LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 23:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuu fedhiidhaan guutame.”

  • *

    Ykn., “Of toʼadhu.”

Fakkeenya 23:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Hubannaa ofii keetii irraa deebiʼi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:20; Yoh 6:27; 1Xi 6:9, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 3 2021, ful. 8

    Dammaqaa!,

    10/2015, ful. 4-5

Fakkeenya 23:5

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, goflaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:16, 17
  • +Fak 27:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 3 2021, ful. 8

Fakkeenya 23:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nama ija hamaa qabu kamii iyyuu.”

Fakkeenya 23:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa keessatti ni shallaga.”

  • *

    Kal., “garaan isaa si bira hin jiru.”

Fakkeenya 23:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 7:6
  • +Fak 9:7; 26:4

Fakkeenya 23:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 19:14; Fak 22:28

Fakkeenya 23:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “inni isaan furu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 22:22, 23; Fr 10:14

Fakkeenya 23:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mucaa; Dargaggeessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:24; 19:18; Efe 6:4

Fakkeenya 23:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “lubbuu isaa.”

Fakkeenya 23:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 27:11; 3Yo 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 32

Fakkeenya 23:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Kaleen koo.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 32

Fakkeenya 23:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:1
  • +Fr 111:10; 2Qo 7:1

Fakkeenya 23:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:37; Fak 24:14

Fakkeenya 23:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:1; Isa 5:11; Rom 13:13; 1Ph 4:3
  • +Fak 28:7; 1Qo 10:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 43

Fakkeenya 23:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 21:20, 21; Fak 21:17

Fakkeenya 23:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:12; 21:17; Mat 15:5, 6; Efe 6:1

Fakkeenya 23:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “argadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:5; 16:16
  • +Flp 3:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 12

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2018, ful. 9

    11/2018, ful. 3-7, 8-12

Fakkeenya 23:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 50

Fakkeenya 23:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 50

Fakkeenya 23:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:43

Fakkeenya 23:27

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ormis.” Fak 2:16 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 22:14

Fakkeenya 23:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 7:10, 12; Lal 7:26

Fakkeenya 23:29

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fajajuun.”

Fakkeenya 23:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dhandhamuuf walitti qabamaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:1; Efe 5:18

Fakkeenya 23:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2010, ful. 5

Fakkeenya 23:33

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 4:11

Fakkeenya 23:35

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na hin dhukkubne.”

  • *

    Ykn., “Ammas isa nan barbaada.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2010, ful. 6

Yaada Wal Simu

Fak. 23:4Fak 28:20; Yoh 6:27; 1Xi 6:9, 10
Fak. 23:51Yo 2:16, 17
Fak. 23:5Fak 27:24
Fak. 23:9Mat 7:6
Fak. 23:9Fak 9:7; 26:4
Fak. 23:10Kes 19:14; Fak 22:28
Fak. 23:11Bau 22:22, 23; Fr 10:14
Fak. 23:13Fak 13:24; 19:18; Efe 6:4
Fak. 23:15Fak 27:11; 3Yo 4
Fak. 23:17Fr 37:1
Fak. 23:17Fr 111:10; 2Qo 7:1
Fak. 23:18Fr 37:37; Fak 24:14
Fak. 23:20Fak 20:1; Isa 5:11; Rom 13:13; 1Ph 4:3
Fak. 23:20Fak 28:7; 1Qo 10:31
Fak. 23:21Kes 21:20, 21; Fak 21:17
Fak. 23:22Bau 20:12; 21:17; Mat 15:5, 6; Efe 6:1
Fak. 23:23Fak 4:5; 16:16
Fak. 23:23Flp 3:7, 8
Fak. 23:26Fr 107:43
Fak. 23:27Fak 22:14
Fak. 23:28Fak 7:10, 12; Lal 7:26
Fak. 23:30Fak 20:1; Efe 5:18
Fak. 23:33Hos 4:11
Fak. 23:35Uma 19:33
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
  • 32
  • 33
  • 34
  • 35
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 23:1-35

Fakkeenya

23 Yommuu mootii wajjin nyaachuuf teessutti,

Wanta si fuuldura jiru irratti of eeggannoodhaan yaadi;

 2 Fedhii nyaataa cimaa* qabda taanaan

Qoonqoo kee irra halbee kaaʼi.*

 3 Nyaata gowwoomsaa waan taʼeef,

Nyaata isaa isa miʼaawaa hin kajeelin.

 4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+

Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.*

 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+

Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+

 6 Nyaata nama sassattuu* hin nyaatin;

Nyaata isaa isa miʼaawaa hin kajeelin,

 7 Sababiin isaas, inni akkuma nama herrega galmeessuu ti.*

“Nyaadhu, dhugi” siin jedha, garuu garaa isaatii miti.*

 8 Nyaata xinnoo nyaatte sana ni hooqqista,

Galanni dhiheessites akkasumaan lafatti bada.

 9 Inni ogummaa dubbii kee keessa jiru waan tuffatuuf,+

Nama gowwaatti hin dubbatin.+

10 Mallattoo daangaa bara durii iddoo isaatii hin siqsin+

Yookiin maasii ijoollee abbaa hin qabnee humnaan hin fudhatin.

11 Sababiin isaas, inni isaaniif falmu* jabaa dha;

Isaaniif dhaabbatee si falma.+

12 Garaa kee gorsatti,

Gurra kees dubbii beekumsaatti qabi.

13 Daaʼima* adabuu irraa duubatti hin jedhin.+

Uleedhaan yoo isa rukutte hin duʼu.

14 Awwaala* irraa isa* oolchuu yoo barbaadde,

Uleedhaan isa rukuti.

15 Yaa ilma koo, garaan kee ogeessa yoo taʼe,

Garaan koo ni gammada.+

16 Afaan kee wanta sirrii yommuu dubbatu,

Keessi eenyummaa kootii* ni gammada.

17 Garaan kee cubbamootatti hin hinaafin,+

Kanaa mannaa guyyaa guutuu Yihowaa sodaadhu,+

18 Akkana yoo goote egereen kee gaarii taʼa,+

Abdiin kees hin badu.

19 Yaa ilma koo, dhaggeeffadhu, ogeessas taʼi,

Garaan kees daandii sirrii irra akka deemu godhi.

20 Namoota daadhii wayinii hedduu dhuganii wajjin,+

Warra akka malee foon nyaatanii wajjinis hin taʼin,+

21 Sababiin isaas, namni machooftuu fi albaadhessi ni hiyyooma,+

Hirriba jaallachuunis bututtuu nama uffachiisa.

22 Abbaa kee isa si dhalche dhaggeeffadhu,

Waanuma ishiin dulloomteef qofa haadha tee hin tuffatin.+

23 Dhugaa, ogummaa, adabaa fi hubannaa bitadhu,*+

Matumaas isaan hin gurgurin.+

24 Abbaan nama qajeelaa ni gammada,

Namni ilma ogeessa dhalche hundis isatti ni gammada.

25 Abbaan kee fi haati tee ni gammadu,

Ishiin si deesses ni gammaddi.

26 Yaa ilma koo, garaa kee naaf kenni,

Ijji kees daandii kootti haa gammadu.+

27 Sababiin isaas, dubartii sagaagaltuun boolla gad fagoo dha,

Dubartii baalageenis* boolla dhiphoo dha.+

28 Ishiin akkuma saamtuutti riphxee eeggatti;+

Lakkoofsa dhiirota amanamoo hin taanees ni baayʼisti.

29 Wayyoon eenyuufi? Dhiphinni eenyuufi?

Lolli eenyuufi? Komachuun eenyuufi?

Sababa malee madaaʼuun eenyuufi? Ijji diimachuun* eenyuufi?

30 Warra daadhii wayinii dhuguu irratti yeroo dheeraa dabarsaniif,+

Warra daadhii wayinii makamaa barbaaddataniif* mitii?

31 Yommuu xoofoo keessatti calaqqisuu fi suuta jedhee gad seenutti,

Gara daadhii wayinii isa diimaa taʼee hin ilaalin,

32 Sababiin isaas, dhuma irratti inni akkuma bofaatti nama hidda,

Akkuma buutiittis summii maddisiisa.

33 Ijji kee wanta keessummaa taʼe ni ilaala,

Garaan kees wanta jalʼaa ni dubbata.+

34 Akkuma nama galaana gidduu ciisee,

Akkuma nama fiixee utubaa doonii irra ciisees ni taata.

35 Achiis, “Isaan na rukutaniiru, garuu natti hin dhagaʼamne.*

Na reebaniiru, garuu ani hin hubanne.

Yooman dammaqa?+

Dhugaatii kan biraas nan barbaada”* jetta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi