Fr 78:39; Luq 12:20; Yaq 4:13, 14

Faarfannaa 90:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:14; Luq 12:5

Faarfannaa 90:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 39:4

Faarfannaa 90:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:4
  • +Fr 89:46
  • +Kes 32:36; Fr 135:14

Faarfannaa 90:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 149:2
  • +Fr 36:7; 51:1; 63:3; 85:7

Faarfannaa 90:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 30:5
  • +Kes 2:14

Faarfannaa 90:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:31; Iya 23:14

Faarfannaa 90:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “cimsii dhaabi.”

  • *

    Ykn., “cimsii dhaabi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 127:1; Fak 16:3; Isa 26:12; 1Qo 3:7

Yaada Wal Simu

Far. 90:ibsa jalqaba boqonnaarra jiruKes 33:1
Far. 90:1Kes 33:27; Fr 91:1
Far. 90:2Er 10:12
Far. 90:2Fr 93:2; Isa 40:28; An 1:12; 1Xi 1:17; Mul 1:8; 15:3
Far. 90:3Uma 3:19; Fr 104:29; 146:3, 4; Lal 3:20; 12:7
Far. 90:42Ph 3:8
Far. 90:5Iyo 9:25
Far. 90:5Fr 103:15; 1Ph 1:24
Far. 90:6Iyo 14:2
Far. 90:7Lak 17:12, 13; Kes 32:22
Far. 90:8Er 16:17
Far. 90:8Fak 24:12; Ibr 4:13
Far. 90:102Sa 19:34, 35
Far. 90:10Iyo 14:10; Fr 78:39; Luq 12:20; Yaq 4:13, 14
Far. 90:11Isa 33:14; Luq 12:5
Far. 90:12Fr 39:4
Far. 90:13Fr 6:4
Far. 90:13Fr 89:46
Far. 90:13Kes 32:36; Fr 135:14
Far. 90:14Fr 149:2
Far. 90:14Fr 36:7; 51:1; 63:3; 85:7
Far. 90:15Fr 30:5
Far. 90:15Kes 2:14
Far. 90:16Lak 14:31; Iya 23:14
Far. 90:17Fr 127:1; Fak 16:3; Isa 26:12; 1Qo 3:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 90:1-17

Faarfannaa

KITAABA ARFAFFAA

(Faarfannaa 90-106)

Kadhannaa Musee isa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaa.+

90 Yaa Yihowaa, dhaloota hundumaa keessatti bakka jireenyaa+ keenya* taateetta.

 2 Gaaronni dhalachuu isaanii dura

Yookiin lafaa fi lafa oomisha kennitu uumuu*+ kee dura,

Bara baraa hamma bara baraatti ati Waaqa dha.+

 3 Namni duʼu gara biyyootti akka deebiʼu ni goota;

Ati, “Isin ilmaan namootaa deebiʼaa”+ jetta.

 4 Waggaan kumni ija kee duratti akkuma guyyaa kaleessa darbee,+

Akkuma kutaa halkanii keessaa isa tokkoo ti.

 5 Ati haxooftee isaan balleessita;+ isaanis akkuma abjuutti ni badu;

Isaan ganama akkuma marga biqilee ti.+

 6 Margichi ganama ni daraara, ni lalisas,

Galgala garuu ni coolliga, ni gogas.+

 7 Sababiin isaas, nuti dheekkamsa keetiin nyaatamneerra,+

Aarii keetiinis jeeqamneerra.

 8 Balleessaa keenya of dura keessa;*+

Iccitiin keenyas ifa fuula keetiitiin saaxilameera.+

 9 Dheekkamsa kee isa guddaadhaan kan kaʼe guyyoonni keenya ni dhumu;*

Waggoonni keenyas akkuma asaasaatti* ni badu.

10 Barri jireenyaa keenya waggaa 70,

Cimina addaa yoo qabaanne* immoo waggaa 80+ dha.

Taʼus rakkinaa fi gaddaan kan guutame dha;

Inni dafee sokka, nutis barrisnee darbina.+

11 Namni humna dheekkamsa keetii hubachuu dandaʼu eenyu?

Aariin kee inni cimaan hammuma ati sodaatamuu qabdu guddaa dha.+

12 Garaa ogeessa taʼe akka qabaannuuf,

Umurii keenya akkamitti akka lakkoofnu nu barsiisi.+

13 Yaa Yihowaa, deebiʼi!+ Kun hamma yoomiitti itti fufa?+

Tajaajiltoota keetiif garaa laafi.+

14 Umurii keenya hundumaatti akka ililchinuu fi akka gammannuuf,+

Ganama jaalala kee isa amanamaadhaan nu quubsi.+

15 Hammuma bara nu cunqursiteetti,+

Hammuma waggoota hedduu rakkina itti argineettis+ nu gammachiisi.

16 Tajaajiltoonni kee gocha kee,

Ilmaan isaaniis simboo kee haa argan.+

17 Gaarummaan Waaqa keenya Yihowaa nu irra haa taʼu;

Hojii harka keenyaa nuuf eebbisi.*

Eeyyee, hojii harka keenyaa nuuf eebbisi.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi